1 Jul 2026, 10:46 UTC935 viewsread 8 August 2026 Photo
Yaadachiisa Guyyaa Ayyaana Maatii fi Barattootaa Bara 2018
2018 JUCS Students' & Parents' Day Reminder!!
=====//===
Ayyaana Maatii Barattootaa Waxabajjii 28, 2018 A.L.I.
📍 Bakka: Mana Barumsaa Kominittii Yunivarsiitii Jimmaa (JUCS) Sadarkaa 1ffaa fi 2ffaa
🕒 Sa'aatii: Ganama 2:30 – 6:30
========//=======
የተማሪዎች እና የወላጆች ቀን ሰኔ 28 ቀን 2018 ዓ.ም.
📍 ቦታ፦ የጅማ ዩኒቨርሲቲ ኮሚዩኒቲ አንደኛ እና ሁለተኛ ደረጃ ት/ቤት
🕒 ሰዓት፦ ጠዋት 2:30 – 6:30
=====…
Signed Habtamu Adugna
29 Jun 2026, 07:49 UTC314 viewsread 8 August 2026 Photo
📢 BEEKSISA
#Guyyaan Ayyana Maatii fi Barattootaa Mana Barumsaa Koominittii Yuunivarsiitii Jimmaa sad1ffaa fi sad.2ffaa Waxabajjii 28, 2018 sadarkaa Manneen Barnootaatti kabajama.
#Kanaafuu, maatiin barattootaa, barattoonni, barsiisonni, hojjettoonni fi keessummoonni kabajamoon sagantaa kana irratti argamuun gammachuu fi milkaa'ina ijoollee keenya waliin akka qooddattan kabajaan isin affeerra.
📍 Bakki: Mooraa Mana B…
Signed Habtamu Adugna
29 Jun 2026, 05:50 UTC215 viewsread 8 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed Abdela Aman
24 Jun 2026, 10:10 UTC309 viewsread 8 August 2026 Guyyaa 16/10/2018
Maatii Barattootaa BSTD Hundaaf
Guyyaan maatii barattootaa BSTD Kominiitii Yuunivarsitii Jimmaa gaafa guyyaa 21/10/2018 mooraa Yuunivarsitii Jimmaatti (main campus) ganama irraa sa’atii 2:30 irraa kaasee kan gaggeeffamu ta’uu isin beeksifna.
ለቅድመ መደበኛ ተማሪ ወላጆች በሙሉ
የጅማ ዩኒቨርሲቲ ኮምዩኒቲ የቅድመ መደበኛ ት/ቤት የወላጆች ቀን የሚከበረዉ በ21/10/2018ዓ.ም በጅማ ዩኒቨርሲቲ ጊቢ (main campus) ከ 2፡30 ጀምሮ የሚካሄድ መሆኑን እ…
Signed Abdela Aman
19 Jun 2026, 17:44 UTC316 viewsread 8 August 2026 Photo
🎉 Congratulations to Grade 6 and Grade 8 JUCS Students! 🎉
#Jimma University Community School (JUCS) proudly congratulates all Grade 6 and Grade 8 students for successfully completing the Regional Examinations.
#Your hard work, determination, and commitment to learning have led to this remarkable achievement. We also extend our sincere appreciation to our dedicated teachers, supportive parents, and school leaders whos…
Signed Habtamu Adugna
18 Jun 2026, 17:51 UTC331 viewsread 8 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed Habtamu Adugna
16 Jun 2026, 20:46 UTC708 viewsread 8 August 2026 Posted without readable text
Signed Habtamu Adugna
16 Jun 2026, 09:52 UTC317 viewsread 8 August 2026 Qormaatni Naannoo Xumura Barnoota Sadarkaa 1ffaa Kutaa 6ffaa Bara 2018 E.C. Milkaa’inaan Goolabame
📅 Waxabajjii 09/2018 E.C.
Qormaatni Naannoo Xumura Barnoota Sadarkaa 1ffaa Kutaa 6ffaa Bara 2018 E.C. Bulchiinsa Magaalaa Jimmaatti, Kilaastara Moleetti guyyaa 08/10/2018 -09/10/2018 guyyaa 2f kennamaa ture nagaa, tasgabbii fi naamusa gaariin milkaa’inaan xumurameera.
Qormaata kana keessatti barattoonni Mana Barumsaa Ko…
Signed Habtamu Adugna
16 Jun 2026, 08:59 UTC641 viewsread 8 August 2026 Qormaatni Naannoo Xumura Barnoota Sadarkaa 1ffaa Kutaa 6ffaa Bara 2018 E.C. Milkaa’inaan Goolabame
📅 Waxabajjii 09/2018 E.C.
Qormaatni Naannoo Xumura Barnoota Sadarkaa 1ffaa Kutaa 6ffaa Bara 2018 E.C. Bulchiinsa Magaalaa Jimmaatti, Kilaastara Moleetti guyyaa 08/10/2018 -09/10/2018 guyyaa 2f kennamaa ture nagaa, tasgabbii fi naamusa gaariin milkaa’inaan xumurameera.
Qormaata kana keessatti barattoonni Mana Barumsaa Ko…
Signed Habtamu Adugna
16 Jun 2026, 08:58 UTC745 viewsread 8 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed Habtamu Adugna
Showing the 10 most recent of 10 posts we hold for @jucs7. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.