23 Aug 2026, 17:59 UTC13 views1 reactionsread 24 August 2026 #Update | #Arsi_University
Yuunivarsiitiin Arsii Logo isaa haarawa ifoomseera.
Yuunivarsiitichi logo isaa haarawa irratti Afaan Oromoo akka afaan jalqabaatti fayyadameera. Yeroo dhiyoon dura yuunivarsiitiin Madda Walaabuus logo isaa haarawa irratti afaan oromoo akka afaan jalqabaatti fayyadamuu eegaluunsaa kan yaadatamuudha.
Gochi kun yuunivarsiitota oromiyaa kanneen afaan oromoo akka afaan 2ffaatti ykn sadaffaatt…
❤1
23 Aug 2026, 08:43 UTC12 views2 reactionsread 24 August 2026 Photo
Join us for more information
@alphafreshman
@alphafreshman
❤2
22 Aug 2026, 18:43 UTC15 viewsread 24 August 2026 📢 Teessoowwan bu'aan 2017 itti agarsiifame
Dorgomtoonni marsariitii fi teessoo Telegiraamii fayyadaman ragaa yeroo isaanii hatattamaan buufachuu danda’aniiru.
Teessoowwan:
1. Marsariitii: https://bu’aa.eaes.et
2. Telegiraamii: https://t.me/EAESbot
3. Tajaajila Ergaa Gabaabaa (SMS): 6284
@alphafreshman ✔️
22 Aug 2026, 18:39 UTC15 viewsread 24 August 2026 Photo
የትምህርት ጥራትን ለማረጋገጥ የሚደረገው ጥረት ተጠናክሮ ይቀጥላል፦ ፕሮፌሰር ብርሃኑ ነጋ
**
የትምህርት ሚኒስትሩ ፕሮፌሰር ብርሃኑ ነጋ በዛሬው ዕለት በሰጡት መግለጫ፣ የ12ኛ ክፍል ሀገር አቀፍ ፈተና ውጤትን ተከትሎ ስለሚሰጠው የሪሜዲያል ትምህርት ፕሮግራም ማብራሪያ ሰጥተዋል።
ሚኒስትሩ በማብራሪያቸው፣ በየዓመቱ ወደ ሪሜዲያል ፕሮግራም የሚገቡ ተማሪዎች ቁጥር እና የመግቢያ ውጤት ፈተናውን በቀጥታ አልፈው ወደ ዩኒቨርሲቲ በሚገቡ ተማሪዎች ቁጥር ላይ የተመሠረተ ነው ብለዋል።
ፈተናውን በቀጥታ የሚያልፉ ተማሪዎች ቁጥር እያደገ በሄደ ቁጥር፣ ለሪሜዲያል የሚሰጠው ዕድል እየጠበበ እንደሚሄድ፤ በአንፃሩ የትምህርት ጥራትን ለማረጋገጥ የሚደረገው ጥረት ተጠናክሮ እ…
22 Aug 2026, 14:04 UTC11 viewsread 24 August 2026 Kabajamtoota barattootaa;
Qabxiin darbiinsaa hanga beekamutti eeguun yaaddoo fi dhiphina uumuu danda'a; ta'us dhiphachuun faayidaa akka hin qabne yaadachuun gaariidha፦
Gahee keessan bahataniirtu፦ Qormaata qoramtan xumurtaniirtu. Amma dhiphachuun qabxii irratti waan dabalu ykn hir'isu tokkoyyuu hin jiru.
Dhiphinni dhugaa jiru hin jijjiiru፦ Yaaddoon hin barbaachifne nagaa sammuu fi fayyaa keessan jeeqquu irraan k…
22 Aug 2026, 12:59 UTC9 viewsread 24 August 2026 Barattoota bara barbootaa 2019 gara mooraa( yuuniveersiiti) sentan hundaaf, Alpha fresh man, imala taasistan keessatti gara department barbaaddan akka seenta kan isin taasisu qabxii GPA gaarii akka fiddaniif isin gargaaruf qophii isaa xumureenisin eegaa jira maarree isinis maatii alpha freshmaan ta'uun dhangaa keenya qopheessinetti fayyadamaa isiniin jennaa.
Odeeffanoo dabalataaf channel keenya join godhaa
@alphafre…
22 Aug 2026, 12:53 UTC7 viewsread 24 August 2026 Photo
Join for more information
@alphafreshman
22 Aug 2026, 12:52 UTC7 viewsread 24 August 2026 🎓🔥 ALPHA FRESHMAN 🔥🎓
Yuunivarsiitii Keessatti Milkaa’uuf Tarkaanfii Jalqabaa Asirraa Kaasi isiniin jedha.
📢 Barattootaa Waggaa 1ffaa gara Yuunivarsiitiitti bara 2019, hundaaf!...gaafiwwan kanneenif deebin kunooti
📚 Mojuulota dubbistee garuu hin hubannee?
📝 Qormaataaf maal irraa jalqabuu akka qabdu wallaalaa?
😵💫 Notes fi materials hedduu keessa burjaaja’aa jirtaa?
🌟 BAGA GARA ALPHA FRESHMAN DHUFTAN!
Alpha Freshman j…
22 Aug 2026, 12:48 UTC6 viewsread 24 August 2026 Waa'ee bu'aa rimidaayiiliis kaasuun waan hin oolleef waan haaraa ni dhageenya jennee yaanna 😊 waa maraafuu waaqayyo waan gaarii isin haa dhageessisu.
22 Aug 2026, 12:44 UTC8 viewsread 24 August 2026 #Update
#Kutaa_12ffaa
Bu'aan Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa bara 2018 har'a ni ifooma
Akkuma kana duraa isiniif maxxansine bu'aan qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara kanaa har'a waaree booda akka ifoomu Sheger FM Radio odeeffannoo Ministeera Barnootaa irraa argateen ibseera.
Odeeffannoo haaraa saffisaan argachuuf channel keenya Telegram join taasisaa!
Barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhatta…
22 Aug 2026, 12:31 UTC5 viewsread 24 August 2026 #MoE : Ministeerri Barnootaa qabxii qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2018 daqiiqaa muraasaan bood gadhiisuufi.
Tikvah Ethiopia tamsaasa kana kallattiin ni dabarsa.
22 Aug 2026, 10:02 UTC11 viewsread 24 August 2026 Photo
👷♂️ | Dameewwan Engineering'ii 5, kan carraawwan hojiitiin beekamoo ta'an:
1. Biomedical Engineering 🔬
2. Electrical and Computer Engineering 👷♂️
3. Civil Engineering 👨🔬
4. Chemical Engineering 👨⚕️
5. Mechanical Engineering 👨🔧
✅ | Barattoonni damee 'engineering' seenuu barbaaddan ykn ammoo 'Pre engineering' keessa jirtan waa'ee odeeffannoo kutaa engineering'ii kamii barbaaddu?
💬 Comment' dhaan nu beeksisa…
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @alphafreshman. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.