10 Nov 2023, 08:35 UTC597 views3 reactionsread 10 August 2026 👱♀ :- Amman boddee alkoolii dhuguu dhiisi😠
°
°
👨:- Atiis "make up"fayyadamuu dhiisi!😏
°
°
👱♀:- Anii bareedee akkan sitti mul'aadhuuf "make up"kanaan fayyadamu.🤨
°
°
👨:-Aniis kanaan dhuguuuf bareedde akka natti mul'aattuuf😕
😂🤣😅
🙌@jaalalaonnerraa
❤2🥰1
13 May 2023, 19:40 UTC602 viewsread 10 August 2026 🌸🌸🌺🌺🌸🌸🌺🌺🌸🌸🌺🌺🌸🌸
❤️galgala abjuun si arge
💖hurufa bal'oo gubbaa
❣gaaddisa jala tenyee
💝waa'ee jaalalaa yoo marii'annu
🌼onnee si jaalatu
💐kan osoo si arge hin quufne
🥀harka keetin dadabbastee
💏osoo na hammachuuf jettu baannane
🤷♂maal qaba
🙆♂osoon hirriibarra dammaquu badhee
🤦♂harka keetiin hammatame akkan abjootu
💔akkan abjootu deebi'ee osoon rafee
😔Edaa abjuun takkuma hin dabalamtu!😞
❣❣❣❣❣
@jaalalaonnerraa
👆👆join👆
13 May 2023, 19:40 UTC675 viewsread 10 August 2026 . . . 🤧❤️jiraachuun hiika kan qabaatu, jaalalli yoo jiraatedha. 💝. .
❤️ sirraa jaalalaan argadhe . . . 💝 jiruu koof daandii hiika qabu nattii agarsiifte. . . 💘ifaa jaalala keetiin durfamee, ol jechaa dhufe. . .💓 amma abjuu naaf tahe . . .💗
Bara baraaniin si galateeffadha 💕 . . .
. . . 🌺 jaalala keenyaan
@jaalalaonnerraa
👆👆join👆👆
15 Apr 2023, 19:29 UTC564 views1 reactionsread 10 August 2026 Badiin koo maali!😔
Sin jaaladhaa🥰malee si jibbe sin hin jenne
Si mararfachuu malee garaa siitti hin jabaanne,
Kan koo👩❤️💋👨 ta'iin yakkaamaa na taasise moo🤷
Moo jaalachuun anaaf qofa yakkaa,
Deebii naaf ladhuu
najalaa hin calliisiin
ballessa koo nattii hiimi adabamuuf qophiidha mana murtii jaalalaatti
@jaalalaonnerraa
❤1
8 Jan 2023, 17:51 UTC540 viewsread 10 August 2026 💞Jaalalli ani siif qabu Herreega miti hin tilmaamamu! Fiiziksi miti hin shallagamu! Seenaa miti hin odeeffamuu! Garuu keemistiriidha Wal nyaatinsa onnee koo keessatti gaggeeffamuudha.💞
@jaalalaonnerraa
1 Sept 2022, 17:26 UTC569 viewsread 10 August 2026 🍃🌹🍃....✍
❤️. . .dhiifaama. . .❤️
🌹waaniin si jaaladheef♥️
🌹dhiifaama, kan dhunfa koo si godhachuuf waaniin si rakkiseef💘
🌹dhiifaama, akkaan si argu waaniin si dirqeef💞
🌹dhiifaama,osoo naaf hin barre si jaalachuu koof 💖
🌹dhiifaama,'message' n si rakkisuu koof💕
🌹dhiifaama,osoo hin dhufne si dheege 💛
🌹dhiifaama,osoo nan hin amannee si amane💝
🌹dhiifaama,wanta maraafuu💔
❤️. . .garuu yeroo kamiiyyu sin jaalaadha. . .❤️
…
21 Aug 2022, 18:28 UTC497 views2 reactionsread 10 August 2026 ⇘Araada tiyyaa🥰💝
Akkamiittif maaliif akkan si jaalaadhee hin beeku. Osoon hin yaadne karaan ani hin eegneen onne koo keessa galteetoo jireenya koo gammojjii goote.dur dur jaalaalti jira yoo jedhan soba jechaan ture.amma garuu jiraachuu isaa hin shakku .jireenya koo keessatti kenna fi mudannoo baay'ee argeera.ati garuu hunda caaltuu kennaa fi mudanno gammachiiftu kooti 🥰.
Haga dhuma addunyaatti sin jaaladha💖💝
@jaalal…
👍2
12 Aug 2022, 17:49 UTC498 viewsread 10 August 2026 💰💵💴 #Qarshiin💷💶💰
🏡mana malee maatii
🕕sa'aatii malee yeroo
💊qorichaa malee fayyaa
🙇🛏Algaa malee hirriiba
👞kophe malee miila
💍qubeella malee jaalala hin bitu.
7 Aug 2022, 18:00 UTC470 viewsread 10 August 2026 🌷🌷🌺🌺
Ganama yoon hirribarraa kahu bukkee kootti si arguun barbaada.jira mitii lubbu too ija koo ennaan banadhu jalqaba argu kaniin barbaadu siidha. qofaa koo tahe osoo hin taane waliinis yoo jirru sin yaada.dhugaa siif jiraachun barbaada.
@jaalalaonnerraa
28 Jul 2022, 04:42 UTC470 viewsread 10 August 2026 💔🤐
Akkuuman sii argenaan rifadhee,baay'ees nan sodaadhe sitti himuu barbaaduus murtessuun dadhaabe, bitaas natti gale.yeroo tahe akkan si jaalaadhuu atiis akka naaf beektuun barbaada, garuu yoom......?
@jaalalaonnerraa
19 Jul 2022, 19:31 UTC467 viewsread 10 August 2026 ♥️🌹 Ani kanaan umameef si qofa yaaduuf haga natti fakkaatutti yaada koo guutuu keessa si qofa.
sin jaaladha♥️🌹🌹
@jaalalaonnerraa
19 Jul 2022, 14:09 UTC453 views2 reactionsread 10 August 2026 ❣❣💝🌺❣❣
....haga har'aattii waggoottan jiraadheetti,yeroowwaan babbaareedoof gammachuu baay'ee dabarseera,tokkoon tokkoon isaanii garuu yeroowwaan si waliin dabarsineedha.
❣❣❣❣❣❣❣❣❣❣
❣ galatoomi❣
❣❣❣❣❣❣❣❣❣❣
❤2
Showing the 12 most recent of 15 posts we hold for @jaalalaonnerraa. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.