31 Jul 2026, 11:08 UTC172 views4 reactionsread 9 August 2026 Photo
Oromiyaatti qabxiin Qormaata Kutaa 6ffaa bara 2018 ifoome.
**
Keebor Media Jul 31-2026
***
Naannoo Oromiyaatti qabxiin qormaata naannoo xumura barnoota Sadarkaa 1ffaa Kutaa 6ffaa bara 2018 ifoomeera.
***
Qabxiin darbiinsaas 50% fi isaa ol ta'uun murtaa'eera.
Barattoota qormaaticha fudhatan dhiira kuma 200 fi kuma 67 fi 307 akkasumas dubaraa kuma 200 fi kuma 49 fi 902 keessaa qabxii darbiinsaa (50% fi ol) galmeess…
❤4
25 Jul 2026, 03:28 UTC69 views1 reactionsread 9 August 2026 Photo
Bu'aa Qormaata Kutaa 8ffaa Naannoo Oromiyaa barattoota Kuma 61 Ta'antu Kufan!
Biiroon Barnootaa Oromiyaa bu'aa qormaata biyyaalessaa kutaa 8ffaa naannichaa ilaalchisee odeeffannoo dabalataa ifoomseera. Itti Aanaa Hoogganaa Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dr. Bultoosaa Hirkoo akka beeksiisanitti, bu'aan qormaataa kan gadhiifame yoo ta'u, waliigala barattoota qormaaticha fudhatan keessaa dhibbeentaan 86 darbaniiru. Akka Bii…
❤1
15 Jun 2026, 07:36 UTC165 views2 reactionsread 9 August 2026 Photo
Magaalaa Finfinnee fi guutu oromiyaatti qormaatni kutaa 6ffaa kennamuu eegale
Barattoonni kutaa 6ffaa sadarkaa Magaalaa Finfinneetti fi naannoo Oromiyaatti qormaata xumura barnootaa sadarkaa 1ffaa fudhachuu eegalaniiru.
Hogganaan Biiroo Barnootaa Magaalaa Finfinnee Zalaalem Mulaatuu (PhD) Mana Barnootaa Sadarkaa 1ffaa Daagimaawwii Miniliikitti argamuun qormaaticha eegalchiisaniiru.
Magaalaa Finfinneetti barattootn…
❤2
10 Jun 2026, 12:08 UTC122 viewsread 9 August 2026 Photo
Qormaanni kutaa 6ffaafi 8ffaa Waxabajjii 8 kennamu eegala!!
Biiroon Barnoota Oromiyaa qormaanni kutaa 6ffaafi 8ffaa guutuu Oromiyaa Waxabajjii 8 kaasuun akka kennamu ibseera.
Qormaanni xumura sadarkaa 1ffaa kutaa 6ffaa, Waxabajji 8 - Waxabajji 10 kennama
Qormanni xumura barnoota sadarkaa giddu galeessaa, kutaa 8ffaa ammoo Waxabajji 11 - Waxabajji 13 akka kennamu Hoogganaan Biiroo Barnoota Naannoo Oromiyaa Tolaa B…
23 May 2026, 04:17 UTC290 views4 reactionsread 9 August 2026 Photo
Qormaatni Naannoo Kutaa 6ffaafi 8ffaa Qabiyyeen Barnootaa Keessaa Qophaa'e Beekameera.
----------------
Qormaatni Naannoo Kutaa 6ffaa qabiyyee barnootaa gosoota barnootaa kutaa 6ffaa keessaa qofa kan qophaa'e yoo ta'u, kan kutaa 8ffaa immoo qabiyyee barnootaa gosoota barnootaa kutaa 7ffaafi 8ffaa keessaa kan qophaa'e ta'uun beekameera.
Walumaagalatti, qormaatni kutaa 6ffaa Waxabajjii 8-9/2018 yoo, kutaa 8ffaa imm…
❤3👍1
20 May 2026, 03:04 UTC99 views2 reactionsread 9 August 2026 Beeksisa
------------
#Barattoota_Kutaa_12ffaa_Bara_2018 tiif
BBO - Qormaatni Moodeelaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Sadarkaa Giddu Gala Oromiyaatti/Biiroo Barnootaa Oromiyaatti/ Qophaa'e Caamsaa 13 - 17/2018tti Manneen Barnootaa Hunda Keessatti Sa'aatii Walfakkaata Ta'e Keessatti Kan Kennamu Ta'uu Sagantaan Qormaataaf Bahe Agarsiiseera.
https://t.me/biiroo_barnoota_oromiyaa0
❤1👍1
24 Apr 2026, 16:00 UTC131 views2 reactionsread 9 August 2026 Qormaatni Naannoofi Biyyoolessaa Bara 2018 Waxabajjii keessa kennama jedhame.
-----------------
BBO- Ebla 16/2018 Qormaatni Naannoo kutaa 6ffaa. 8ffaafi Biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2018 ji'a Waxabajjii/2018 jalqabaafi walakkaa irraa eegalee kan kennamu ta'uu Biiroo Barnootaa Oromiyaatti Daayirektarri Daayirektoreetii Qormaataafi Iyyaafannoo Barnootaa obbo Huseen Qaasim ibsaniiru.
Qormaatni Naannoo kutaa 6ffaafi …
❤1👍1
4 Apr 2026, 02:33 UTC124 views4 reactionsread 9 August 2026 Photo
#kutaa12ffaa
Tajaajilli Madaalliifi Qormaatawwanii akaakuuwwan barnootaafi qabiyyee qormaanni kutaa 12ffaa of keessatti hammatu ibseera.
Haaluma kanaan:-
👉Saayinsii uumamaa
- Ingiliffa, Iskoolaastiik Aptiituudii
- Herrega, Baayoloojii
- Keemistiriifi Fiiziksii dha.
👉Saayiinsii hawaasaa
- Ingiliffa, - Iskoolaastiik Aptiituudii
- Herrega, - Seenaa
- Ji'oograafii - Ikonomiksii dha.
Q…
❤2👍2
18 Mar 2026, 06:53 UTC123 views2 reactionsread 9 August 2026 Photo
#Kutaa12ffaa
Galmeen Eegaleera!
Galmeen qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa 2018 yeroo ammaa gaggeeffamaa jiraachuu Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaata Biyyoolessaa Itoophiyaa beeksiseera.
Tajaajilichis, qoramtoonni yeroo galmee mootummaan murteesse keessatti galmaa’uu akka qaban kan hubachiise yoo ta'u, Keessattuu barattoonni dhuunfaadhaan irra deebi’anii qormaata fudhatan marsariitii https:/…
❤2
25 Feb 2026, 16:39 UTC280 views3 reactionsread 9 August 2026 #Oromiyaa #BBO
Qormaata Kutaa 12ffaa Onlaayiniin kennuuf jira!
Biiroon Barnootaa Oromiyaa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara kanaa guutummaatti karaa oonlaayinii kennuuf qophiin taasifamaa jiraachu ibseera.
Naannoo Oromiyaatti bara kana barattoonni qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhatan kuma 190 ol ta’uu Hogganaa Itti aanaan Biirichaa Dooktar Kaasaahun Galaanaa ibsaniiru.
Barattoonni qormaataaf akka qop…
❤2👍1
25 Feb 2026, 16:39 UTC92 views2 reactionsread 9 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
❤2
14 Feb 2026, 15:27 UTC296 views2 reactionsread 9 August 2026 Sagantaan Galmee #Barattoota_Kutaa_6ffaa_8ffaafi_12ffaa Bara 2018 kan beekame ta'uufi Qaama Galmeessuuf Leenjiin Akka Kennamu Ibsame.
---------------------
BBO- Guraandhala 05/2018 Galmeen barattoota Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaafi 8ffaa akkasumas barattoota qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhatan guyyaan galmeefi qaama isaan galmeessuuf leenjii guyyaan leenjiin kennamuuf Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksiseera.
…
❤1👍1
Showing the 12 most recent of 15 posts we hold for @biiroo_barnoota_oromiyaa0. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.