13 Jan 2024, 11:57 UTC598 views1 reactionsread 8 September 2026 Photo
አዲስ ፓስፖርት ለማውጣት በኦንላይን ተመዝግባችሁ በቀጠሮ ቀናችሁ አሻራ እና ፎቶ ለመስጠት በተለያዩ ምክንያቶች መገኘት ያልቻላችሁ እና የቀጠሮ ቀናችሁ ከ1 – 90 ቀናት ያለፈባችሁ ከ04/05/2016 ዓ.ም ጀምሮ ዘወትር ቅዳሜ ከጠዋቱ 2፡30 – 6፡30 ሰዓት በአመለከታችሁበት የኢሚግሬሽን ቅርጫፍ ጽ/ቤት በመገኘት መስተናገድ የምትችሉ መሆኑን እየገለጽን ከ1 እስከ 60 የቀጠሮ ቀናት ያለፈባችሁ 1000 ብር /አንድ ሽህ ብር/፣ ከ61 እስከ 90 የቀጠሮ ቀናት ያለፈባችሁ 1500 ብር /አንድ ሽህ አምስት መቶ ብር/ በመክፈል መስተናገድ የምትችሉ መሆኑን እንገልፃለን፡፡
➖➖➖➖➖
💠𝑰𝒎𝒎𝒊𝒈𝒓𝒂𝒕𝒊𝒐𝒏 𝒂𝒏𝒅 𝑪𝒊𝒕𝒊𝒛𝒆𝒏𝒔𝒉𝒊𝒑 𝑺𝒆𝒓𝒗𝒊𝒄𝒆 𝑶𝒇𝒇𝒊𝒄𝒊𝒂𝒍𝒔️
🔢Off…
❤1
Signed ﷻ
28 Oct 2023, 11:42 UTC800 views7 reactionsread 8 September 2026 File
Share Yaa barataa.....By Sa'iid.pdf
Barreeffama jireenya barataa ibsu... dubbisaa....
Barreessaan
@Said_Muhammad
❤7
Signed Hâmdåñ
9 Oct 2023, 18:17 UTC≈1,980 views17 reactionsread 8 September 2026 HORTEE LATIINSA OROMOO
______
Booranii kaa Oromoti
Oromoon kaa xaboti
Xaboo kaa waaqoti
Waaqoo kaa dadhiti
Dadhiin kaa uteeti
Uteen kaa biteeti
Bitee kaa waalabuti
Waalabuu kaa jilichati
Jilichi kaa daawaroti
Dawaroo kaa hoofati
Hoofaan kaa sharati
Sharaan kaa haadiyati
Haadiyaan k…
👍14❤3
Signed HâmôūZ
5 Oct 2023, 16:44 UTC861 viewsread 8 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed HâmôūZ
5 Oct 2023, 16:44 UTC866 views8 reactionsread 8 September 2026 GUDUNFAA DHOKSAAKOO
Hidda mar’ummaanii,
Baay’ee nadandeesse
Gara laafummaani,
Baatii sagal guutuu
Garaatti na baattee,
Karaa hidda handhuurakee
Qoodakee naaf laattee,
Lubbuukoo kunuunsuuf
Teellaa namaatti haftee,
Dadhabdee dafqitee
Mogoleedhaa laaftee
Eeggannoo naaf gochuuf
Anatti dhamaatee,
Qofaakee na baattee
Dachaafi gaara baate.
Tasa siin sifaa’u
Hirqinfataa nyaatta,
Garaa gaddaan guuteen
Waaqayyoon kadhattaa,
Ya…
👍8
Signed HâmôūZ
27 Sept 2023, 10:19 UTC937 views14 reactionsread 8 September 2026 Jaalatamuuf jettee
Hin dubbatin soba
Dhuguma dubbadhu
Hiree rabbii qabaa
Dhooysitee jaalattee
Akkan uumne balaa
Booda ni gaabbitaa
Dhiiras ta'u dhalaa
Dhugaa dubbachuun
Beeki hunda caalaa
Haqas firraa eegii
Deemi karaa laalaa
Karaan sobaan dabran
Deebiin nama dhibaa
Jaalalaan daldaluun
Siif hin taatu gabaa
Onneerraa jaaladhu
Qulqulleeysi garaa
Dhugaa yoo qabatte
Qofa deemta karaa
Lubbuun yoo jaalatte
Onnee qulqu…
👍11❤3
Signed HâmôūZ
12 Sept 2023, 15:20 UTC≈1,030 views16 reactionsread 8 September 2026 🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
🌻 Happy New Year! 🌻
🌻🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🌻
🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
👏👏👏👏👏
👏👏👏👏👏👏
👏👏 👏👏
👏👏
👏👏
👏👏
👏👏
👏👏
👏👏👏👏👏👏
👏👏👏👏👏👏
👏👏👏👏
👏👏👏👏👏👏
👏👏 👏👏
👏👏 👏👏
👏👏 👏👏
👏👏 👏👏
👏👏 👏👏
👏👏 👏👏
👏👏👏👏👏👏
👏👏👏👏
…
👍7👎4❤3🔥2
Signed hâmëxø
6 Sept 2023, 08:37 UTC≈1,000 views2 reactionsread 8 September 2026 #Adab_qaliil.....😁
✍ Nama tokkotu yeroo tokko eennutu akkanatti adaba/naamusa si barsiise jedhamee gaafatame___?
yoo maal jedhe bareeda👇
👉 Naamusa namoota Naamusa hin qabne irraa baradhe jedheen....
share👇
@tafak_or
👍2
Signed hâmëxø
1 Sept 2023, 21:23 UTC≈1,220 views1 reactionsread 8 September 2026 * Dajjaal...*
G1.dajjaal amma eysa jiraata .?
D: magaala takka tan rabbi malee namni biraa hin beeyne kessa jiraata.
G2.dajjaal eega bahe booda duniyarra guyya meeqa tura.?
D: guyyaa afurtam (40)
G3.dheerinni guyyaa kanneeni akkami .?
D:guyyaan duraa kan dajjaal itti bahu dheerinii saa akka amataati,guyyaan 2ffaa akka baatiti,guyyaan 3ffaa akka torbaaniti ,guyyaan hafe akkuma guyyaa keenyaati.
G4.dajjaali wajjiin m…
👍1
Signed hâmëxø
19 Aug 2023, 08:02 UTC931 views4 reactionsread 8 September 2026 Mootummoota Itoophiyaa Bulchaa turan keessaa,
1, Teedroos Waggaa 13
2, Yohaannis Waggaa 17
3, Minilik Waggaa 25
4, Zawdituu Waggaa 7
5, Lij Iyyaasuu Waggaa 3
6, H/Sillaaseen Waggaa 44
7, Mangistuun Waggaa 16
8, Mallasaan Waggaa 21
9, Haylamaaram Waggaa 5
10, Dr. Abiy Ahimed...#
Walii galatti Waggaa 151
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
Waggaa 151 Gabrummaa mataa irratti baanneetuu…
👍2😁2
Signed réyãå__ñ
4 Aug 2023, 18:37 UTC894 views3 reactionsread 8 September 2026 👉SALAATUL JANAAZAA AKKAMITTI SAlAANNAA ❓
▶️Sheri gootu Mallee biraa hin darbin
Hedduun namaa hin beeku waan jedhamu SALAATUL JANAAZAA AKKAMITTI barumsa akkaan sirriitti barbaachisaadha
*1- Takbiiraan duraa suuratul fatihaa qara'u
*2" takbiiraan lammaffaa Salaatul ibraahimiyyaa (salawaata buusudha )
Allahumma salli ALaa Muhammad wa.alaa aali Muhammad kamaa salleyta ALaa ibraahiima wa.alaa aali ibraahiimwabaarik alaa …
😁2👍1
Signed réyãå__ñii
3 Aug 2023, 07:39 UTC737 viewsread 8 September 2026 Ammee.
Doofaa hin ta'inaa fayyadamaa
3br irraa gara 1tti deebi'eera Amma nama tokkorratti birr1 argatta invite godhi.
Jalqaba irratti tartiibaan deemaa
link jalaqabaa seenaa #start godhii achi booda channallli lamaan linkn isaa dhufa seenaa join godhaa
https://t.me/hulepay_official_bot?start=r0220857098
Chanalli isin na gaafattan kanneeni seenaa join godhaa.
1,
https://t.me/hulepay_payment
2,
https://t.me/hulepay…
Signed réyãå__ñii
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @faana_beekumsa. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.