Ji'a kana keessa nama biliyoona 2 oltu "Yaa Rabbi Leeylatulqadrii naqunnamsiisi" ja'ee kadhachaa jira. Leeylatulqadrii jachuun maali? Leeylatulqadrii jachuun jacha Afaan Arabaa 'Leeyli' ykn 'halkan' ja'uu fi 'Alqadri' ykn 'Murtii/kabajaa' ja'u irraa dhufe. Kanaaf Literally, 'Leeylatulqadri' jachuun 'halkan kabajaa ykn Halkan murtii' jachuudha. Halkan Kun ji'a 12-aan keessaa Ramadaana keessa jira. Wanni Halkan Kun H…

Channel
Islamic promotion
@islamicpr
On this record: Growth · Engagement · What this channel posts · Posts · Citations · Handles named that no longer answer · Cite this entry
101subscribers
+0 since we began measuring on 6 August 2026
Risers and fallers across the register · movement among entries of Under 1,000.
Register entry
| Telegram ID | -1001285389117 |
|---|---|
| Type | Channel |
| Username | @islamicpr |
| Description | Chaanaalii keessaan koottaa beeksifadhaa Chanalachu bizu abal(member) indinoraw lamadreg @AbdiiBiyyaa @AbdiiBiyyaa |
| Created | Between 1 April 2018 and 30 June 2021— estimated from Telegram’s id allocation, not measured. How this range is calculated. |
| First recorded | 9 August 2026 |
| Last confirmed live | 14 August 2026 |
| Measurements held | 2 |
| On Telegram | t.me/islamicpr |
Growth
| Measured (UTC) | Subscribers | Change |
|---|---|---|
| 9 Aug 2026, 10:16 | 101 | no change |
| 6 Aug 2026, 14:00 | 101 | first reading |
Engagement
20 posts held, back to 5 May 2024 — the reader has not yet reached the start of this channel’s public history, so older posts may sit further back, unread. Read across 1 pageof Telegram’s post history, 20 posts per page.
Nothing published in the last 30 days. ERR and ER are rolling 30-day measures, so there is nothing to compute — we hold 20 posts for this entry, the most recent from 9 March 2026. An engagement rate over an empty window would be a number about nothing.
What this channel posts
- Photos
- 57
- Videos
- 1
- Links
- 84
Lifetime counters from Telegram’s own channel header, read 9 August 2026 — not the date at the top of this page, which is when the subscriber count was last read. Below Telegram’s rounding threshold, so these counts are exact.
Recent posts
Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu Ati inni amma barreeffama kana dubbisaa jirtu kun "Of malee nama biraa hin qabdu, jalqaba ofii keetiif bakka kenni, maaluu dura of jaaladhu, rakkoo diinii fi duniyaa kamirraahuu of eegi, sumatu ifiif jira. Qaamni biraa erga ati jiraattee booda, namni si jaalachuu fi si jibbuufis, si kabajuu fi si xiqqeeysuufis, si faarsuu fi si arrabsuufis .....jalqaba ati jiraachu…
Guyyaa Jumu'aa gara Asrii jirra!!! Yeroo itti du'aa'iin akkaan qeebalamtu waan ta'eef du'aa'ii jabeeysaa!!! Rabbiin arjooma isaatiin nama mana isaa kana ziyaaree arkaana shanan guuttatu nu haa taasisu!!! Yaa Allaah hajjii dhaquu nuuf mijeessi, rizqii barakhaa qabdu tan ittiin aakhiraa carraaqqannu nuuf kenni. Yaa Allaah gabroottan kee rakkoo fayyaa, rakkoo iimaanaa, rakkoo hiyyummaa , rakkoo maatii.......qaban …
Namni kun Prezdaantii biyya Indiyaa Narendramodi jedhamu. Ji'uma kana keessa dhufanii biyya keenya daawwatanii turan. Sa'a isaan harkaan qabanii dhaabbatan kana argaa jirtu ta'a, mee maaliif sa'a kana akkas babbareechanii mushurraa fakkeessan isinitti fakkaata?. Tarii ilma isaatu fuudhee jennaan warri intalaa goromsa kana kannaniif jechuu dandeessu, ykn sa'a kanatu dibicha dhalee jennaan gammachuuf bareechan jechu…
Amajjii 10 Godina Jimmaa Magaalaa Sheekhii ጥር 10 በጅማ ዞን ሼኪ ከተማ ** Godina Jimmaa Aanaa Dedoo Magaalaa Sheekhiitti Markazni Bilaal kan Masjidaafi Madrasaa bulmaataa of keessaa qabu ijaaruuf sagantaan Muhaadaraa gaafa Amajjii 10, 2018 qophaa'ee jira. Istaadiyeemii Magaalaa Sheekiitti geggeeffamuuf qophii xumuree jira. Kaayyoon sagantichaas Madrasaa dhaloota ammaa leenjisu masjidaa waliin ijaaranii dhaloota lafaa dhufa…
RABBIIN HIN DHALATU ■■■■■■■■■■■■■ Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhuu. Har'a akka hordoftoota amantaa kiristaanaatti "guyyaa dhaloota gooftaa keenyaati" jedhanii dhaloota isaa ykn ayyaana qillee(Gannaa) kabaju(garuu Rabbiin waan akkanaa irraa qulqulluudha, hin dhalchus hin dhalatus). Obboloota koo Rabbiin inni waan hunda uume jalqabaa fi dhuma hin qabu, inni guyyaa akkasii dhalate fi guyyaa akkasi…
Assalamu'aleeykum warahmatullahi wabarakatu Jaalatamoota fi kabajamoota Obboleeyyan kiyyaa kanneen fuul-barruu channel kana jalatti argamtan fi barruun channel kana isiin qaqabu hundinuu lafa jirtan cufatti nageenyii Allaaha isiin waliin haa jiraatu. Akkuma beekamu kaayyoofi akeekni keenya hanga dandeenyeen, Toltuu walii dhaamufi, Hamtuu irraa wali dhorkuudha. Dhiyeenya sababoota garagaraatiin akka durii ergaa kee…
ERGAA Of-eeggannoo!!! ■■■■■■■■■■■■■ ●Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhuu, Obbolewwan keenya kabajamoo. Dhiyeenya kana hattoonni/Hacker hedduun account telegram nama baay'ee too'achaa jiru. ■Jalqaba linkii wantoota baalagee ta'an fakkaatu group irratti ergu, sana booda yoo ati dogoggorteetuma tuqxe gara bot ta'eetti si geessanii start godhi siin jedhu. Yoo ati start goote kana booda ati telegram kee sa…
DHAAMSA GABAABDUU GUYYAA ARAFAA Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhuu Obboloota koo!!! Jalqaba irratti Rabbii umrii si dheereeysee guyyaa kabajamtuu guyyaa guyyoota hunda caaltu guyyaa ARAFAA kanaan si geheen Alhamdulillaah jedhi. Eega Allaah siin fedhee carraa kana siif kennee immoo fayyadamuun teetii. Guyyaan arafaa guyyaa keessa du'aa'iin akkaan qeebalamtu keessaa kan jalqabaati. Ergasiifuu…
السلام عليكم ورحمةالله وبركاته الحمدلله والصلاة والسلام على رسول الله امابعد #Kurnaan Zulhijjaa keessattii Ibaadalee gurguddoo raawwataman keessaa tokko Qalmaadhaa. inniis #Uduhiyyaa jedhamuun beekkamaa. @Qalmi kun guyyaa iidaa salaata iidaa booda kan gara rabbiitti dhiyaachuuf raawwatamu yemmuu ta'u Guyyaa kurnaffaa 10 irraa kaasee hanga Guyyaa 13 ffaa ( dhuma ayyaamuttashriiq) biiftuun dhiituttii Qalamuu( go…
BREAKING NEWS ♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡ Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu Oduu amma baheen har'a sa'uud-Arabiyaa keeysatti keessatti jiini waan mul'ateef Boru Arbaan(Roobiin) Zul-qaa-idaa tokko yommuu ta'u torbee tokko booda immoo kamisni guyyaa arafaa(zul-hijjaa 9) yommuu ta'u akkasuma jimaanni immoo zul-hijjaa 10(Iidul-Adhaa) ta'a jechuudha. Guyyoota 10n kana kheeyriin isaa baay'ee waan ta'eef irraa fayyadam…
Abbaa manaatu haadha manaa isaa Suuqii fudhatee deemuun "Harmee kootiif kennaa bitee kennuu waanin barbaaduuf mee kennaa isa baay'ee miidhagaa ta'e naaf fili" jedheen. Haati manaa isaas waan hinaaffaa cimaan qabamteef kennaa isa gatiin salphaa ta'ee fi fokkisaa dha jettee itti amantu akka bitu itti agarsiiste. Innis kennicha bitee meeshaa kennaatiin marsiisee haadha manaa isaa galateeffatee deeme. Galgala kennaa s…
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @islamicpr. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.
Forward network
Republishes
Channels on the register whose posts this channel has forwarded.
Built only from forwarded posts we have actually read, on both sides. Coverage is early and deliberately incomplete: a missing link means we have not read the post that would prove it, never that the relationship does not exist. Counts are distinct forwarded posts observed, so they only ever go up as we read more.
Mentions
Names
Channels on the register whose handles appear in this channel's posts.
A mention is a weaker signal than a forward and is counted separately for that reason — naming a channel is not republishing it, and a handle in a post body is easy to place deliberately. The post counts beside each row below are distinct posts in which the handle appeared, from posts we have read on both sides — the “Named by N registered channels” figure above is a different count, of distinct NAMING CHANNELS rather than posts, and is not the sum of the rows under it.
Handles this channel named that no longer answer
- Dead references
- 1
- handles named in this channel’s posts, vacant today
- Evidenced gone
- 0
- we ourselves saw one of these resolve, at some point
- Never seen alive
- 1
- vacant every time we have ever looked
@islamicpr named 1 handle that resolve to nothing today. That is a fact about the reference, not necessarily a fact about the handle’s history — see the two groups below.
Most of these may never have existed as a live channel at all.A handle a channel names can be a typo, an aspirational name nobody registered, or a channel that was already gone before this one ever mentioned it. Unless a row below is marked evidenced, all we know is that it references a handle that is not a live channel today — not that anything “died”. How this is measured.
Never seen alive
References a handle that is not a live channel — we have no record it ever was one.
named in 1 post, 10 August 2026 – 10 August 2026
Cite this entry
A live page changes as we take new readings, so a citation should name the measurement it is based on, not just the URL. The line below cites the subscriber count as measured 9 August 2026 — this entry's latest reading, not the date you are reading this.
“Islamic promotion” (@islamicpr), 101 subscribers as measured 9 August 2026. Telegram Register, tgregister.com/channel/islamicpr.
Full measurement history, CC BY 4.0. Every reading this register holds for this entry, not just the latest one, as a dated, downloadable record: CSV · JSON. Free to use with attribution to tgregister.com. Each file carries its own generation timestamp, which is the figure to cite for exactly when the data was retrieved.