21 Jul 2026, 13:59 UTC138 views3 reactionsread 7 August 2026 Forwarded from @jechootahayyoota
💢 DHIBEE KINTAAROTII (Hemorrhoids)
⚠️ Mallattoolee Kintaarotii
🤕 Dhukkubbii yeroo baay'ee
🔥 Hooksisuu fi gubuu
🌵 Naannoo munnee dhiita’uu
🩸 Dhiiguu danda’a
📊 Sadarkaa Dhiitoo
1️⃣ Sadarkaa 1: Meeshadhaan malee hin mul’atu.
2️⃣ Sadarkaa 2: Yeroo hagan ykn ittanuu gadi baha, ofumaan ol deebi’a.
3️⃣ Sadarkaa 3: Yeroo harkaan ol deebisan ni deebi’a.
4️⃣ Sadarkaa 4: Ol hin deebi’u, gadi baheetuma hafu.
🎯 Sababoota …
👍2❤1
5 Jun 2026, 13:38 UTC484 views5 reactionsread 7 August 2026 Eenyummaan kee kan madaalamu tilmaama namoonni siif kennaniin miti.
Eenyummaan kee si keessa qofadha.
Dafnee abdii kutachuu keenya irraa kan ka'e kaayyoo gurguddaa baay'ee karaatti ganne.
Qofaa ta'uu malta.
Namni si bira dhaabatee kallattii si argisiisu dhibuu danda'a.
Deddeebitee mucucaachuun kufaatii sitti fakkaatee abdii kutatte ta'a.
Yeroo dheeraa ati karaa irra turte si gaddisiisuu danda'a.
Waan hin dabarr…
👎2🥰2👍1
5 Jun 2026, 13:37 UTC392 views2 reactionsread 7 August 2026 Cimaa ta'uuf Wantoota armaan gadii kana qabaachuun dirqama. Kanneen kana yoo qabaatte ati dhuguma cimaadha.
➊. Nama onnachiisuu yoo dandeessa ta'e.
➋. Hojiiwwan namoota hojjetanitti qoqqooduu yoo dandeessa ta'e.
➌. Haasaa waliigaltee uumuu danda'u yoo dandeessa ta'e.
➍. Si'a tokko tokko qoosaa nama kofalchiisan yoo dandeessa ta'e.
➎. Ofitti amanamummaa yoo qabaatte.
➏. Kutannoo yoo qabaatte.
➐. Yaada qajeelaa (Posi…
🔥2
Signed JECHOOTA HAYYOOTA
5 Jun 2026, 13:36 UTC332 views2 reactionsread 7 August 2026 Nam-cimaa taatee guddachuu yoo barbaadde...
Ganama sa’aatii 1 dura ka’i!
Diraamaa kamiyyuu hin Ergama keef iddoo kenni!
Namni biraa dhiibbaa sirratti hin godhin!
Garaa laafina tokko malee daangaa irratti daangaa kaa'adhu!
Soba dhiisi!
Waan gadhee dhiisi
Kana booda hin jedhin!
Amanamaa ta'i!
cimaa ta’i!
Oduu dhiisi!
Yeroo kee kophaa dabarsi!
Share
@dedroro
🥰2
Signed JECHOOTA HAYYOOTA
5 Jun 2026, 13:29 UTC288 views1 reactionsread 7 August 2026 Forwarded from @jechootahayyoota
Waan namni asaasu miti, karaa isa si baasutti cichi!
Yeroo baay'ee, barataa qaxalee dareefi mana barumsaa dursee argameen; "Abaluun ni mora/morti! Kudhaama bobaa jalaa qaba. Kanaaf barsumsi galaaf. Kanaafis qorumsa hunda dursee argama!" yeroo jedhan ni dhagahama. Dhugaan jiru garuu, kanarraa fagoo jira. Barataan kun halkan hirriba dhabee, guyyaa bakka oolmaa hiriyootaa isaarraa of lagee, akkanuma ijoollummaafi darga…
❤1
Signed JECHOOTA HAYYOOTA
13 Apr 2026, 18:45 UTC484 viewsread 7 August 2026 Forwarded from @jechootahayyoota
Dubartii tokkotu uffata bifa bofaa qabu uffattee akka tasaa miilashee tokko uffata jalaan gadi baastee ciisti ture.
Yeroo Abbaan manaashee dhufu miilashee uffata jalaan gadi bahe kana bofa se'ee ulee sibiilaan rukute.
Akkuma suura irratti argitan kana abbumti manaashee miila haadha manaasaa ta'uu erga baree booda gara mana yaalaa geessuun; ogeessonni akka lafeen miilashee caccabee jiru itti himuun yaala barbaachisu a…
Signed JECHOOTA HAYYOOTA
13 Apr 2026, 18:45 UTC539 views5 reactionsread 7 August 2026 Forwarded from @jechootahayyoota
Namicha tokkotu osoo karaa deemuu ibidda haalaan boba'aa jiru tokkotti dhufa. Akkuma ibidda boba'aa jiru kanatti dhiyaateen, bofa ibidda sana keessatti gubachaa, lubbuuf watwaachaa jiru argee, bofa kana ibidda kana keessaa baasuun qaba jedhee murteesse.
Osoo baasuuf yaaluu bofni sun harkasaa iddee dhiigsee, deebi'ee ibidda sana keessa of buuse.
Ammas namichi kun, sibiila ittiin lubbuu bofa kanaa oolchu barbaadee baas…
❤5
Signed JECHOOTA HAYYOOTA
24 Jan 2026, 21:59 UTC783 views1 reactionsread 7 August 2026 SAMMUU KEESSAA JALQABAA.
Wanti namni sirraa fudhachuu hin dandeenye tokko bilisummaa sammuu keetii ti. Sammuu kee jabeessi, dursa sammuu kee cimsi...sana booda wanti kamiyyuu ni danda'ama.
━━━━━━━━━━━
@JECHOOTAHAYYOOTA
❤1
Signed JECHOOTA HAYYOOTA
24 Jan 2026, 21:58 UTC678 viewsread 7 August 2026 https://youtu.be/AW7qkzmNxyk?si=F-BKvhPr4hSUUSal
Signed JECHOOTA HAYYOOTA
4 Jul 2025, 15:16 UTC≈1,130 views6 reactionsread 7 August 2026 Forwarded from @islamtub
https://t.me/jechootahayyoota
❤6
Signed JECHOOTA HAYYOOTA
3 Jul 2025, 10:10 UTC≈1,050 views1 reactionsread 7 August 2026 Forwarded from @jechootahayyoota
Bu'aa fooyya'aa hin hawwin...
BU'AA FOOYYAA ARGACHUUF HOJJADHU!
Rakkoo xiqqaa hin hawwinaa...
HANGA RAKKOON KEESSAN BADUTTI HOJJADHU !
Jireenyi osoo naaf salphaa ta'ee jettee hin hawwin...
HANGA JIREENYI SALPHATUTTI HOJJADHU!
HANGA FOOYYOFTUTTI OF IRRATTI HOJJEDHU...
SANA BOODA , JIREENYI SALPHAA TA'A!
@Jechootahayyoota
👍1
Signed JECHOOTA HAYYOOTA
28 Dec 2024, 08:16 UTC≈1,610 views10 reactionsread 7 August 2026 Gaaffilee Jireenya Milkaa'inaa Jiraachuuf Nama kakaasa'an:
√~•~•~•~•~•~•~•~•√
✨ Gaaffileen Jireenyatti hiika godhan kunniin nama milkaa’ina hawwu tokkoof baay’ee murteessoo dha.
👉 ANI EENYU ?
👉 Maalifan Uumame?
👉 Ergamni koo maali?
👉 Karoorri koo maali?
👉 Mul'anni koo maali?
👉 Kaayyoon koo maali?
📌 Eessaan dhufe?
📌 Eessan Jira?
📌 Eessan Deema?
◾️Har'a maalin hojjadhe?
◾️Maal hojjechuun qaba?
◾️Wanta haaraan hojj…
👍9❤1
Signed Jarr 💤💎
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @dedroro. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.