31 Jan 2026, 07:30 UTC262 viewsread 6 August 2026 Forwarded from @KennaapostPhoto
Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu
Ati inni amma barreeffama kana dubbisaa jirtu kun "Of malee nama biraa hin qabdu, jalqaba ofii keetiif bakka kenni, maaluu dura of jaaladhu, rakkoo diinii fi duniyaa kamirraahuu of eegi, sumatu ifiif jira.
Qaamni biraa erga ati jiraattee booda, namni si jaalachuu fi si jibbuufis, si kabajuu fi si xiqqeeysuufis, si faarsuu fi si arrabsuufis .....jalqaba ati jiraachu…
Signed Abdul-Aziz️️️
24 Jan 2026, 05:28 UTC253 viewsread 6 August 2026 Forwarded from @KennaapostPhoto
Guyyaa Jumu'aa gara Asrii jirra!!!
Yeroo itti du'aa'iin akkaan qeebalamtu waan ta'eef du'aa'ii jabeeysaa!!!
Rabbiin arjooma isaatiin nama mana isaa kana ziyaaree arkaana shanan guuttatu nu haa taasisu!!!
Yaa Allaah hajjii dhaquu nuuf mijeessi, rizqii barakhaa qabdu tan ittiin aakhiraa carraaqqannu nuuf kenni.
Yaa Allaah gabroottan kee rakkoo fayyaa, rakkoo iimaanaa, rakkoo hiyyummaa , rakkoo maatii.......qaban …
Signed Abdul-Aziz️️️
1 Jan 2026, 05:24 UTC293 viewsread 6 August 2026 Photo
Assalamu'aleeykum warahmatullahi wabarakatu
Jaalatamoota fi kabajamoota Obboleeyyan kiyyaa kanneen fuul-barruu channel kana jalatti argamtan fi barruun channel kana isiin qaqabu hundinuu lafa jirtan cufatti nageenyii Allaaha isiin waliin haa jiraatu.
Akkuma beekamu kaayyoofi akeekni keenya hanga dandeenyeen, Toltuu walii dhaamufi, Hamtuu irraa wali dhorkuudha.
Dhiyeenya sababoota garagaraatiin akka durii ergaa kee…
Signed Abdul-Aziz️️️
6 Dec 2025, 21:13 UTC979 viewsread 6 August 2026 ERGAA Of-eeggannoo!!!
■■■■■■■■■■■■■
●Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhuu, Obbolewwan keenya kabajamoo. Dhiyeenya kana hattoonni/Hacker hedduun account telegram nama baay'ee too'achaa jiru.
■Jalqaba linkii wantoota baalagee ta'an fakkaatu group irratti ergu, sana booda yoo ati dogoggorteetuma tuqxe gara bot ta'eetti si geessanii start godhi siin jedhu. Yoo ati start goote kana booda ati telegram kee sa…
Signed Abdul-Aziz️️️
28 Sept 2025, 12:31 UTC359 viewsread 6 August 2026 Photo
﴿ مَّا يَلْفِظُ مِن قَوْلٍ إِلَّا لَدَيْهِ رَقِيبٌ عَتِيدٌ.}
{ Tiksaan itti dhihaataan isa bira jiraatu malee jecha tokkoyyuu hin dubbatu.}
Wanni ati dubbattu hundi si jalaa barreeffamu jirti jechuu hin irraanfatin.
Sufiyaan Assowriin barattoota isaatiin akkana jedhe:
“Osoo isinii wajjiin basaasni mootummaaf dubbii teessan geessu jiraatee, waan mootichi jibbu ni dubbattanii jedheen ?”
Lakkii jedhaniin..
“Isinii wajj…
Signed Sano Haji
26 Sept 2025, 10:17 UTC293 viewsread 6 August 2026 فضل الصلاة على النبي يوم الجمعة
قال رسولُ اللَّه ﷺ: إنَّ مِن أَفْضلِ أيَّامِكُمْ يَوْمَ الجُمُعةِ، فَأَكْثِرُوا عليَّ مِنَ الصلاةِ فِيهِ، فإنَّ صَلاتَكُمْ معْرُوضَةٌ علَيَّ. آلَلَهّمً صّلَ وٌسِلَمً وبًآرکْ عٌلَيَکْ يَآ حًبًيَبًيَ يَآ رسِوٌلَ آلَلَهّ
يقول عمر بن الخطاب :- لو علم المؤمنون فضل الصلاه ع النبى ﷺ، لما كفت ألسنتهم عنها كل حين اللَّهُمَّ صَلِّ وَسَلِّمْ وَبَارِكْ على نَبِيِّنَا مُحمَّدﷺ. ♡
مَنْ …
Signed Sano Haji
25 Sept 2025, 13:28 UTC262 viewsread 6 August 2026 من الإيمان بالغيب إنك لما تقول:
[ سُبحان الله وبحمده ]
تكون موقِن إن دلوقتي بيتزرعلك نخلة فـ الجنة!🌱💚💚
-د. أحمد عبد المنعم.
https://t.me/+fVh0QVZip6Y2YTA0
Signed Sano Haji
18 Sept 2025, 10:43 UTC314 viewsread 6 August 2026 ☆☆☆﷽☆☆☆
✍ الحسن البصري ......👳♀
《وذكر للحسن البصري رجل يخرج من النار بعد الف عام 》فبكى😭 الحسن فقال : ياليتني مثل ذالك لرجل 😢
🌸 Gaaf tokko Hasan al Basriidhaaf "Namni tokko ni jiraa bar! kan eega waggaa kuma tokko ibidda keessatti gubatee booda... achi keessaa baafamu" jedhanii himan.
😭Hasan booyee akkana jedhe: aah! hawwii kiyya osoo akka nama sanii ta'ee😢jedhe.
👆Imaamni hagas gahu yoo akkanatti of sodaate... anaa…
Signed Sano Haji
7 Sept 2025, 10:56 UTC374 viewsread 6 August 2026 Barnoota Qur'aanaa Namootni Barbaaddan Asiin Garee Imo Kana Seenaa!!
🌹👇👇👇
We're talking about "Al-Bayaan: Dursa Qur aanaaf Kennina Koottaa Hiika Isaa Waliin Baradhaa!!. Click the link to join us! https://s.imoim.net/jTATWN?from=copy_link
Signed Sano Haji
6 Sept 2025, 20:46 UTC357 viewsread 6 August 2026 Beeksisa
As-salaamu'aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuh!
Fedha Rabbiitiin Barnoota "Afaan Arabiffaa" Dilbata Boruu Ni Eegalla!
https://t.me/+fVh0QVZip6Y2YTA0
Signed Sano Haji
26 Aug 2025, 10:17 UTC378 viewsread 6 August 2026 Forwarded from @AlQuranAcademy1
Https://t.me/AlQuranAcademy1
Signed Sano Haji
18 Aug 2025, 17:55 UTC422 viewsread 6 August 2026 Seenaa!
👇👇👇
Hey! Join our live stream: https://t.me/+fVh0QVZip6Y2YTA0
Signed Sano Haji
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @fazakkir. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.