26 Aug 2026, 18:20 UTC172 viewsread 25 September 2026 Dubartiin Ogeettiin jecha isheetiin mana ijaarti; jechi hamaan garuu onnee ni madeessa.
Jechi humna guddaa qaba. Jechi gaariin abdii ni laata, jaalala ni cimsa, nageenyas mana keessatti ni uuma. Jechi hamaan garuu onnee ni madeessa, wal amantaa ni laaffisa. Kanaaf dubartiin Ogeettiin yeroo hunda jecha kabajaa, jajjabeessaa fi jaalalaa qabu filatti. Jechi gaariin guyyaa tokko qofaa utuu hin taane, maatii guutuu ni jij…
Signed Habtamu Chala
8 Jul 2026, 18:12 UTC377 viewsread 25 September 2026 WAAQAYYO IRRA DHALACHUU KEENYAAN DAANGAA WAAQUMMAA KEESSA SEENNE JIRRA.
Daangaa waaqummaa keessa seenne jirra. Waaqayyo irra gaafa dhalatne jalqabne daangaa mootummaa Waaqayyo keessa seenne jirra.
•Mootummaa Waaqayyo seenuuf jireenya mootummicha qabaachuu nama barbaachisa. Namni kamiyyuu jireenya waaqummaa Waaqayyo qabaachuu isaan daangaa mootummaa Waaqayyo keessa seenuu nidanda'a. Namni Waaqayyo irra DHALACHUU isa…
Signed Habtamu Chala
30 Apr 2026, 16:45 UTC419 viewsread 25 September 2026 #re_post
Ahahahaha Fayidaa Wiskii🍻🥂
🗣Guyyaa tokko Boonaan Turinaa galgala hirbaata hoteelatti Affeere, erga hirbaata nyaatanii booda Boonaan akkana jedheen
Boonaa👨💼: waan dhugnu Alkoolii keessaa wiskiin🥂 nuuf haa dhufu?
Turinaa👩💼: lakkii ani Wiskii hin Dhugu, wiskiin miila(luka) kootiif gaarii miti
Boonaa👨💼: miila sirraa mura moo si dhukkubsa?
🗣Turinaan yoo maal jetteen gaariidha sitti fakkaate?
Turinaa👩💼:…
Signed Habtamu Chala
3 Jan 2026, 06:51 UTC519 viewsread 25 September 2026 Giftii koo;
Jireenyi kaleessaa
Taatewwan ta'aman
Imalli fageenyaa
Bakkeewwan ga'aman
Dubbiin mimi'aawaan
wal wajjiin hasaafne
Biqiltuun jaalalaa
wal wajjiin akaafne,
Waliin waa karoorsaa
Gulantaan darbine
walumaan kudhaamaa
Abjuun nu argine
achii;
Lafaa kaanee
Abjuun seenessine
Abdii walitti horaa
faara waliif tolaa
karaan dheeressine
Itti hubattee hin yaanne
Hin qalbifneef malee
Anaaf jireenyuma
Yaadannoowwan ka…
Signed Habtamu Chala
18 Dec 2025, 05:51 UTC437 viewsread 25 September 2026 Garuu namni gaafa ofii osaa dhiisu inniyyuu ykn isheeniyyuu of dhiisteedhaan namni biraanis dhiisuu waan danda'uuf of kununsuudhaan hidhata gaa'ela keetii mo'achuun urgeessuun waa dansa.
7. UUMAMA DO'ACHUU AMALEEFADHAA!
Suuraa yeroo cidhaa miidiyaa hawwaasummaatti maxxansuun bartee amaleeffatameedha. Sana kan darbe gaafan yaadu garuu, jireenyi gaa'elaafi Atiripoloojistii waa muraasa wal fakkaatee natti argama. Jec…
Signed Habtamu Chala
18 Dec 2025, 05:51 UTC401 viewsread 25 September 2026 Gufatee Bitintiruu gaa'ela jamana keenyaatiif Sababni qabxiilee 7n kana hubachuu dhabuudha.
Shamarranniifi Dhiirotni Qabxiilee 7n Kana Utuu Wal Qixa Hubatanii Wal Hin #LOLAN Wal Hin #GOOLANIS
Waggoota miliyoonaan lakkaa'aman dura bara lafti uumamtee bosonniifi bineensotni qofti jiraatansanatti Waaqayyo namticha Addaam jedhamu jannata keessa gaafa kaa'ee 'Addee' koo har'a ergamootaa wajjin Bosona, Bineensota, Bish…
Signed Habtamu Chala
17 Dec 2025, 17:44 UTC343 viewsread 25 September 2026 Waaqni...
Dhoqqee jaalalaa laaqee
Gidduu isaa gargar saaqee
Bobbocasaan si abuuree
Simboo fuula keetii suuree
Uumama'rra caalchisee si uumee
Akkan si jaalluuf seera tumee...
Giiftiin jaalalaa
Calaqqiftuun halaalaa
Akkan ishee hawwe beektee
Hidhiiwwan haphiitiin seeqxee...
Ilkaanni ishee toora galee
yoo mul'atu
Qalbiin goge, ka'ee kan latu
Gororashee yoo suufani
Dhungatanii hin quufani
Uumama harka Waaqaa taatee
Yaann…
Signed Habtamu Chala
11 Aug 2025, 20:14 UTC479 viewsread 25 September 2026 #NAMA_KAAYYOO...!!!!
==================
Namni kaayyoon guddaa...
Maraataa fakkaata.
Yeroo karaa deemus...
Kophaa dudubbata.
Ilkaan isaatiin seeqee...
Sammuun dhukkubsata.
Garaan isa ciinca'ee...
Madaa kulkulfataa!!!!.
~~~~~~
Miilli isa sorooroo...
Keessa isaatti hokkola.
Qaamaan asi ta'ee...
Yaadaan gaara oola.
Addunyaa naanna'ee...
Hundumaa xiinxala.
Abjuudhaan herreegee.…
Signed Habtamu Chala
5 Aug 2025, 09:54 UTC413 viewsread 25 September 2026 𝐇𝐈𝐍 𝐄𝐉𝐉𝐈𝐍 YOO_EJJITE_MOO_DAFII_DU'I!
<><><><><><>═────═<><><><><
~ Sammuu dheedhii lafa itti qabaa hin qabne , amalli foonii kan irraa hin qoorree fi gorsa kan hin fudhanne ta'anii , garuu namoota gorsuuf immoo waajira banatanii , beeksisa , KOTTAA ISIN GORSINAA ! '' Jedhu maxxanfatanii taa'u.
~ Hoogganaa sabaa cimaa of se'u ; garuu ofii isaanii fi maatii isaanii iyyuu bulchuu hin dandanye.
➥Jechi hin ejjin jedh…
Signed Habtamu Chala
3 Aug 2025, 19:18 UTC337 viewsread 25 September 2026 ♦️HIIKKAA MAQAA MACAAFA QULQULLUU KEESSAA MURAASA ISAANII!
1. Abrahaam ~> Abbaa Saba baay'ee!
2. Addam ~> Nama diimaa!
3. Alaazaar ~ Gargaarsa Waaqayyoo!
4. Amooz ~> Nama ba'aa qabu!
5. Asteer ~> Urjii!
6. Barnaabaas ~> Ilma jajjabeessu!
7. Beeniyaam ~> Ilma harka mirga koo!
8. Daani'eel ~> Waaqayyoo Abbaa murtii dha!
9. Dibooraa ~> Kaannisa!
10. Efreem ~> Horuu!
11. Elii ~> Ol kaasuu!
12. Eliyaas ~> Waaqayyoo goof…
Signed Habtamu Chala
17 Jun 2025, 07:28 UTC370 viewsread 25 September 2026 Lola Israa'elii fi dhufaatii Kiristoos!
...
Mee dhoksaa muraasa dhimma Dhugaa Macaafa Qulqulluu fi Israa'el irrattii kana haa ilaallu.
Macaafni Qulqulluun harki caalu, waa'ee saba Ofiisaa Israa'el dubbata. Dubbiin Sagalee Waaqaayyoos “Kunoo, Inni Israa'elin eegu, matumaa hin mugu, hin rafus” (Far. 121:4) jechuudhaan, addunyaa kanarratti namootni Israa'eliin jibban akka jiraniifi, garuu immoo eegumsa niwuukileriin al…
Signed Habtamu Chala
1 Jun 2025, 04:22 UTC359 viewsread 25 September 2026 haamileenkee gaafa cabduu
waan ilaaltu gaafa dhabduu
yeroo dhabaa wanta buttuu
gaafa sareen sitti duttuu ...!
~
warri fagoo warri dhiyoo
warri keessaa warri xiyoo
si gargaaruuf warri gitu
xaxaa keef wadaroo bitu
~
kolfi dhufee yoo si dhabuu
imimmaanni yoo si qabuu
~
hiriyaan kaleessa waamtu
waa mara kan itti dhaamtu
yoo wal'aalu karaa kee
atis ilaaltee mara,
hin …
Signed Habtamu Chala
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @fasgdg. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.