Obboleettiin keenya kun #Goobanee_Abdallah jedhamti dhalattuu Aanaa #Maannaati dhi'eenya kana maatii ishee dubbisuuf gara biyyaa dhufte torban darbe keessa yabbuuf jimmaa gidduu imala irraa osoo jirtuu #passport ishee jalaa badee waan jiruuf maaloo haa iyyaafannuufi. "Yoo akka tasaa argitan lakk armaan gadii kanaan nubeeksisaa waan nugargaartaniif galatoomaa!" Jetti. 0925499859 Maaloo waan dandeenyuun, haagargaarru…

Channel
Gaaddisa jireenya
@gaaddisajireenya
On this record: Growth · Engagement · What this channel posts · Posts · Citations · Handles named that no longer answer · Cite this entry
13subscribers
+0 since we began measuring on 7 August 2026
Risers and fallers across the register · movement among entries of Under 1,000.
Register entry
| Telegram ID | -1001202883534 |
|---|---|
| Type | Channel |
| Username | @gaaddisajireenya |
| Description | gaaddisa keenya jala yoo teessan wonna gaari dhamdhamattu @Gaaddisajireenyaa nuqunnamaa |
| Created | Between 1 March 2018 and 31 August 2021 — estimated from Telegram’s id allocation, not measured. How this range is calculated. |
| First recorded | 12 August 2026 |
| Last confirmed live | 14 September 2026 |
| Measurements held | 2 |
| On Telegram | t.me/gaaddisajireenya |
Growth
| Measured (UTC) | Subscribers | Change |
|---|---|---|
| 12 Aug 2026, 03:46 | 13 | no change |
| 7 Aug 2026, 13:45 | 13 | first reading |
Engagement
18 posts held, back to 21 September 2021 — the reader has not yet reached the start of this channel’s public history, so older posts may sit further back, unread. Read across 1 page of Telegram’s post history, 20 posts per page.
Nothing published in the last 30 days. ERR and ER are rolling 30-day measures, so there is nothing to compute — we hold 18 posts for this entry, the most recent from 8 May 2025. An engagement rate over an empty window would be a number about nothing.
What this channel posts
- Photos
- 36
- Links
- 39
Lifetime counters from Telegram’s own channel header, read 12 August 2026 — not the date at the top of this page, which is when the subscriber count was last read. Below Telegram’s rounding threshold, so these counts are exact.
Recent posts
🇺🇸 Unka 17 DV'n ittiin guutamu fi akkaataatti guutamu 1. Maqaa akaakayyuu(Ingliffaan) 2. Maqaa kee(Ingliffaan) 3. Maqaa abbaa(Ingliffaan) 4. Saala 5. Ji'a keessa dhalatte 6. Guyyaa dhalatte 7. Bara dhalatte 8. Bara dhalootaa kee Akka lakkoofsa Itiyoophiyaa moo Awurooppaatti barreessite? EC or GC? 9. Magaalaa keessatti dhalattee 10. Godina amma keessa jiraattu 11. Magaalaa amma keessa jiraattu 12. Maqaa Naannoo(Regio…
🍊 BURTUKAAN 🧡 💗Fuuldura mana isaanii osoon darbaa jiruu balbala banattee gadi baatee, foolii qabbanaa'an, urgaa'u tokko ishee dursee gadi ba'ee nannookoo guuteeraa. Daawwannaaf akka ta'utti dura darbuu dhiiseen duuba ishee bu'ee. Isheemaa xiqqoo mana irraa siqu, mucaa xiqqoon umuriin waggaa 8 taatu, diiminaa fi dheerina rifeensaan isheema fakkaattu "Burtukaan Burtukaan..." jechaa mana isaanii keessaa bilbila hark…
#Itiyoophiyaan humna Ittisa qilleensarraa kamuu sadarkaa kamittuu qolachuu kan isii dandeessisu raadara hammayyaatin biyya faayamteedha!! Ammaan booda Daangaa qilleensa, Itoophiyaa keessa #Simbira_Balaliitu illee Addaan Fe'ee kan mullisu, Diinotni Itoophiyaas amanuuf kan rakkatan, #Raadaariin_Ammayyaa, Mootummaa Raashiyaatiin Itoophiyaadhaaf kennamuunsaa beekameera!.......👇
Firii qormaata ministry keessan laalachuuf linki kanaan galuun #join godhaa @gaadisa_jireenya
Firii qormaata ministry keessan laalachuuf linki kanaan galuun #join godhaa @qormata_ministry
SAAYIKOLOOJIIN AMALA NAMAA BAKKA GURGUDDOO SADITTI QOODA 1. Passive_person ( Suutee) Namni kun yeroo hundaa mooyamaadha, waan namni je'e hunda tole je'ee fudhata, waan isaaf ta’u adda baasee hin beeku, waanuma namni godhe godhuu barbaada.Ofitti amanamummaa hin qabu, waanuma sirrii dalagee yoo ati sirrii miti jetteen ee sirrii moti siin je'a. Namni akkasii kun jireenyi isaa kufaadha. 2. Aggressive_person (Ofittoo) N…
#Filannoo_University #Barattootaaf Hedduun Keessan Foormii fudhattanii jirtu, waan hedduu ijoollema hedduurratti waan argeef, Yunivarsiitii kam guuta? Field kamtu #University ani filadhaa jirutti kennama? Kan jedhu irratti namni hedduun cinqamuu maltu mee ani gorsa gabaabaa isiniif haa kennu!! #Dhaamsa + #Barattootaaf 1. Hedduun barattoonni #Medicine fi #AAU finfinnee University jalqabarratti filata, garuu hin argata…
#Barattootaaf #DHAAMSA #DHAAMSA isin hundi keessanuu University galuu ni barbaaddu, garuu namni galuu hin barbaanne baayyeen waa jiru natti hin fakkaatu. Akkasumas baayyeen keenya ammoo field gaarii galuu barbaaddu akkasuma gariin ammoo university gaarii galuu barbaaaddu, sirriidha namni hunduu waanti hawwii isaa osoo guuttameefi ni fedha kun ammoo kan siif guuttama haalaa fi yeroo kee wajjiin yoo deemteedha akkasu…
Barattoota Qormaata Kutaa 12ffaa Fudhattan Hundumaaf! Rabbiin Isin Wajjiin Haa Ta'u. Waan Isin Dagattan Isin Haa Yaadachiisu. Qalama Keessan Keessa Barakaa Haa Kaa'u. Harki Keessan Deebii Malee Hin Barreessin. Dogongora Irraa Isin Haa Tiksu. Qalbii Teessanis Gad Haa Dhaabu. Firii Gaarii Kan Argattan Isin Haa Taasisu. Dhaamsa: Qalbii Keessan Rifaatuu Garagaraa(Tension) Irraa Qulqulleessaa.
Ati Baallee qabda! Hoo'istee danfistee, Atuu wahiif ol keessa. Anoo maafan dhiqadhee, Ittiin of bobeessa. Akka boru himuuf tolutti, Onnee guutuun qalbisee. Gochaa kee har'aa, Hin ilaalu salphisee. Ati baallee qabda, Barrisuu keen beeka. Lukkuu keenya fuuteemmoo, Bakka qubattun eega. ©Amiin Waaree @waamarakoo
Manni Maree Ministerotaa Itoophiyaa guutummaa biyyattiitti hojiirra kan oolu labsii yeroo muddamaa akka labsamu murteesse. via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3mCyw55
Showing the 12 most recent of 18 posts we hold for @gaaddisajireenya. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.
Mentions
Names
Channels on the register whose handles appear in this channel's posts.
A mention is a weaker signal than a forward and is counted separately for that reason — naming a channel is not republishing it, and a handle in a post body is easy to place deliberately. The post counts beside each row below are distinct posts in which the handle appeared, from posts we have read on both sides — the “Named by N registered channels” figure above is a different count, of distinct NAMING CHANNELS rather than posts, and is not the sum of the rows under it.
Handles this channel named that no longer answer
- Dead references
- 6
- handles named in this channel’s posts, vacant today
- Evidenced gone
- 0
- we ourselves saw one of these resolve, at some point
- Never seen alive
- 6
- vacant every time we have ever looked
@gaaddisajireenya named 6 handles that resolve to nothing today. That is a fact about the reference, not necessarily a fact about the handle’s history — see the two groups below.
Most of these may never have existed as a live channel at all. A handle a channel names can be a typo, an aspirational name nobody registered, or a channel that was already gone before this one ever mentioned it. Unless a row below is marked evidenced, all we know is that it references a handle that is not a live channel today — not that anything “died”. How this is measured.
Never seen alive
References a handle that is not a live channel — we have no record it ever was one.
named in 1 post, 13 August 2026 – 13 August 2026
named in 1 post, 13 August 2026 – 13 August 2026
named in 1 post, 13 August 2026 – 13 August 2026
named in 1 post, 13 August 2026 – 13 August 2026
named in 1 post, 13 August 2026 – 13 August 2026
named in 1 post, 13 August 2026 – 13 August 2026
Cite this entry
A live page changes as we take new readings, so a citation should name the measurement it is based on, not just the URL. The line below cites the subscriber count as measured 12 August 2026 — this entry's latest reading, not the date you are reading this.
“Gaaddisa jireenya” (@gaaddisajireenya), 13 subscribers as measured 12 August 2026. Telegram Register, tgregister.com/channel/gaaddisajireenya.
Full measurement history, CC BY 4.0. Every reading this register holds for this entry, not just the latest one, as a dated, downloadable record: CSV · JSON. Free to use with attribution to tgregister.com. Each file carries its own generation timestamp, which is the figure to cite for exactly when the data was retrieved.