11 May 2025, 13:06 UTC89 viewsread 8 August 2026 Forwarded from @walaloo430
Hidhamtee yoo reebamtes
Lubbuun yoo wareegamtees
Imaanaa namaa hin nyaatiin
Dadhabdee harka hin laatiin
~~~
Amantaa kee hin laaffisiin
Dhugaa namaa hin jallisiin
Adeemtee soba duukaa
Hin jallisiini dhugaa
~~~
Asiif achi fakkaattee
Yoo sobdee irbuu nyaatte
Dhugaan ilma waaqaati
Gaaf tokko si gaafatti
~~~~
Wanna feetu uffattee
Yoo nyaattes wanna feetu
Barana duuta taanaan
Bara dhufutti hin ceetuu
~~~~
Gosuma midhaaniit…
Signed Gaachana Sabaa
11 Mar 2025, 03:31 UTC93 viewsread 8 August 2026 Forwarded from @walaloo430
Wallaggattan dhaladhe
Harargeedha manni koo
Arsiin jiraachaa Jira
Matakkali gandi koo
Horteen Abbaa koo shawaa
Kan haadha koo immoo baalee
Firaan booranaa qaba
Yaaballoo fi mooyyaalee
Hortee kootu jimmadha
Sanyiin haadha koo iluu
Manni keenyi salaalee
Biyya taaddasaa birruu
Gujiittan afaan baree
Daaddee deemeen ol jedhee
Walloon koos na jaallata
Achis dhaquu Yoon fedhe
Wallaggii mana kootii
Biyya Abdiisaa Aagaa
Kan a…
Signed Gaachana Sabaa
8 Jan 2025, 06:49 UTC108 views0 reactionsread 8 August 2026 Forwarded from @walaloo430
ilmoon Leencaa Leencumaa
Gootatu Goota Dhalcha
Ofii gootummaa qabaaf
goota biyyaaf gumaacha
Haceen wareegamullee
Yoom baderee maqaanii
Kaayyoo abbaa ceesisuuf
Nuuf dhuftekaa Wabiinii
Gootummaan Abbaa keetii
gadhee kan fincaasisuu
sis goota akka Hacee
Rabbi si haa Taasisuu
🖊️ Wabii Haacaaluu
@walaloo430
@walaloo430
Signed Gaachana Sabaa
29 Dec 2024, 10:42 UTC120 viewsread 8 August 2026 Forwarded from @walaloo430
Maal nagoota?🙄
Duuban nakutta malee
Akka saree sodaattuu
Onnee qabaatteehoo
Fuulan natti hin dhiyaattu
Ejjennaa faana kootii
Taakkuu taakkuun lakkoofta
Guyyaatti maqaa kiyya
Yeroo dhibbaa ol dhoofta
Waanuma summii qofa
Anaaf deessa miixattee
Maqaa meeqa naaf caafta
Duuba kootiin hiixattee
Kana hunda beekeen
Callisee bira taree
Silaa waan gootu hin qabdu
Of dadhabsiisuu malee .
Tisiisafoo olmaadha
Dirreen mana fi…
Signed Gaachana Sabaa
28 Dec 2024, 08:15 UTC89 viewsread 8 August 2026 Forwarded from @walaloo430
#_Jirtuuu_Ijoolleen_Jimmaa_Raaree
Gamanaa Bade Jedhuu
Gamasiis Bade Jedhuu
Daffaaruutu Hate Jedhu
Daffaaruun Bokkaadhaaree
Biyya Waliin Ga'aaree
Sangaan Magaala Botaa
Kuunno Boshaadhaa Qota
Abbaa Alangaa Dhibbakoo
Ati Hin dhufiin Jibbakoo
Maaloo Yaa Firdi Beetii
Dubbiinkoo Harka Keetii
Egaa Yaa Shaambal Baashaa
Dubbiikoo Akkuma Gaashaa
@walaloo430
@walaloo430
@walaloo430
Signed Gaachana Sabaa
28 Dec 2024, 05:10 UTC83 viewsread 8 August 2026 Ilmoon re'ee maal jedhamti?
Signed Gaachana Sabaa
27 Dec 2024, 06:37 UTC86 viewsread 8 August 2026 Sagal heerumee___akkasii in argine jette jaartiin
Signed Gaachana Sabaa
27 Dec 2024, 06:15 UTC82 viewsread 8 August 2026 Forwarded from @walaloo430
Ijoollee Abbaa caalii
Maasaraa abbaake dhaali!!!
Itti cabsii Loli
Wal furi
Maasaricha Isa kiiloo 4
@walaloo430
@walaloo430
@walaloo430
Signed Gaachana Sabaa
27 Dec 2024, 04:06 UTC83 viewsread 8 August 2026 Forwarded from @walaloo430
Dhiira akka kormaa lukkuu Abbaa argetti batattisu dadhabne jetti intalli maal ishee godhe laata . please dhiiroch
@walaloo430
@walaloo430
@walaloo430
Signed Gaachana Sabaa
23 Dec 2024, 18:22 UTC108 views1 reactionsread 8 August 2026 Forwarded from @walaloo430
#Bulloo_koo
Beekaa saba guddaa
Isa dhugaa dubbatu
Kan si qeequ
Maalif ibiddaan taphatu?
Ummata keetif jattee
Aarsaa kafala jirtaa
Takka dubbate
Baala hanga hidda sochofta
Hayyuu Afrikaa
Xiinxalaa Addunyaaf fala
Afaanin Fakkeessu malee
Enyuutu si madaala
Beekuun hasa'uu miti
Tolfatanii afaan damma
Oromoon si jaalata
Durii hanga ammaa
Nu bittee miti
Nuf kennitee #mallaqa
Sababni si jaalannuuf
Siitu dubbata dubbii …
❤1
Signed Gaachana Sabaa
23 Dec 2024, 16:44 UTC85 viewsread 8 August 2026 Forwarded from @walaloo430
Lammii 😭😭😭😭
Jiraachuudhaaf dhalattee
Fala jireenyaa dhabdee
Gadi galtuu kaabaatiin
Hankaaktee lafee cabdee
Bubbiseetu lola'ee
Dhiignikee Akka galaanaa
Maaf callistuu oromoo
Maaliif teessuu jaranaa.....
Giddaakoo Yaa biyyakoo
Biyyakoo biyya dhiiraa
Qaqqaaliin kee kalee sun
Meerre har'a eessa jiraa?
Wayyoo lammii Yaa tiruu
Qomookoo Yaa dhiigakoo
Lubbuu keessan haa maaruu
Sin haa mil'uu waqnikoo👏
@walaloo430
@walaloo…
Signed Gaachana Sabaa
23 Dec 2024, 12:04 UTC85 viewsread 8 August 2026 Forwarded from @walaloo430
Halkan guyyaa kaattanii
Kaayyoo kalee xumuraa
Yoo argattan nyaattanii
Dhabdan agabuu turaa
Warri sabaaf of laattan
Rakkina dandeessanii
Galatoomaa Ulfaadhaa
Nuti bu'aa keessanii
@walaloo430
@walaloo430
@walaloo430
Signed Gaachana Sabaa
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @dirree_waloo. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.