11 May 2026, 17:33 UTC133 views5 reactionsread 11 August 2026 Eenyummaa Ofii Beekuu:
Isin sanyii baduttii utuu hin ta'in, sanyii hin badnettii sagalee Waaqayyoo isa jiraataa fi isa akka jirutti hafuun, haaraa taatanii dhalattaniittu.
1 Phexros 1:23
👉 Eenyummaa keenya Isa sirrii Kan nutti himu Macaafa Qulqulluu dha. Wanti kamiyyuu wanta eenyummaa isaa ibsu jiraata. Fakkeenyaaf Saree yoo fudhanne Kan isheen duttuuf eenyummaa ishee waan ta'eefidha. Hin dutin yoo ittiin jedhan…
❤5
11 May 2026, 17:33 UTC106 views1 reactionsread 11 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
❤1
8 May 2026, 17:43 UTC159 views4 reactionsread 11 August 2026 Jaalala Waaqayyoo Beekuu:
"Waaqayyoo akka nuyi isaan jireenya argannuuf tokkicha ilma isaa gara biyya lafaatti erge; kanaan jaalallii waaqayyoo nu gidduutti in mul'ate"
1yoh 4:9
📖 Waa'ee jaalalaa haasa'ufis ta'ee faarsuuf- jaalala waaqayyoo kan caalee hin jiru. Jaalalli maddi isaayyuu Waaqayyoodha. Jaalalli Waaqayyoo- kennuu irratti kan hundaa'edha.
Seera uumamaa 3:9 irratti addaam seera Waaqayyoo isaaf kenn…
❤4
8 May 2026, 17:33 UTC95 viewsread 11 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
4 May 2026, 18:56 UTC133 views4 reactionsread 11 August 2026 Haadhaaf Abbaa isaa
Kan Dhiise:
Kanaafis dhiirri abbaa isaa fi haadha isaa in dhiisa, haadha manaa isaattis in maxxana; isaan lachanuus foon tokko in ta'u.
Uma. 2:24
Waaqayyo abbaan karoora isaa keessatti waan hundumaa gaafa hojjetu, ilma isaa isa barabaraan ture sana baasee ibsuudha. Kristoos inni gooftaa keenya nuuf ta'e kun, tokkicha Ilma Abbaa ta'ee barabaraan bobaa Waaqayyo abbaa jala tur…
❤4
4 May 2026, 17:34 UTC123 viewsread 11 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
3 May 2026, 03:45 UTC123 views2 reactionsread 11 August 2026 Waaqayyoo Gaariidha
Waaqayyo gaarii dha,
yeroo rakkinaattis iddoo baqaa ti,
warra isa amanatanis beeka;
Naahom 1:7
Gaarummaan Waaqayyoo kan barabaraati.
Waaqayyo gaarii waan ta'eef,
gaarummaan isaa bara baraan waan jiraatuuf,
isaaf galata galchaa!
Faarfannaa 107:1
Dilbata gaarii qabaadha.
❤2
28 Apr 2026, 20:06 UTC158 views5 reactionsread 11 August 2026 Mana keetti maal simattee jirta?
Jireenya keenya keessatti wanti ba'a Ulfaatoo nutti ta'anii Akka nuti yaada Waaqayyoof hin jiraanne godhan baayetu jiru. Waan kanaaf sababa Kan ta'u wanta nuti gara jireenya keenyatti simannidha. Waan kana keessa ba'uuf baayee yaala garuu achumatti kufnee of agarra.
Luqaas 19 irratti nama Zakiyoos jedhamu agarra. Namni Kun angafa qaraxxuu akkasumas badhaadhaa ture. Namni Kun nama cu…
❤5
28 Apr 2026, 20:06 UTC135 views1 reactionsread 11 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
❤1
20 Apr 2026, 17:33 UTC188 views3 reactionsread 11 August 2026 “Yommus Yesus deebisee, "Mana qulqullummaa kana jigsaa! Ani immoo guyyaa sadiitti deebisee isa nan dhaaba" isaaniin jedhe.”
— Yoh. 2:19
Mana qulqullummaa
isa haaraa
👉 Mana qulqullummaa kana isin diigaa ani immoo guyyaa 3 keessatti deebisee nan ijaara.
Dubbiin kun Dubbii gooftaan afaan isaatiin dubbate dha, garuummoo wanti namoota isa dhaggeeffataa jiran sanaaf gale hin turre. Homaayyuu waan huba…
❤3
20 Apr 2026, 17:33 UTC122 viewsread 11 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
13 Apr 2026, 18:36 UTC165 views4 reactionsread 11 August 2026 Hoolaa Faasikaa
......Kristos hoolaan faasiikaa keenya aarsaa nuuf ta'eera.
1 Qorontos 5:7
Faasikaa jechuun bira darbuu jechuudha (Ba'u 12:11).
Yeroo Waaqayyoo dhayicha dhumaa Kan ta'e angafa biyya gibxii ajjeesuuf jedhe, Akka dhayichi sun Saba Israyeeliirra darbuuf, xobbaallaa Faasikaa akka aarsaatti Akka fayyadamaniif itti hime (Ba'u 12:21).
Dhayichi gibxiitti dhufe Kun dhayicha dhumaa farihoon Akka Saba …
❤3🔥1
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @christcenteredyouth. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.