6 Aug 2026, 17:22 UTC4 viewsread 11 August 2026 Huumna jaalala keetiin
Onneen koo na iddamee
Dirra lafaa gubbaarratti
Yaaddoo keen dhibamee
Of biraa yoon si dhabu
Yaanni koo na goolamaa
Gammadee hin jiraadhu
Mirga jiruutiin sarbamaa
Onnee koo gubbaarratti
Suuraa keetu kaafamee
Siitu na keessa qabaam.
Gamoo warqeen jaarame
Galaa jireenya guutuu
Siitu naaf guduunfaa
Morma kee jala lixeen
Foolii jireenyaa suufaa
Si'eeysituu biyya lafaa
Siin bareeda jiruun koo
Sii…
Signed Ahmedin Sheka
6 Aug 2026, 17:22 UTC4 viewsread 11 August 2026 Gaafa teenyaa malee
Waliif hin qabne jibba
Gaafa xiqqaa guddan
Daandiiti yaa'e sirbaa
Gaafa dhiiraa dhalaan
Afaan takkon dubbate
Bara xiqqaa guddaan
Yaadaan wal hubate
Gaafa wal dhageenye
Jaalalaan tokkoomne
Gaafa geebaan galuuf
Hawwiin obboloomne
Gaafa huumni keenya
Irree diinaa naasisee
Aangoo wayyaanotaa
Surree dhume taasise
Gaafa daboon shiraa
Naannoo somaaleetti
Gochi ta'uu hin qabne
Raawwatame nurratti
Suu…
Signed Ahmedin Sheka
8 Jan 2026, 21:30 UTC14 viewsread 11 August 2026 https://vp.poppolive.com/ecRRHc Download the app to meet more interesting friends from all over the world! My ID:71734659
Signed Ahmedin Sheka
8 Jan 2026, 20:34 UTC13 viewsread 11 August 2026 Hey friend! Join me in Ximi\'s【Invite New Streamers to Earn $10】event. Help me speed up my rewards!
Celebrating Ximi's anniversary, we're having a chance to win an iPhone 16 Pro Max for $1. Come try your luck!
Download Ximi APP and use my invite code at signup: [YV5YJ8]. Help me get $10 and you\'ll also get $10.
📲 Download Ximi now: https://www.hkseeme.com
Signed Ahmedin Sheka
6 Oct 2025, 11:13 UTC21 viewsread 11 August 2026 https://www.tiktok.com/@hashim27721/video/7557074322574068999?_r=1&u_code=emaha4i4j20520&preview_pb=0&sharer_language=en&_d=djj7kmihbe272c&share_item_id=7557074322574068999&source=h5_m×tamp=1759749068&user_id=7548881539657171973&sec_user_id=MS4wLjABAAAAgLFUIwmscQxc_h8u0-HJjK33rjcZwY9uvmXfsk1nE95gwNc3x_4JAoJakm0Ntmpl&social_share_type=0&utm_source=copy&utm_campaign=client_share&utm_medium=android&share_iid=751069…
Signed Ahmedin Sheka
11 Sept 2025, 15:13 UTC21 viewsread 11 August 2026 Yeroo imalaaf Xiyyaara seennu paayileeticha akka nagaan nu balaliisuuf osoo isa hin argin ykn waan inni kokkpit keessatti hojjetu osoo hin beekin. Guutummaatti amannee waliin imala seenna
● Dooktaroota yeroo yaala baqaqsanii qaamoolee keenya hodhuu fayyaa fooyya'aa ta'eef osoo dhuunfaadhaan isaan hin beekinillee. Ni amanna
●Mana rifeensaatti, nuti fedhidhaan yookiin mormaa mana rifeensaatti ni galchina akka nu shawwa…
Signed Ahmedin Sheka
11 Sept 2025, 15:12 UTC17 viewsread 11 August 2026 Cimina amansiisaa qabaachuu jechuun hin qoramtu jechuu miti.
Jireenyi biyya lafaa rakkoo fi dhiphinaan kan guutamedha, garuu ofitti amantummaa fi Xiyyeeffannoo gaarii waliin turuun injifannoon kan keenya ta'uu mirkaneessa
akkasumas Ofii kee qofa waliin of madaali. Seenaa namaa guutuu hin beektu, akka isaanii gaarii ta'uu dhabuu keetiif yakkamummaan hin barbaachisu. Hundi keenya daandii mataa keenyaa irra deemna akka…
Signed Ahmedin Sheka
11 Sept 2025, 15:09 UTC12 viewsread 11 August 2026 Gaafa rabbiin jalqaba kee
Dhabamarraa argamsiisu
Gaafa dhiphina sii ballisee
Gogaa torban siif uwwisu
Gaafa bifa tahuun ilaalee
Hargansuu isaa siif laatee
Gaafa guyyarraan dabalaa
Bishaan irraa nama taate
Gaafa san khobu teessee
Ofii keetiin bashannantaa
Ofumaa ofitti gammaddee
Hamilee kee of wal'aantaa
Baatii sagal garaa teessee
Yeroo kankee raawwatama
Biyya lafaa gubbaa taa'uuf
Hayyamni kee siif laatama
Yoo san…
Signed Ahmedin Sheka
11 Sept 2025, 15:08 UTC10 viewsread 11 August 2026 GORSA JIREENYA JIJJIIRRU EEGEREE KEE JIJJIIRRU
👇
1. Jireenya kee ammuma irraa eegaltee jijjiiruuf humna qabda. "Yeroo milkaa'ina hin qabne" hin eeginaa. Yeroon milkaa'ina hin qabne yeroo ati jechaan malee gochaan hin hojjanneedha. Tarkaanfiin xiqqaan gara fuulduraatti fudhatu hundi humna akka ijaaru beekuudhaan imala kee ofitti amanamummaadhaan hammadhu. Har'a jalqabi guyyaan tokkoon tokkoon abjuu keetti si haa dh…
Signed Ahmedin Sheka
11 Sept 2025, 15:08 UTC10 viewsread 11 August 2026 13. Humna fayyisuu qabda. Dhukkubbiin miiraa yookaan qaamaa haa ta’u, humna fayyisuu fi gara fuulduraatti tarkaanfachuuf si keessa qabda. Yeroo barbaachisu gargaarsa barbaadi, garuu dandamachuu kee amanadhu. Adeemsa malee fiigicha akka hin taane beekuudhaan gara laafinaafi bakka fayyisuuf ofiif kenni.
14. Imala kee namoota biroo wajjin wal hin madaalin. Daandiin kee addatti kan kee yoo ta’u, yeroon nama hundaas …
Signed Ahmedin Sheka
11 Sept 2025, 15:06 UTC16 viewsread 11 August 2026 Ejjennon, waan itti jiraatan beekuudha. Waan itti jiraatan irratti eenyummaa hin raafamne qabaachuudha. Waan qabanirratti shakkii osoon taane, amanamummaa cimaa irratti horachuudha. Itti milkaa'uudha.
Ejjennoo hinraafamne qabaachuun, ilaalchota dadhaboo naannoo keenya jiraniif fakkeenya ta'uudha. Ejjennoo ofiirratti cichoomanii argamuun kabaja, guddummaadha; bilchina.
Atiin waan itti amanteef, itti jirturratti kut…
Signed Ahmedin Sheka
26 Aug 2025, 21:50 UTC21 viewsread 11 August 2026 Jireenya namoota waliin addunyaa kana gubbaa jiraattu keessatti jibbitoota jireenya kee irratti qabaachuu kee amani, yeroo ati walitti hidhata yookiin hariiroo namoota jireenya keetiif
hin barbaachifne addaan kuttuus ta'ee ykn immoo yeroo yaaluu keessatti kufaatii salphaa wanta fakkaatu wa'ii si qunname waan ati keessa jirtu utuu hin beekin.waa'eekee yaada hamaa qabatanii,
taa'anii si hamatu,
Wanti gaariin,duuti jir…
Signed Ahmedin Sheka
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @gaaddisa_jireenya. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.