6 Mar 2026, 03:05 UTC645 views1 reactionsread 8 August 2026 Photo
#Alert
Bishaan #Fine jedhamaa hindhuginaa!
#Fayyaa teessan eegadhaa!
Bishaan maqaan isaa 'Fine' jedhamuun beekamu, waan wal harkisa wayii kan 'Slime/Biofilm formation' jedhamuun beekamu qabatee waan argameef fayyaa namaa irratti balaa hamaa akka fidu 'Ethiopian food &Authority' qorannoo taasiseen argee jira.
Kanaaf, bishaan kanaa akka hin oomishamnee fi gabayaa keessatti akka hin gurguramne murtoon darbee jira.
…
❤1
15 Nov 2025, 00:07 UTC265 views1 reactionsread 8 August 2026 MARBURG VIRUS—
Dhukkubni Jinkaatti muldhate Marburg Virus 🦠 ta'u isaa qorannoo Laboratory'n beekamee Jira.
Ittisaa fi Tooftaa Inni Daddarbuun:
**
Dhukkubni vaayirasii kanaan dhufu yoo nama qabe carraan lubbuu namaa galaafachuu isaa ol’aanaadha. Hanga %88 gahuu danda’a.
Wanti gaariin dhukkuba kanaa ammoo nama mallattoo dhukkubichaa muldhisuu jalqabe irraa malee nama mallattoo hin muldhisne irraa namatti hin darbu.
…
❤1
13 Nov 2025, 09:29 UTC211 views1 reactionsread 8 August 2026 5. Harka nama hin fuudhinaa eenullee. Nama sirriitti beettan osoo ta'ellee fagootti hello good morning good afternoon waliin jedhaa malee walitti mammarachuu fi hand shake kana dhiisa. No handshake!
6. Bineensa adda addaa harkaan hinqabatinaa.
7. Manaa fi naannoo keessan sirriitti qulqulleeffadha jedha.
8. Kan dhumaa yo talaalliin jiraate talaalli isaa fudhadha. Warra fayyaa naannoo keessanii odeeffadhaa jedha.
F…
❤1
13 Nov 2025, 09:29 UTC206 viewsread 8 August 2026 Photo
Mala ittisa Dhukuba VHF
1. Bakka dhukkubni sunin itti argame gonkumaa hin deeminaa ykn nama deemee deebi'us baqadhaa!
2. Bakka namnii itti baayyate irraa fagaadha.
3. Dhukkubichii nama irraa namatti saffisaan waan darbuuf nama kamiyyuu irraa fagaadhaati Personal Protection Equipment (PPE ) kan jedhan kanneen akka masks 😷 fi gloves yeroo bakka namnii itti baafatu jiru yaatan hundaa keewwadhaa yaa'a. Warrii masks s…
12 Nov 2025, 16:30 UTC189 views1 reactionsread 8 August 2026 Photo
📵⚠️OF-EEGGANNOO!
Ibsa galgala kana Ministerri Fayyaa biyyaa kennaa baasen dhukkubni ammaaf maalummaan isaa guututti adda hin bahin Naannoo Kibbaa, Magaalaa Jinkaa keessatti mudatuu ibsee jire.
Dhukkubichis mallattoolee akka hoo’a qaamaa, qola ijaa diimessuu, baasaa dhiiga makate, dhiigni irga, afaan, funnaanii fi qaama biraatii dhangala’uu fa’a kana agarsiisuu adda ba'ee jira.
👍1
10 Sept 2025, 23:04 UTC208 viewsread 8 August 2026 ISIINIIFIDHA.👇 💚 🌹
Barri darbaa jiru kun👉2017 🌹
💐Dhibeekee fudhatee 💚 🌹
💐Yaaddookee fe'atee 🌹
💐Qormaata kee baatee 💚 🌹
💐Gaddakee sassaabbatee 🌹
💐Galma rakkinakee raasee 💚 🌹
💐kan siif hin malle yaasee 🌹
💐hiyyummaa sirraa kaasee 💚🌹
…
6 Jul 2025, 17:08 UTC270 viewsread 8 August 2026 Photo
Monkey Pox Screening at Borana University.
30 May 2025, 11:41 UTC263 views1 reactionsread 8 August 2026 File
This is the Mpox message prepared to post in the University. Kindly post it on the Clinic doors you are working in.
❤1
29 May 2025, 05:09 UTC250 viewsread 8 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
27 May 2025, 04:04 UTC300 viewsread 8 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
25 May 2025, 15:31 UTC289 viewsread 8 August 2026 https://www.facebook.com/61572682527258/posts/122131688048756084/?mibextid=5qPLRgg6bBKU5GXy
11 Jun 2024, 15:16 UTC741 views1 reactionsread 8 August 2026 File
gat-model-exams-361094.pdf
❤1
Showing the 12 most recent of 14 posts we hold for @bruhealth. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.