17 Aug 2022, 16:37 UTC346 viewsread 8 August 2026 🖐Yooyyaa harka fuune!🤝
🔥Ijoollee Oromoo hundaaf🔥
✍️Jaal Laggaasaa Wagii challenge🏆
Dorgommii walaloo
📝Ulagaa dorgommichaa:-
👉Walaloo gootummaa Jaal Laggaasaa Wagii ibsu
👉Walaloo seera walaloo eege!
👉Sirna qubee fi Qub-guddeessa eeguu qaba.
👉 Baay'ina keeyyata 3-5 kan hin caallee
Turtiin🕜:-torbee tokko qofaaf
📝Ulaagaan badhaasichaa:- nama walaloon isaa jaalatamummaa olaanaa (like baay'ee) kan argate.
Badhaasa:-
1ffaa…
Signed Booniinaa
27 Apr 2022, 09:16 UTC846 viewsread 8 August 2026 Photo
Gatii-qabeessas ta e, rakasaa ta'uun filannoo keeti.
Nama biroo beekuun gaariidha;of beekuun garuu beekumsa sirriidha.
Gaaguratu kanniisaaf tolfame kanniisni gaaguraf hin uummamne.
Of-ta 'uu, of-beekuu,of-hoogganuu fi of- hubachuu walitti idaatee atis akka kee ta'uu
mirkaneeffateetta.
Kitaabicha keessa kan fudhatame! Sirna Eebba Kitaaba Xiin-sammuu mata dureen isaa
"ATIS AKKA KEE" jedhu dilbata fuldura keenya jiru …
Signed Booniinaa
8 Apr 2022, 15:42 UTC336 viewsread 8 August 2026 "Amma lafa keessaa argame, Waaqaa bu'e kan jedhu kun dubbii dhugaa miti, dubbii amanamu miti" jedhanii ture Luba Balaay.
Manni Amantaa Ortodoksii Itoophiyaa Taabota magaalaa Galaanitti tibbana argame jedhame ilaalchisee amma dura wanti jedhe hin jiru.
Signed Booniinaa
8 Apr 2022, 15:42 UTC313 viewsread 8 August 2026 "Taabota Galaanitti argame jedhameen wal-qabatee bulchiinsi magaalaa akeekkachiisa kenne"
BBC Afaan Oromoo akka Gabaseti guutumma isaa kuno 👇👇👇👇👇👇👇👇
Tibba kana dhimmi Taabota magaalaa Galaanitti lafa keessaa qotamee bahe jedhame miidiyaalee hawaasummaa irratti ijoo dubbii ta'ee tureera.
Bulchiinsa magaalaa Galaan Ganda Caffee Tumaa jedhamuun beekamutti kan mudate ta'iin miilanaa kuni ammayyuu furmaata hin arganne…
Signed Booniinaa
8 Apr 2022, 15:42 UTC227 viewsread 8 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed Booniinaa
7 Apr 2022, 17:42 UTC182 viewsread 8 August 2026 Forwarded from @QaalluuEntertainment
https://youtu.be/sZmL8lNkTTk
Signed Booniinaa
20 Mar 2022, 10:21 UTC207 viewsread 8 August 2026 ●O
Of Ilaalee - Oliifan Darajjee
Obbo Joobir - Firaa'ol Fiqruu
Oolmaa - Haacaaluu Dhugaasaa Fi Diinayaas Warquu
Obonboleettii - Dr. Zalaalam Abarraa
Of Keessa Hin Badiin - Kumaa Margaa
Oromummaa Fi Islaamummaa - Ustaaz Gaalii Abbaa Boor
●Q
Qaallicha Gaafadhu - Lalisaa Indiris Adam
Qilillee. ...... Lalikaa Kuush (Burtukaan)
Qaanqattii - Galataa Tamasguu
Qara Eeboo......... Wasanee Bashaa
Qaroo Qeerroo - Gammachiis Bu…
Signed Booniinaa
20 Mar 2022, 10:21 UTC608 viewsread 8 August 2026 Siiqqee Fi Siillee - Gamtaa Zawudee
Sansakkaa Nama Kaayyoo - Eebbaa Qananii
Seenaa Sirna Gadaa Oromoo Maccaa Hanga Jaarraa 16ffaa - ATO
Sirna Gadaa Oromoo Tuulamaa - ATO
Seenaa Qabsoo Uummata Oromoo Baalee Fi Ollaa Isaa -Huseen Indheessaa
Seenaa Hundeeffama Oromoo - Prof Tasammaa Taa'aa
Sindararuu - Abdii Alkaadir Sayid
Sammuu - Milkumaa Destaa
Sorsa - Dilgaasaa Dirribsaa
Siifileen - Boonaa Abarraa
●T
Tokkummaa - Dr…
Signed Booniinaa
20 Mar 2022, 10:21 UTC150 viewsread 8 August 2026 Dhiiga Dhiigaaf Dhiige - Dammaqsaa Firoomsaa
Du'aaf Jireenya Gidduu - Lammii Beenyaa
Dilbii Afoola Oromoo - WATO
Dhangaa - Gabii Bunoo
Dhabsuu Seenaa - Geetaahun Hayiluu
Dorrobaa Maseene - Tigist Warquu
Du'a Dhumaa - Bariinaan Jifaaraa
Dammadaamuu - Hinseenee Makuriyaa
Deemsa Qocaa - Dargaggoota Shan
Dirqama Dhalootaa - Galataa Maammoo
●E
Egeree Oromoo Fi Humna Mo'ichaa - Ofiikoo Nugusee
Eenyu Siin Jedhu? - Injiner …
Signed Booniinaa
20 Mar 2022, 10:21 UTC167 viewsread 8 August 2026 Ichima Jaalalaa= Rabbirraa Getaachoo
Irbooricha - Wabii Kabbadaa Barkeessaa
Ilkee Miliqe - Keenboon Abrahaam
Isa-Nahafee - Leencoo Lataa
Ishrak - Tamasgeen Axinaafuu
IHIM- Orooliyaanaa Daani'eel
Ilaalcha Oromoo - Dirribii Daamusee
Imimmaan Haadhaa.......... Toleeraa Fiqiruu
Imaanaa Imaltuu........ Abraahaam Tasfaayee
Iccitii Geggeessummaa - Mihratuu Shaanqoo
Ija Nan Bu'iin - Kanaa'ol Badhaadhaa
Irreecha Harsadii - …
Signed Booniinaa
20 Mar 2022, 10:21 UTC181 viewsread 8 August 2026 Kitaabota Afaan Oromoo 445 Mata Duree Isaanii fi Maqaa Nama Barressee Waliin
WaliifQoodaa (#Share) As keessaa meeqa qabdu?😳
●Barreessitoota Oromoof - Yeroo kitaaba maxxansiiftan akka mata duree kitaaaba nama biroo hin filanneef isin gargaara.
●Dubbistoota Maraaf - Kitaaba kanaan dura hin dubbifne argachuu fi eenyu akka barreesse baruuf isin gargaara.
MATA DUREE KITAABOTA AFAAN OROMOO
●A
Alii Barkii - Isaayyaas Hor…
Signed Booniinaa
10 Mar 2022, 16:07 UTC≈2,070 viewsread 8 August 2026 Matakkaal Enterrainment waan aja’ibaa qabatee dhufaa jira Subscribe taasisa 👉👉👉👉👉https://m.youtube.com/watch?v=p7D0KdUehqY&feature=share
Signed Booniinaa
Showing the 12 most recent of 15 posts we hold for @egereoromiyaa. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.