3 Feb 2023, 18:58 UTC≈1,460 views8 reactionsread 8 August 2026 Photo
MM Abiy Ahimad balalliin gara Tigraayitti taasiifamu akka saffisu qajeelfama laatan – Ambaasaaddar Reedwaan Huseen
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad balalliin gara naannoo Tigraayitti taasiifamuu fi tajaajiloonni biroo akka saffisan qajeelfama laachuu Gorsaan Nageenyaa Biyyaalessaa Muummee Ministiraa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen ibsan.
Join @oromoo_news
#afaan #oromoo #news
#afaanoromoonews
#Oduu #abiy
👎6❤1👍1
3 Feb 2023, 18:58 UTC≈1,120 viewsread 8 August 2026 Photo
MM Abiy Ahimad Koree Qindeessa Hojiirra Oolmaa Waliigaltee Nageenyaa waliin mari’atan
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad yeroo jalqabaaf Koree Hojiirra Oolmaa Waliigaltee Nageenyaa waliin mari’ataniiru. Mariisaaniin, hojiileen raawwii waliigaltichaa hanga ammaa gamaaggamamuufi dhimmoota xiyyeeffannoo barbaadan irratti kallattiin kaa’amuu ibsameera.
Join @oromoo_news
#afaan #oromoo #news
#afaanoromoonews
#Oduu
1 Feb 2023, 09:22 UTC430 viewsread 8 August 2026 Photo
MM Abiy Ahimad garee gorsitoota isaanii waliin mari’atan
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad garee gorsitoota Muummee Ministiraa waliin mari’atan. Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad gorsitoota Muummee Ministiraa waliin mari’achuu ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin ibsaniiru. Dhimmoota garaagaraarratti galteewwaniifi hojii yaadota hojiirra oolmaa maddisiisuu akka hojjetaniif kallattii kaa’uu eeraniir…
1 Feb 2023, 09:22 UTC501 viewsread 8 August 2026 Photo
Koreewwan Dhaabbii Caffee Oromiyaa raawwii hojii kurmaana 2ffaa qorachaa jiru
Koreewwan Dhaabbii Caffee Oromiyaa raawwii hojii kurmaana 2ffaa Magaalaa Adaamaatti qorachaa jiru.
Koreewwan kunneen raawwii hojii kurmanaa 2ffaa manneen hojii isaan jala jiranii Magaalaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti qorachaa jiru.
Koreen Dhaabbii Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa, koreen dhaabbii dhimma Misooma magaalaa,koreen dhaabbii…
1 Feb 2023, 09:22 UTC552 viewsread 8 August 2026 Photo
IGAD Gargaartuu Komishinaraa Daraartuu Tulluuf beekamtii kenne
Mootummoonni Misooma Baha Afrikaa( IGAD) Gargaartuu Komishinaraa Daraartuu Tulluun nageenyaaf sagalee ta’uun gahee ba’atteef beekamtii kenneera. IGAD gabaasa sadaffaa waggaa Keeniyaa magaalaa Moombaasaatti gamaaggamaa jira.
Join @oromoo_news
#afaan #oromoo #news
#afaanoromoonews
#Oduu
1 Feb 2023, 09:22 UTC655 viewsread 8 August 2026 Photo
IGAD naannawichatti balaa qolachuun gahee olaanaa ba’ateera-Dooktar Warqinaa Gabayyoo
Mootummoonni Misooma Baha Afrikaa( IGAD) balaa nam-tolcheefi uumamaa naannawichatti uumame qolachuun gahee olaanaa ba’achuu Barreessaa Olaanaan dhaabbatichaa Dooktar Warqinaa Gabayyoo ibsan. Dhaabbatichi hojiilee naannawichatti hojjete ilaalchisee gabaasa sadaffaa waggaa Keeniyaa magaalaa Moombaasaatti gamaaggamaa jira.
Join @or…
1 Feb 2023, 09:22 UTC862 views2 reactionsread 8 August 2026 Photo
MM Abiy Ahimad Somaaliyaa magaalaa Moqaadishoo galan
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Waltajjii Naannawaa Baha Afrikaa Somaaliyatti gaggeeffamurratti hirmaachuuf magaalaa Moqaadishoo galaniiru.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Duula Al-Shabaab naannawaa Baha Afrikaarraa balleessuu cimsuuf waltajjii gaggeeffamurratti hirmaachuuf magaalaa Moqaadishoo galuu isaanii eerameera.
Kaayyoon marii hoggantoota kanne…
❤1👍1
31 Jan 2023, 07:15 UTC401 viewsread 8 August 2026 Photo
Paakistaanitti haleellaa Masjiida keessatti raawwateen lubbuu namoota 59 darbe
Bulchiinsa Kaaba Paakistaan magaalaa Peeshaawaaritti haleellaa Masjiida keessatti raawwateen lubbuun namoota 59 darbuu dhaga’ame. Haleelichi bakka miseensonni Poolisii walitti qabamuun kadhannaarra jiranitti mooraa Masjiidaa keessatti kan raawwate. Namoota du’aniin ala namoota 157 irra miidhaan qaqqabuu eerameera. Haleellaa raawwatameef h…
28 Jan 2023, 19:25 UTC319 viewsread 8 August 2026 Photo
Jilli Obbo Geetuun durfamu Aanaa Adaamaatti Qamadii jallisiin misoomaa jiru daawwate
Jilli Hoogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Shawaa Bahaa Aanaa Adaamaatti Qamadii jallisiin misoomaa jiru daawwateera.
Join @oromoo_news
#afaan #oromoo #news
#afaanoromoonews
#Oduu
28 Jan 2023, 19:25 UTC348 viewsread 8 August 2026 Photo
Godina Booranaatti namoonni hongee bara kanaan miidhaman kuma 800 fi kuma 67 ol ta’uu ibsame
Jilli Komishinara Komishinii Hoggansa Sodaa Balaa Ambaasaaddar Shifarraa Taklamaariyaamiin durfamu Godina Booranaa Aanaa Taltalleetti horsiisee bultoota hongeen miidhaman daawwateera. Godinichatti horsiisee bultoota hongeen miidhamaniif deeggarsi midhaan nyaataa dhiyaachaa jiraachuu Ambaasaaddar Shifarraa Taklamaariyaam ibsa…
28 Jan 2023, 19:25 UTC386 views1 reactionsread 8 August 2026 Photo
Jilli Aadde Sa’aadaan durfamu Istaadiyeemiu Wallaggaa daawwate
jilli Af Yaa’ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurhamaaniin durfamu Istaadiyeemii Wallaggaa daawwateera. Hoggantoota Naannoo Oromiyaa, Godina Wallaggaa Baha fi Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee waliin ta’uun Istaadiyoomii Wallaggaa daawwatanii jiru. Rakkoowwan Ijaarsa Istaadiyoomii Wallaggaan wal qabatanii jiran hunda erga adda baasanii booda haala rakkichi…
❤1
27 Jan 2023, 17:02 UTC279 viewsread 8 August 2026 Photo
Baankichi imaltoota tikeeta balalii xiyyaaraa Moobaayil Baankiingiin bitatanirra kaa’ee ture kaase
Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa imaltoota tikeeta balalii xiyyaaraa Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa Moobaayi Baankiingiin bitatanirra uggura Birrii kuma 100 kaa’ee ture kaasuu beeksiseera. Baankichi, har’a irraa eegalee imaltoonni maallaqa callaa utuu hin qabatin tajaajila Moobaayil Baankiingiin uggura tokko malee bittaa …
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @crypto_currency101. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.