2 Aug 2026, 13:19 UTC235 views1 reactionsread 7 August 2026 #part_2
Lafee hin fayyista...
Walitti deebistee...!
Onnee cabsifteefoo..
Faala maalii laatte...?
Orthopedist dha jedhan...
Beekaa nama guddaa...!
Onneen kootu cabee..
Faala maal na qabda...?
Baduu hin bannee hanga har'aa..
Bubbuluu turullee...!
Fayyuus hin dandeenye...
Sirriin natti caale..!
Deebisuu ni dandeessa..
Yaaltee iddoo isatti..?
Moo furmaata qabdu..
Ani du'uu kootii...?
@beekii_walaloo
@beekii_walaloo
…
❤1
30 Jul 2026, 12:31 UTC254 views3 reactionsread 7 August 2026 Qoricha laataa jedhani...
Qoricha dhukkubaa....!💊
Mee waa naani jedhii...
Onneen na dhukkubaa....!🥹
Faala maalii qabdaa..
Dhukkuba onneef...?🫀
Fayyisuu dandeessaa..
Yoon sitti kenneef...!🥺
Anarra tureerraa...
Innoo bubbuleerraa....!🤦
Dhiifama dooktorree...
Amma natti ciimeerraa...!😫
Maashaleen dhiigaa koo...🩸
Lafeewwan koo hundi..!🦴
Onneetti ol na iyyu...
Jedhanii faala fidii...!🤷
Keessayyuu ija keessan..
Yeroon …
❤3
28 Jul 2026, 20:01 UTC550 views1 reactionsread 7 August 2026 #Beekii Ani ishee...
Biraabirroo keetti...!🦋
Maaf garaa jabaatte...
Na dagatte ati..?
Bar Ani ishee...
Kolfaa kee hawwitu...!
Dhiphinaafi yaado keef...
Mata dhukkubsattu...!
Yoo ati dhiphatte...
Qoophaa kee gadditu...!
Anatu siif boo'a...
Garuu ni argituu...!
Gadda kee kan hin feene...
Gammachuu kee barbaadu...!
Bar Ani biraabirroo dha...🦋
Ishee waa'ee kee yaaddu...!
Sagalee kee dhaga'uufi...
Sagalee bilbila kee …
👍1
10 Jul 2026, 19:52 UTC478 views2 reactionsread 7 August 2026 #kana_booda...
Bishaan gaddi malee,
Yoomiyyuu ol hin yaa'u...!
Namni kan koo hin taane,
Yoomiyyuu kiyyaa hin ta'u...!
Karaa dogoggoraan,
Qalbii koo bitinneesse...
Onnee koo biyya baaseen,
Biyya ormaa geesse...!
🦋Ani ta'ee biraabirroo,
Bakka teessu dhabdee...!
🍂Lafti jalaa onnee,
Dararaan coollagdee...!
Ga'a natti haa hafu,
@Kana_booda hundumtuu...!
🌌Urjiis hin lakkaa'u,
Ofii hin godhu biftuu...!🌞
Dhadhaa ibiddaa…
❤2
28 Jun 2026, 20:14 UTC443 views4 reactionsread 7 August 2026 Halkan gad ciiseen...
Waa'ee kee yaadadha...!
Si dubbisuuf yaadeen...
Deebii kee sodaadha...!🥺
😢3❤1
23 Jun 2026, 13:30 UTC500 views6 reactionsread 7 August 2026 #uumaa
Wan sammuukee jeequ...
Wan si hin barbaachisne..!
Maaliif ati of too'atee...
Amma maaf hin dhiisne..!
Walii galtee tanan...
Rakkoo kee wajiin...!
Sitti fayyadama...
Namas tahe dini..!
Kanaaf harka hin kenni...
Rakkinafi dhiiphinaa....!
Hunduu akka darbuu..
Abdii godhaa amaana..!
Eenyutu hin hirkaatin...
Ofiin of dandaa'i...!
Nama osoo hin taane...
Waaqa kee dhagaa'i..!
Namani hin karoorsin...
Ofi yaadii mu…
❤5👍1
15 Jun 2026, 05:32 UTC580 viewsread 7 August 2026 Ijikoo si eega.....
Hin dhuftu jedheetti...!
Maal taate adaraa...
Maaliif haftte ati...?
Hafuukee amanuun..
Ana natti ulfaate...!
Maaliif turte maaloo...
Maal na jalaa taate..?
Dhufattiin kee fagoodha..
Nan eega si hordofaa...!
Maaloo ani hin dandeenye...
Nan jedhi nan dhufaa...!
Garaan natti jabaate...
Maaf ana yaadessita..?
Osoon taa'ee si eegu..
Hirriba malee na bulchita...?
Yaadaa fi dhiphinni...
Maraatummaat…
11 Jun 2026, 19:32 UTC868 views2 reactionsread 7 August 2026 #Dhuguma_ture...
Kan ani siif kennee...
Onneekoo dabarsee...!
Garaas nan hin hanqaanne...
#Si_jaallachuu_koo
Yeroon adda baasee...!
#Garuu...
Akka si hin hawwine...
Onneekoo kan qabe..!
Dhiphina addaan qaba...
Kan deemsaakoo dhabe..!
#kanaafi...
Osoon hin barbaadin...
Sirraa of fageessee...!
Tole eenyuu gaafuurree...
Ani bakka geessee...?
@Garuu...
Si duubisuufi yaadee...
Si bilbiluufi baasee..!
Ofiitin haasaha...…
❤2
29 May 2026, 18:57 UTC601 views5 reactionsread 7 August 2026 #maaliif?🥺
Maaliif akka tahe...
Beekuu badhus ani...!
Gammachuu hin qabu...
Akka nama kaanii...!🥺
Waanan barbaadu...
Ishoo anaaf dhufe...!
Jedhee osoon xumurin...
Harkaa koo irraa kufe...!🥺
Cubbuu addaan qaba...
Kan dhiqaamee hin baane...?
Amma fedhe yaalus...
Kan jirun nan taanee...?
Ani eenyu gad tanani...
Moo’u dadhabe jireenya..!
Abaarsa adda ta’eetu...
Jiramoo mana keenya...?
Jireenyi ana irratti...
Daachad…
💔5
7 May 2026, 11:00 UTC776 views6 reactionsread 7 August 2026 #Dhiifama_ofi_Koo
Dhiifama kanan dirqamaan...
Dhugaa kee ukkaamsee...!
Tartiiba guddina keetii...
Sadarkaa kee gadi buusee...!
Anatu humnafi dandeetikee..
Yeroo kee si jalaa nyaate...!
Anatu karoora kee...
Saree dhaaf si laate...!
Dhiifama jireenya namaaf...
Hojjeetu kanan si godhe..!
Dhiifama of dagaagadhu...
Namaaf jiraadhu kanan jedhe...!
Dhiifama kabaja si malu...
Waanan si dhowwadheef...!
Kan ati hin dandeen…
❤4👏1🥰1
16 Apr 2026, 18:19 UTC≈1,390 views5 reactionsread 7 August 2026 Amma ati na yaaduu
Animoo dacha Isa
Yoomuu battuu beekii
Ati yaadakoo kessa
Halkani warrii tahe
Guyya aduu safaa
Nama bira miti
Yaadnikoo si qofa
Ijiokoo si arguufi
Libsaata yeroo maraa
Nama guutee jiru kessa
Si qofatu na mararaa
Maqaan kee hin baduu
Sammuu kiyyaa kessa
Iddoo olana fudhaate
Qophuuma kee tesaa
Suuraa kee ilalun sasadha
Akka wan na jalaa dhumtuu
Bar taahetani si egaam
Akka wan bariste dhuftuu
@bee…
❤5
15 Mar 2026, 18:56 UTC≈1,410 views7 reactionsread 7 August 2026 #kan_itti_fufe_part_2
#isa:
Qoyyii si jeeqayyii...
Sitti haasa'un koo...?
Natti himii soodattin..
Homaa qabu rakkoo...!🤷
#ana:
#Ayi_si_kana🤦
Hawwii koo beektaa...
Kanani hawwuu raafee ka'e...!
Osoo guyyaa maraa...
Sagaalee kee dhagaa'e..!
Karaa fagoo kanas...
Balaali'ee si bira ga'e...!🥺
Osoon si hamaadhe...
Takkaf birabirroo ta'e...…
❤7
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @beekii_walaloo. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.