23 Mar 2026, 18:25 UTC475 views4 reactionsread 7 August 2026 Oduu Gammachiisaa
Mana keessanitti, Bakka hojiitti, yeroo feetanitti, hojii yookiin barumsa keessanii waliin bilbila 📱 keessan fayyadamuun qur'aana qara'uu akka dandeessan ni beektu?
Qur’aana Rabbii qara’uun daldala kasaaraa hin
qabne. Qur’aana qara’uun irra caalaa daldalaati,
haada jaalala Rabbiitti nama geeysu, milkii
guddoodha, nagaya baasaadha duniyaa fii
aakhiraattis.
Gosoonni barnootaa barataman kanneen armaan …
❤4
Signed Nuuyoqa
19 Mar 2026, 18:54 UTC412 views1 reactionsread 7 August 2026 Baga Geessan!
Barattoota Markaza Nurul Yaqin Online Quran Academy
Baga jela bultii Ayyaana Eid Al-Fitrii BARA Hijraa 1447 nagaafi fayyaan geessan. Ayyaanni kun kan gammachuu, barakaa, fi milkaa’inaa isiniif haa ta’u.
* Soomni keessan isiniif haa qebalamuu.
Ayyaanni kun kan jaalalli itti babal’atu, kan tokkummaan itti cimu fi kan dua’iin keessan hundi itti qebalamuu isiniif haa ta’u." Nageenyi mana keessan haa guutu…
👍1
Signed Nuuyoqa
24 Nov 2025, 17:40 UTC738 viewsread 7 August 2026 https://vt.tiktok.com/ZSfUMvSB1/
Signed Nuuyoqa
10 Oct 2025, 20:04 UTC856 viewsread 7 August 2026 https://youtu.be/PMnrVtgAuh8?si=9Q3OvwGq3G2IMHXE
Signed Nuuyoqa
7 Oct 2025, 18:57 UTC594 viewsread 7 August 2026 https://vt.tiktok.com/ZSUYmMEbf/
Signed Nuuyoqa
14 Sept 2025, 19:07 UTC654 viewsread 7 August 2026 https://youtu.be/TkBaHTIhudY?si=6BwI_WX9At4g6Imf
Signed Nuuyoqa
10 Sept 2025, 19:43 UTC577 viewsread 7 August 2026 https://youtube.com/shorts/x8vgj_ifVOU?si=4lgEvXPSewcIY6Ui
Signed Nuuyoqa
7 Sept 2025, 20:30 UTC577 views2 reactionsread 7 August 2026 Kusuufuu( Aguugamuu Aduu fi ji'a) Tolaa fi sodaachisaa Rabbiin gabroota Isaatiif uume.
---
Gaaffii Shek ibnu baaziin gaafatamee deebisaa inni keennee
*Yaa Sheek, gaazexaan odeeffannoo tokko maxxansan. Odeeffannoon sun akkana jedha:
Jiini Aduun erga gadi seenee booda guutumaan guututti ni badaa kunis guyyoota sadii dursee ni ibsameera. Barreessaanis sababoota kusuufuuf jalqaba isaa fi dhuma isaa ibse. Kunis yaaddo…
❤2
Signed Nuuyoqa
7 Sept 2025, 18:18 UTC667 viewsread 7 August 2026 SALAATA KUSUUFAA
Kusuufa jechuun akka hiika qooqaatti gara gurraachaatti jijjiiramuu jechuudha.
Akka hiika shari'aatti (isxilaahaatti) immoo ifti aduu yookiin ji’aa yookiin gariin ifa jaraa haala hin baramneen haguugamuu jechuudha.
Kusuufas khusuufas ni jedhama.
Salaanni kusuufaa sunnaa jabeeffamtuu (mu'akkadaa)dha.
Gariin ulamootaa waan Nabiyyiin (S.A.W) itti ajajaniif jecha waajiba jedhaniirus. Kana gara fuuldu…
Signed Nuuyoqa
7 Sept 2025, 18:18 UTC718 viewsread 7 August 2026 Haa ta’u malee jamaa'aadhaan salaatuun caalaadha.
Imaamni salaata kusuufaatiin booda namoota gorsuun, dagachuu fi (dunyaadhaan) gowwoomfamuu irraa of eeggachisuun, duu'aa'ii,
istighfaaraa fi sadaqaa akka baay'isan gorsuun, garbas akka bilisa baasan gorsuun sunnaadha Bukhaarii keessatti Aa'ishaa irraa akka gabaafametti:- “Nabiyyiin (S.A.W) eega salaata irraa bahanii booda namootaaf khuxbaa godhan; Rabbiin galateeffat…
Signed Nuuyoqa
15 Jul 2025, 21:48 UTC663 viewsread 7 August 2026 https://youtu.be/o4YhFEtf4Ao?si=78AJBQUwX5Y6q56Z
Signed Nuuyoqa
7 Apr 2025, 16:52 UTC≈1,230 views0 reactionsread 7 August 2026 Video
akkaata itti galma,an video kana ilaala
Signed Abuhureyra Sheyk Nura
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @hucscep. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.