10 Apr 2024, 11:56 UTC≈1,070 views4 reactionsread 7 August 2026 ❥❥ ᏴᎪᏀᎪ ᏀᎬᎬՏՏᎪΝ! ❥❥
🌼እንኳን አደረሳችሁ🌼
Hiriyoonni, Obboloonni koo jaalatamoo fi kabajamoon, akkasumas hordoftoonni amantaa Islaamaa hundi Baga ayyaana IIDAL-FAXIR waggaa 1445ffaatin isin ga’e! EID-MUBAREK! Ayyaana Gaarii!💐♥️
💕💕💕💕 ËIĐ🌹MŮBÄŖËĶ💕💕
❤️❤️ AYYAANNI KUN KAN NAGAA ,❤️ GAMMACHUU,❤️ FI KAN ❤️JALAALA ❤️HUNDA KEENYAAF❤️ HAATA'U .❤️❤️
#🅰🆈🆈🅰🅰🅽🅰_🅶🅰🅰🆁🅸🅸!!
ËIĐ🌹MŮBÄŖËĶ
❤️❤️❤️❤️❤️❤️
👏3❤1
Signed Maaranaataa 27 Anti-MicroChip
21 Dec 2023, 19:42 UTC≈1,100 views0 reactionsread 7 August 2026 ☞ Sababaa addaa addaattiin waanan badee tureef dhiifama jecha.
Namoonni maal tate jettanii na gaafacha turtan hundumtii keessan galatooma.
☞Guyyaa kana jalqabee odeeffannoo gara gara isiniif dabarsaa kan woliin ittii fufnu ta'uu koo isiin beeksiisa.
☞ Odeeffannoo dabalataaf Fuula Telegirami keenya Join,Add fi Invite hiriyoota kessaan gochuun nuu hordofaa iccitii seexanaa saxilaa namotaa iccitii kanaa hin beekneef s…
Signed Maaranaataa 27 Anti-MicroChip
15 Aug 2023, 17:18 UTC≈1,820 views3 reactionsread 7 August 2026 ♥Baay'isanii hadheffachuun/gumguumun Seexanaaf gugguufanii akka sagaduuti.
Yoo toles yoo toluu baates yoo ta'ees yoo ta'uu bates galataa waaqayyoo jechuu haa barruu/haa shakalluu።🙏❤
♥ Halkan_Gaarii🙏
❤3
Signed Maaranaataa 27 Anti-MicroChip
15 Aug 2023, 16:57 UTC≈2,110 views10 reactionsread 7 August 2026 ⏭️ICCITII ILLUMINAATII(666)
⏭️⏭️⏭️⏭️⏭️⏭️⏭️
Re-Post
━━━━━⊱✿⊰━━━━━
➡️Sodoomummaa ykn walquunnamtii saal-tokkee (LGBT)
√ Kaayyoowwan ILLUMINAATIIN ittiin dhalootaa kana daandii waaqayyoo irraa dabsee karaa ofii isaa irraa hiriirsu keessa tokkoo Sodoomummaa baballisuu dha.
➡️Eyyamaa dubartoota eguu dhisuu ykn safuu eguu dhisuu .
Dani 11:38 dhugan iccitii kana macafaa qulqulluu keessatti barreefame ni a…
👍5❤2👏2🎉1
Signed Maaranaataa 27 Anti-MicroChip
7 Aug 2023, 07:23 UTC≈1,660 views6 reactionsread 7 August 2026 AKKAM JIRTU?
Waa'ee homosexual (gay) (saala wal fakkaataa) maal beektu?
Barreefama kana hanga xumuratti dubbisi!
Dhihoo kana akkuma miidiyaa hawaasaa adda addaa irratti mul'ataa jiru, namoonni ani saala koo kan Waaqayyo naaf kenne osoo hin ta'in saala koo anatu filata; namoonni jedhan baay'achaa jiru.
Akkasumas Finfinnee keessatti hoteela haaraa gamoo guddaa baankii daldala Itiyoophiyaa keessatti banamee jira. Hot…
❤4👍2
Signed Maaranaataa 27 Anti-MicroChip
5 Aug 2023, 09:51 UTC≈1,160 views5 reactionsread 7 August 2026 Photo
❖ ICCITII ILLUMINAATII(666)
“Namni tokko akka nama dubartii bira ga'utti dhiira bira yoo ga'e, isaan lamaanuu wanta ciiggaasisaa waan hojjetaniif, mama malee haa ajjeefaman! Dhiigni isaaniis mataa isaanii irraa haa barbaadamu!”
— Lew. 20:13
“Ati akka nama dubartii wajjin ciisutti dhiiraa wajjin hin ciisin! Kun wanta ciiggaasisaa dha.”
— Lew. 18:22
Warri fb irra jirtan...Wanti Biyya kenya seenaa jiru nufis dhalo…
👍3🤔2
Signed Maaranaataa 27 Anti-MicroChip
5 Aug 2023, 09:46 UTC≈1,950 views2 reactionsread 7 August 2026 ☞ Sababaa addaa addaattiin waanan badee tureef dhiifama jecha.
Namoonni maal tate jettanii na gaafacha turtan hundumtii keessan galatooma.
☞Guyyaa kana jalqabee odeeffannoo gara gara isiniif dabarsaa kan woliin ittii fufnu ta'uu koo isiin beeksiisa.
☞ Odeeffannoo dabalataaf Fuula Telegirami keenya Join,Add fi Invite hiriyoota kessaan gochuun nuu hordofaa iccitii seexanaa saxilaa namotaa iccitii kanaa hin beekneef s…
👍1👏1
Signed Maaranaataa 27 Anti-MicroChip
21 Jul 2023, 22:43 UTC964 viewsread 7 August 2026 ⩩ 𝙷𝚊𝚛'𝚊 𝚌𝚑𝚊𝚗𝚗𝚎𝚕 𝚝𝚘𝚔𝚔𝚘 𝚒𝚜𝚒𝚗 𝚊𝚏𝚏𝚎𝚎𝚛𝚞𝚞𝚏👇
1. 𝙶𝚘𝚛𝚜𝚊𝚊 𝚏𝚒 𝚕𝚎𝚎𝚗𝚓𝚒𝚒
2. 𝙴𝚛𝚐𝚊𝚊 𝙶𝚊𝚗𝚊𝚖𝚊𝚊
3. 𝙱𝚊𝚛𝚗𝚘𝚘𝚝𝚊 𝚑𝚊𝚏𝚞𝚞𝚛𝚊𝚊
4. 𝙷𝚞𝚋𝚊𝚗𝚗𝚘𝚘 𝚢𝚊𝚊𝚍𝚊𝚊
5. 𝙱𝚒𝚕𝚌𝚑𝚒𝚗𝚊 𝚜𝚊𝚖𝚖𝚞𝚞
𝚔𝚊𝚗𝚊𝚊 𝚏𝚒 𝚔𝚊𝚗 𝚔𝚊𝚗𝚊 𝚏𝚊𝚔𝚔𝚊𝚊𝚝𝚊𝚗 𝚒𝚛𝚛𝚊𝚝𝚝𝚒 𝚎𝚛𝚐𝚊𝚊𝚕𝚎𝚎 𝚒𝚜𝚒𝚗 𝚏𝚊𝚢𝚢𝚊𝚍𝚞 𝚚𝚊𝚋𝚊𝚗𝚗𝚎𝚎 𝚍𝚑𝚞𝚏𝚗𝚎𝚎 𝚓𝚒𝚛𝚛𝚊! 𝙼𝚊𝚊𝚛𝚛𝚎𝚎 𝚔𝚘𝚝𝚝𝚊𝚊 𝚖𝚊𝚊𝚝𝚒𝚒 𝚔𝚎𝚎𝚗𝚢𝚊 𝚝𝚊'𝚊𝚊! 𝙶𝚊𝚕𝚊𝚝𝚘𝚘𝚖𝚊𝚊!
JOIN THE CHANNEL
« JOIN »
« JOIN »
« JOIN »
« JOIN »
👀 Itti Gammadaa!
𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢𝗧𝗜𝗢𝗡
𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬
Signed Getu Abera✟
21 Jul 2023, 22:38 UTC915 views1 reactionsread 7 August 2026 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐀𝐟𝐟𝐞𝐞𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥
ℍ𝕠𝕡𝕖 𝕡𝕣𝕠𝕞𝕠 - 02
╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗ ║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║ ║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║ ╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~
🤝 𝖡𝖺𝗀𝖺 𝖭𝖺𝗀𝖺𝖺𝗇 𝖣𝗁𝗎𝖿𝗍𝖺𝗇:
ᴋᴜᴜғᴀᴍᴀ ᴄʜᴀɴɴᴇʟ ᴛᴇʟᴇɢʀᴀᴍ ᴀʀᴍᴀᴀɴ ɢᴀᴅɪᴛᴛɪ ᴅʜɪʜᴀᴀᴛᴀɴ ʜᴜɴᴅᴜᴍᴀᴀ ғɪʟᴀɴɴᴏᴏ ᴋᴇᴇssᴀɴ ɢᴏᴅʜᴀᴅʜᴀᴀ!
👇👇👇
❏ sᴀɢᴀɴᴛᴀᴀʟᴇᴇ ʙᴀsʜᴀɴɴᴀɴsɪɪsᴏᴏ
❏ ǫᴏᴘʜɪɪ ғɪ ʙᴀʀsɪɪsᴀ ᴅɪɴǫɪsɪɪsᴏᴏ
❏ ᴇʀɢᴀᴀ ɢᴜʏʏᴀᴀ ɢᴜʏʏᴀᴀ
❒ ʜᴀᴀʟᴅᴜʀᴇᴇ ᴍɪʟᴋᴀᴀ'ɪɴᴀᴀ
❒ ᴡᴀʟᴀʟᴏᴏ ғɪ ᴀᴀʀᴛɪɪ
❒ ᴅᴜʙʙɪɪ ʜᴀʏʏᴏᴏᴛᴀᴀ 𝔣𝔦 𝔨𝔞𝔫𝔫𝔢𝔢𝔫 𝔟𝔦𝔯𝔬𝔬 𝔮𝔞𝔟𝔞𝔫𝔫𝔢𝔢 𝔦𝔰𝔦𝔫 𝔢𝔢𝔤𝔞𝔞 𝔧𝔦𝔯𝔯𝔞!
𝔎𝔲𝔫𝔬…
❤1
Signed Getu Abera✟
18 Jul 2023, 23:00 UTC783 viewsread 7 August 2026 ❏ Channel keenya har'aa kanaan Maxxansa isin fayyadu hundumaa argachuu!
👀👇👇👀
█▀▀▀▀▀▀▀▀▀▀▀▀█
║ 🌹🌹🌹
║ 🌹🌹🌹🌹
║ 🌹🌹🌹🌹🌹
║ 🌹🌹🌹🌹🌹🌹
║ 🌹🌹🌹🌹🌹🌹
║ 🌹🌹🌹🌹🌹🌹
║ 🌹🌹 🌹🌹🌹
║ 🌿🌹🌹🌿
║ 🌿🌿
║ 🌿
║ 🌿 🌿🌿
║ 🌿 🌿🌿🌿
║ 🌿 🌿🌿🌿🌿
║ 🌿 🌿🌿🌿🌿
║ 🌿 🌿🌿🌿🌿
║ 🌿 🌿🌿🌿
║ 🌿
║ 🌿
║ 🌿…
Signed Getu Abera✟
14 Jun 2023, 21:44 UTC≈1,270 views3 reactionsread 7 August 2026 MASTURBATION
▬▬▬▬▬▬▬▬
➛ Masturbation jechuun qaama saalaa ofii tuttuquun fedhii saalqunnamtii ofii ofiin bahuu jechuudha.
➛ Yaadni masturbation sammuu keessaa jalqaba. Masturbation baargamoo guddaa hidda baay'ee qabudha. Hidda sana yoo hin ciccirre guddachuudhaan jireenya namaa irratti dhiibbaa hamaa geessisa.
Gochaalee Masturbation Dhiibbaa Jireenya Hafuuraa Namaa irratti fidan Hammam Beeknaa?
➊. Guddina hafuur…
👍3
Signed Maaranaataa 27 Anti-MicroChip
11 Sept 2022, 06:49 UTC≈4,280 views2 reactionsread 7 August 2026 🌻👏BAGA GEESSAN👏
🌻BAGA BARA HAARAA🌻
2🌻15 (7515)
👏 NAGAAN GEESSAN👏
꧁❷⓿❶5 ❷⓿❶5꧂
②⓪①5 🌻እንኳን አደረሳቹ 🌻
🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
🌻 Happy New Year!!!!🌻
🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓
😷 Kunoo wanta hamaa sodaachisaa ta'e, bu'aa bayii, tabbaa fi gaara, wanta ni darbama hin fakkaanne, wanta hamaa sodaachisaa ta'e hundumaas dabarsinee guyyaa har'aa geenyee jirra. Bara haaraa kanatti wanti haaraan, mul'anni gara hawwii fi fedhii keessanitti isin …
👍2
Signed Maaranaataa 27 Anti-MicroChip
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @farraaILLuminaatii. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.