26 Jan 2024, 18:05 UTCโ1,420 views27 reactionsread 7 August 2026 Yeroon si arge keessikoo baayyee Siif dararama, ati yeroo hunda anaaf akka waan uumamtee natti fakkaata. โค๏ธโค๏ธ
Yoo barbadde addakoo yoo barbaaddee ijakoo yoo fetes hidhiikoo kankee godhattee itti taphata. ๐๐๐๐
Ani qorichaa kee barbaadeen dhabe yaa finnisaa.
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Share and join
@bohaartii_addunyaa
@bohaartii_addunyaa
๐17๐10
29 Aug 2023, 05:47 UTCโ1,990 views9 reactionsread 7 August 2026 Konkolaataa Bitachuu barbaadeen daldalaa tokko waliin wal arge, achiin booda amala konkolaataa sanaan gaafadhe ayi daalalaa maal naan jedhe seetan๐
Yoo nadaajii (boba'aa) fixeyyuu hin dhaabbatu sheemiin isa qabeeti ofumaan deema malee naan jedhe ๐๐
Join godhaa guyyaa guyyaan bohaaraaโธ๏ธ
@bohaartii_addunyaa
@bohaartii_addunyaa
๐7๐2
22 May 2023, 10:53 UTCโ2,470 views26 reactionsread 7 August 2026 ๐คฃ Barsiisaa fii Barataa ๐คฃ
Barsiisaatu isoo barsiisaa jiruu barattoota isaa keessa gurbaan abaaramaa Biiniyaam jedhaamu tokkottu jiraa ture, baraatichii yaada badee taa'aa ture.
Barsiisaa '' Biiniyaam maal taate?'
Biiniyaam '' rakkootu na muddate barsiisaa'' jedheen.
Barsiisan na'ee '' maal rakkoo maalitu si muddatee '' jechuun gaafate.
Biiniyaam '' Abbaan koo dhaabata poliisi( manaa hidhaa ) jiraa haadhii koo โฆ
๐16โค6๐2๐2
2 Dec 2022, 10:52 UTCโ3,140 views21 reactionsread 7 August 2026 BARSIISAA fi BARATAA
'''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''
gaaf tokko barsiisaan daree keessa dhaabbatee osoo barsiisuu dhuufuun harkaa miliqxee baate ykn dhuufuu dhuufe. Innis baay'ee tokko qaanaye. Barsiisaan kunis taatee kana akkatti ofirra dabarsu erga yaadee booda Barataa isaa tokko waamee akkana jedheen " ka'itii dhuufuu ammaa anatu dhuโฆ
๐13โค5๐2๐1
2 Nov 2022, 04:50 UTCโ2,920 views9 reactionsread 7 August 2026 Chaanelii keessan jaalkllatamaan isin bohaarsuun beekamu deebi'ee isiniif dhufeera Baga gammaddan ๐ฅโค๏ธ๐ฅ๐ฅ
๐9
2 Nov 2022, 04:48 UTCโ2,780 viewsread 7 August 2026 Konkolaataa ๐ bitachuu barbaadeen Dalaalaa tokko waliin wal argee yeroon Amala Konkolaatichaa isa gaafadhu....
Yoo Boba'aa(Nadajii) fixxeeyyuu hin dhaabattu sheemiin qabeeti deemti malee.๐
@bohaartii_addunyaa
@bohaartii_addunyaa
10 Nov 2021, 11:26 UTCโ4,700 views4 reactionsread 7 August 2026 โกnext exam kan barbaadu jiraannaan follow godhaa kanauma
๐4
19 Jun 2021, 11:43 UTCโ4,360 views9 reactionsread 7 August 2026 Harroonni lama Otuu waliin hasawaa jirani Harrichi tokko huuuuuhiiiiha jedheen Kan 2ffaa immoo haaahiiiiiihaa jedhee deebiseef harrichi 3ffaa immoo Hanga Ammatti dubbisaa jira.๐คฃ@bohaartii_addunyaa
๐7โค2
31 Dec 2020, 18:19 UTCโ3,620 views9 reactionsread 7 August 2026 Biyya keenyatti Ofitti Amanamummaadhaan shakkii tokko malee ganama Nagayaan Baatee galgala nagayaan kan galtu Aduu(Biftuu)โ๏ธ qofa.
Nan sobee?
๐8๐ฅฐ1
10 Nov 2020, 08:26 UTCโ3,940 views4 reactionsread 7 August 2026 Manni Barnota Banamee Yeroo Barsiisaan Maqaa Waamu
=========โขโขโขโขโขโข=========
1.abdii gammachuu...fudhee jira
2.urjii biyyaa.....Maasatti galee kudraa omishaa Jira
3.abdii fiqaaduu....Hayyama konkolaachisumma fudhateera
4.margaa dabalaa.....mana Hidhaa Jira
5.Sussu Mohamad....Herumtee jirti
6. Gammachu Amir....Mana Jimaa banatee hojjachaa Jira
7. Obsaa Usmaan.....Chikii Biyya arabaarra xabbasee Jira
8. Salamoon Toโฆ
๐3โค1
16 May 2020, 18:05 UTCโ3,920 views1 reactionsread 7 August 2026 Amerikaa, Rushiyaa, China fi Ithiyoophiya otuu wa'ee Filannoo biyyoolessa irratti waliin Hasawani.
Ameerikaa๐บ๐ธ:- Biyya keenyatti Filannoon taasifame sa'aati 2 keessatti Abbaan injifate beekama.
Rushiyaa๐ช๐บ:- Biyya keenyatti Filannoon taasifame sa'aati 1 keessatti Abbaan injifate beekama.
Chaynaa๐จ๐ณ:- uuumm keessan ni tura, Biyya keenyatti Filannoon taasifame Daqiiqa 30 keessatti Abbaan injifate beekama.
Ithiyoophiyโฆ
๐1
15 May 2020, 11:44 UTCโ3,460 views5 reactionsread 7 August 2026 M/B tokko keessatti barsiisaan ogummaa tokko daree seenee fakkii adurree fi hantuutaa walbiratti akka kaasan ajaje barattoonni hundi kaasanii erga ilaalchisanii booda gurbaan jarjaraan tokko adurree qofa kaasee itti fide Barsiisanis kamidharee meerre hantuunni yoo jedhuun dhugaa barsiisaa kaaseen jiraa Adurreetu nyaate malee hin jedhuun seetanii.
๐๐๐๐join join plz
Barataa Kana Kun ๐
๐๐ผ๐๐ผ๐๐ผ๐๐ผ๐๐ผ
@bohaartii_โฆ
๐5
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @bohaartii_addunyaa. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked โ was rounded by Telegram before we ever saw it โ t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so โ1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.