29 Aug 2021, 05:18 UTC≈5,080 viewsread 6 August 2026 ---------------- KUTAA ARFAFFAA ------------
~ DANDEETTII GAGGEESSUMMAA GABBIFADHU!!! ~
3. Jalqaba Ofii Kee Ceepha'uun Eegali!!!
👉 Namni tokko dogoggorasaa dursee yoo nutti haasa'u dogoggora keenya dhaggeeffachuun nutti hin ulfaatu.
👉 Jechoota muraasa fayyadamnee of ceepha'uun, nama of tuulaa fi arraba dheeratu jajuun yeroo gara hiriyaa dhugaatti jijjiirruu hagam akka ofitti boonnu tilmaamuun nama hin rakkisu.
👉 …
Signed Yonathan
17 Jun 2021, 07:45 UTC≈4,610 viewsread 6 August 2026 ---------------- KUTAA ARFAFFAA ---------------
~ DANDEETTII GAGGEESSUMMAA GABBIFADHU!!! ~
2. Osoo Ofitti Hin Mufachiisin Akkaataa Namoota Itti Ceephaa'an!!!
👉 Dogoggora namootaaf karaa nagaa isaanitti dubbachuun kee ilaalcha gaarii akka siif qabaatanii fi ajajaman taasisa.
👉 Namoota dheekkamuu fi ceepha'uun furmaata itti fufiinsa qabu fiduu hin danda'u.
✍ Osoo namoota hin mufachiisin ceepha'uf, akkaataan itti f…
Signed Yonathan Add-Like
3 Jun 2021, 20:51 UTC≈5,080 viewsread 6 August 2026 -------------- KUTAA ARFAFFAA ----------------
~ DANDEETTII GAGGEESSUMMAA GABBIFADHU!!! ~
1. Dogoggora Sirreessuu Barbaadda Taanaan Tooftaa Itti Aanu Fayyadami!!!
👉 Yaadaa fi amala namootaa jijjiiruu ni feetaa? Tole, anis sin deeggara!
✍ Tooftaa yaadaa fi amala namootaa jijjiiruu irratti humna guddaa qabu tokkoon sitti hima.
👉 Tooftaan kun qawwee ykn dullaa ykn gubboo/matta'aa kennuu si hin gaafatu!
👉 Hojii kee…
Signed Yonathan Add-Like
31 May 2021, 08:38 UTC≈4,720 viewsread 6 August 2026 -------------- KUTAA ARFAFFAA --------------
~ DANDEETTII GAGGEESSUMMAA GABBIFADHU!!! ~
✍ Kutaa barnoota kanaa jalatti dandeettii "Osoo Namoota Irratti Dhiibbaa Humnaa Hin Godhin Yookiin Osoo Ofi Hin Komachiisin Akkaataa Yaada Namootaa Itti Jijjiiran" siif kennu goonfatta.
👉 Kanaaf, tokkoon tokkoon Qajeelfama Kutaa kana jalatti dhiyaatan sirriitti duuka buutee hordoofuun barbaachisaadha.
👉 Qajeelfamoota hordofte …
Signed Yonathan Add-Like
27 May 2021, 12:31 UTC≈4,320 viewsread 6 August 2026 🗣 ~ Cuunfaa Qajeelfamota Kutaa 3ffaa!!!
👉 Yaada Namootaa Gara Yaada Keetti Jijjiiruudhaaf:
🗣Qajeelfama 1ffaa:
~ Karaan Tokkichi Falmiirraa Bu'aa Argachuu Dandeessu, Falmii Baqachuudha.
🗣 Qajeelfama 2ffaa:
~ Yaada Namootaa Kabaji. Gonkumaa Dogoggorteetta Namaan Hin Jedhin.
🗣 Qajeelfama 3ffaa:
~ Yeroo Dogoggortu Dogoggora Kee Garaa Keerraa Amani.
🗣 Qajeelfama 4ffaa:
~ Jalqaba Miirri Hiriyyummaa Isin Gidduutti …
Signed Yonathan Add-Like
23 May 2021, 15:28 UTC≈3,550 viewsread 6 August 2026 🗣 ~ Kutaa 3ffaa, Qajeelfama 12ffaa!!!
👌 Tooftaan Hundumtuu Yeroo Siif Milkaa'uu Didu Kan Itti Aanu Kana Yaali:-
👉 Wanti tokko akka hojjetamu gochuudhaaf wal morkiin akka jiraatu gochuu qabna.
👉 Kana jechuun koos wal morkii maallaqa argachuu osoo hin taane fedhii caalanii argamuu namoota keessatti uumuudha!
👌Hubadhu: Adeemsa jireenyaa keessatti bu'aa bahiin hin dadhabamu! Namni kamiyyuu bu'aa bahii jireenyaa ni so…
Signed Yonathan Add-Like
17 May 2021, 23:09 UTC≈3,120 viewsread 6 August 2026 🗣 ~ Kutaa 3ffaa, Qajeelfama 11ffaa!!!
👌 Waan Fiilmii fi Televiiziniin Gochuu Danda'an Ati Akkamitti Gochuu Dadhabda?
👉 Seenaa dhugaa osoo qabduu, olola sirratti oofameen qalbiin namootaa sirraa fagaatee hin beekuu?
👉 Eeyyee dhugaadha. Dhugaa dubbachuun kee qofti qalbii namootaa hawwachuuf ga'aa miti.
👉 Kanaaf dhugaa dubbatte qabatamaan namootatti agarsiisuu qabda.
👉 Dhugaan kee qalbii namootaa keessa akka seenu …
Signed Yonathan Add-Like
9 May 2021, 17:49 UTC≈4,080 viewsread 6 August 2026 🗣 ~ Kutaa 3ffaa, Qajeelfama 10ffaa!!!
👌 Wanta Namni Hundi Ta'uu Jaallatu:-
👉 Dhalli namaa hundi keenyayyuu gaarii akka taanetti of ilaalla. Kanaaf gaarii taanee mul'achuu barbaadna.
👉 Namoonni gaarummaa keenya akka haasa'an feena. Namni nama ajjeesellee gaarummaa isaa akka haasoftu barbaada.
👉 Kun amaluma nama maraati. Namni kamiyyuu nama gaarii akka ta'etti of ilaala. Nama gaarii ta'ee beekamuus barbaada.
✍ Maq…
Signed Yonathan Add-Like
8 May 2021, 07:50 UTC≈4,330 viewsread 6 August 2026 🗣 ~ Galaa Jireenyaa!!! ~
~ Kutaa 3ffaa, Qajeelfama 9ffaa!
👌 Waan Namni Hundumtuu Barbaadu:-
👉 Yeroo namoonni falmii sitti baay'isan jecha ittiin falmii isaanii kana dhaabsistee, akka si dhaggeeffatan gootu qabaachuu hin hawwituu?
👉 Ni hawwita mitii? Akkas taanaan jechi falmii namootaa ittiin ofirraa dhaabdu kunooti!
✍ "Yaada kee kanaaf sitti hin murteessu. Anis osoon si ta'ee akkuma kee kanattan yaada, waan ati …
Signed Yonathan Add-Like
6 May 2021, 19:54 UTC≈2,000 viewsread 6 August 2026 Forwarded from @GubaaJaalalaaAdiikoowaliin
t.me//GubaaJaalalaaAdiikoowaliin
Signed Yonathan Add-Like
6 May 2021, 14:20 UTC≈3,850 viewsread 6 August 2026 🗣 ~ Galaa Jireenyaa!!! ~
~ Kutaa 3ffaa, Qajeelfama 8ffaa!
👌 Foormulaa Waan Ajaa'ibaa Ittiin Hojjettu:-
👉 Yeroo tokko tokko namoonni akka isaan dogoggoran dhibbaan dhibba utuma beektuu dogoggora isaanii amanuu diduun, akka waan yaadni isaanii sirrii ta'etti yeroo of fudhatan argita.
👉 Yeroo akkanaa gonkumaa dogoggora isaaniif isaan hin balaaleffatin.
✍ Isaan hubachuuf yaali.
✍ Nama hubataa qofatu akkas gochuu d…
Signed Yonathan Add-Like
5 May 2021, 19:14 UTC≈3,330 viewsread 6 August 2026 🗣 ~ Galaa Jireenyaa!!! ~
~ Kutaa 3ffaa, Qajeelfama 7ffaa:-
👉 Yaada namni biraan siif hime caalaa, yaada ati ofii keen keessa keetii maddisiistetti amanta.
👉 Kanaaf akkas taanaan, atis yaada kee namoota birootti fe'uu yaaluun gaariidhaaree?
👉 Ati yaada kee qofa ibsitee isaan ofii isaaniin murteeffachuu ykn hubannoo mataa isaanii qabachuu hin wayyuu?
✍ Ati yaada kee qofa haasofta taanaan isaanis yaada isaanii qaba…
Signed Yonathan Add-Like
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @joinGalaaJireenyaa. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.