26 Jul 2026, 11:12 UTC32 views19 reactionsread 8 August 2026 Forwarded from @VOH_EDUCATION
Kabajamtoota hordoftoota keenya namoonni barnoota #technology, #Ai, #Artificial #intelligence, #mobile ,akkasuma itti fayyadama teknolojii barachuu yoo feetan subscribe share gochuun channel YouTube Nexifytech kana hordofaa.πππππππππππ
http://youtube.com/@NexifytechM
http://youtube.com/@NexifytechM
π6π₯°5β€4π3π1
25 May 2026, 17:08 UTC93 views18 reactionsread 8 August 2026 β»οΈ Akkuma kitaaba biratti suuraa kaβuun dubbisuu hin taane
Dubbisuunis hubachuu hin taβu Garuu hubachuuf immoo dubbisuu gaafata
kitaabaa wajiin jiraachuun
ππ» Gammachuu namaaf dabala
Sammuu nama balβisa
ππ» Hayyuu wajjin nama teessisa
Beekaa nama taasisa
ππ» Balbala yaaddoof cinqii namarraa cufa
ππ» Ulaa beekumsaa namaaf saaqa
π Nama guutu nama taasisa
π Arraba hikmaa tufsiisa
π Qoma kee beekumsaan guuta
β€οΈ Onnee kee β¦
π6β€4π4π2π₯°2
1 Apr 2026, 15:58 UTC162 views20 reactionsread 8 August 2026 https://t.me/dhandhama_kitaabaa
β€9π6π₯°4π1
ππππ‘ππππ π πππ§πππππ π pinned Β«KAAYYOO Mul'ata qabaannaan adeemsa qabda, adeemsa qabaannaan ergama qabda, ergama qabaannaan galma qabda, galma qabaannaan hojii qabda, hojiin kallattii qaba, hojiin tooftaa qaba, hojiin tarsiimoo qaba, hojiin fedhii qaba, kutannoo, naamusa, seeraa fi Heeraβ¦Β»
31 Dec 2025, 11:11 UTC327 views20 reactionsread 8 August 2026 Photo
2025π2026
https://t.me/dhandhama_kitaabaa
π₯°7β€5π4π2π2
24 Dec 2025, 04:56 UTCβ1,410 views12 reactionsread 8 August 2026 ααα α αα΅
α¨αα α΅αααα α α΅ααααα΅
"αα α¨αα ααα α αα α₯α
α α¨αα«α΅αααα ααα αα α³α α¨αα ααα α αα α α°α ααΈ ααα³ α¨ααα ααα α΅ ααα αα" - William Penn
α¨α αα΅α α αα΅ αα αααα
α¨αααα
α¨ααα α¨α°ααα α°ααͺ α αααα€
α¨α αα΅α αα αα αααα
α¨αααα
α«ααα© α¨α°ααα°α αα»α α¨ααα°α½α α΄α΅ α αα³α΅α₯
α¨α αα΅α α³ααα΅ αα αααα
α¨αααα
α α¨α³ααα± α¨ααα£α ααα£ α₯α³α³α α αααα€
α¨α αα΅α αα αα αααα
α¨αααα
α¨αα³α αα°αα αα€α΅ αα ααα΅αα΅ α¨αα α₯α
α α°ααͺ α αααα€
α¨α αα΅α α°α α΅ αα αααα
α¨αααα
αααααα΅ α¨α°αα£α α© α΅α©α΅ αα
α¨αα½α α αααΈα;
α¨α αα΅α α°αα αα αααα
α¨ααβ¦
β€7π2π1π₯°1π1
24 Dec 2025, 04:56 UTC290 viewsread 8 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
14 Dec 2025, 09:29 UTCβ2,720 views23 reactionsread 8 August 2026 πDandeettii Gaggeessummaatti Guddachuuf πππ
Namni mul'ataan wanta dhibba hojjeta osoo hin taane, wanta tokko karaa dhibbaan hojjeta jedhama. Waan maraa jalqabanii jalqabatti gadi dhiisuun amala nama mul'ataa miti. Namni mul'ataan wanta jalqabe hamma galmaan ga'utti xiyyeeffannoon hojjeta malee hin boqotu. Kanaaf, xiyyeeffaannoon hanga galma jedhame bira ga'anitti wanta qabanitti cichuu jechuudha.
6. Of qabuu
Of qaβ¦
π8β€6π₯°4π3π2
27 Nov 2025, 17:25 UTCβ2,970 views24 reactionsread 8 August 2026 "π Xiyyeeffannoo
π FOCUS:-
π₯F- Follow
1οΈβ£O-One
πC-Course
β©U- Untill
πS- Successful
π§ Namni mul'ataa wanta dhibba hojjeta osoo hin taane, wanta tokko karaa dhibba hojjeta jedhama. Waan maraa jalgabanii jalqabatti gadi dhiisuun amala nama mul'ataa miti. Namni mul'ata wanta jalqabe hamma galmaan ga'utti xiyyeeffannoon hojjeta malee hin boqotu. Kanaaf, xiyyeeffaannoon hanga galma jedhame bira ga'anitti wanta qabaniβ¦
β€10π₯°6π4π3π1
23 Nov 2025, 10:47 UTCβ1,060 views20 reactionsread 8 August 2026 πͺπDargaggeessa Jechuun?
Oromoon akkas jedha, "Dargaggeessaa hangam geessaa" jedha. Deebiin keessan maal ta'aa laataa?
Anaaf, deebiin isaa Hanguma mul'ata kee geessa kan jedhu ta'a.
Addunyaa kana irraa baay'ina uummataan sadarkaa ol'aanaa qabatee kan jiru Dargaggeessa dha. Biyya keenya Itiyoophiyaa keessattis 77% akka ta'an qorannoowwan ni agarsiisu.
Dargaggummaan:-
π€ Umrii wanti hundumtuu harka keenya keessa jirβ¦
π6β€5π4π3π1π₯°1
23 Nov 2025, 10:31 UTC476 views19 reactionsread 8 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
β€9π6π2π2
22 Nov 2025, 01:20 UTC260 views19 reactionsread 8 August 2026 Sticker
Sticker, posted without a caption
π₯°6π4β€3π3π3
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @dhandhama_kitaabaa. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked β was rounded by Telegram before we ever saw it β t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so β1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.