22 Jul 2026, 17:28 UTC234 views4 reactionsread 7 August 2026 Photo
Naannoo Oromiyaatti Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa Bara 2018 Ifoome.
----------
BBO - Adoolessa 15/2018 Naannoo Oromiyaatti Qormaatni Naannoo Xumura Barnoota Sad. Giddu Galeessaa Kutaa 8ffaa Bara 2018 Waxabajjii 11 - 12/2018 Kennamee Ture Har'a Qabxiin Ibsameera.
Haaluma kanaan, qabxiin darbiinsaa 50%fi ol kan galmeessisan yoo ta'u , barattotni 50%fi ol galmeessisanis 86.4% ta'uun beekameera.
#Qabxii_Qorma…
👍4
15 Jun 2026, 04:11 UTC403 viewsread 7 August 2026 US fi Iraan "Libaanos keessatti dabalatee adda hundaan oppereeshinii waraanaa akka dhaaban" waliigalteerra gahuu Ministirri Muummee Paakistaan beeksise.
https://ift.tt/2SDilKy
14 Jun 2026, 14:21 UTC382 views1 reactionsread 7 August 2026 Photo
Waliigaltee nagaa isa xumuraa addunyaa dhiphisee ture Ameerikaa fi Iraan gidduutti godhamu ilaalchisee tarkaanfiin haaraa fi ariifachiisaan fudhatamaa jira. Odeeffannoon dhiyoo bahe akka addeessutti, waliigaltee seenaa qabeessaa biyyoota lameen gidduu jiru kana qaamaan walitti dhufuu osoo hin barbaachisin, teeknoolojii sarara intarneetii tiin (Virtual) mallatteessuuf karoorri qophaa'eera. Kunis adeemsa waliigalticha…
❤1
5 May 2026, 09:17 UTC424 viewsread 7 August 2026 Photo
#HaacaaluuHundeessaa #Siidaa
Siidaan Yaadannoo Artiisti Haacaaluu Hundeessaa Magaalaa Finfinneetti eebbifameera.
Sirna eebbicharratti maatii Artiistichaa dabalatee Artiistonni biroon argamaniiru.
5 May 2026, 09:14 UTC345 viewsread 7 August 2026 Photo
Pireezidaantiin Botswaanaa Dumaa Bookoo jibbiinsa biyyoota alaa lammiilee Bootswaanaa Afrikaa Kibbaa keessa jiraatan irratti raawwatamaa jiru irratti labsii yeroo hatattamaa biyya isaanii labsan.
Murteewwan gurguddoo Pirezidaantichi dabarsan:
Mootummaan Bootswaanaa daangaa Afrikaa Kibbaa waliin qabdu maraa, hatattamaan akka cufamu ajaje.
Humna ibsaa Afrikaa Kibbaatti naannolee adda addaatti ergamaa ture akka addaa…
24 Mar 2026, 10:58 UTC424 views1 reactionsread 7 August 2026 Photo
Israa’elii fi Ameerikaan bu’uuraalee misooma Anniisaa Iraan Isfahaanii fi Kooraamshaahir jedhaman irratti haleellaa raawwataniiru.
Pireezidaantii Doonaald Tiraampi bu’uuraalee misooma Annisaa Iraan haleeluuf yeroon akeekkachiisaa kennan guyyoota shaniif dheerachuu erga beeksisanii sa’aatiwwan muraasa booda haleellaan kun raawwatamuu gabaafameera.
Haleellaa Buufata Annisaa Isfahaanii irratti raawwatameen gam bulchiin…
❤1
16 Mar 2026, 15:38 UTC392 views1 reactionsread 7 August 2026 Photo
Hormuuz cufamuu hordofee omishni boba’aa Gamtaa Eemiraatota Arabaa walakkaa oliin gadi bu’e
Iraanifi biyyoottan Galoo Galaana Arabaa gidduuutti walitti bu’iinsi hammaachuu hordofee darbi Hormuuz cufamuusaatiin omishi boba’aa Gamtaa Eemiraatota Arabaa walakkaa oliin gad bu’uun gabaafame.
Darbi Hormuuz cufamuurraa kan ka’e dhaabbanni boba’aa mootummaa Gamtaa Eemiraatota Arabaa Aadnook (ADNOC) boollawwan boba’aa keess…
👏1
3 Mar 2026, 15:57 UTC495 views0 reactionsread 7 August 2026 Sudaan dirooniiwwan Itoophiyaarraa ka'an daangaa ishee seenaa haleellaa raawwataa jiru jechuun ifatti himatte.
https://ift.tt/8Lvj0Tn
19 Nov 2025, 05:33 UTC791 viewsread 7 August 2026 Hayyuu Duree ABO Obbo Daawud Ibsaa fi Dura Taa'aa Kongireesii Federaalaawaa Oromo (KFO) Proofeesar Mararaa Guddinaa xalayaa ifaa pireezidantii Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaaf barreessaniin marii taasisuuf beellamni akka isaaniif qabamu gaafataniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ryS1TWj
17 Nov 2025, 17:24 UTC616 views1 reactionsread 7 August 2026 Photo
Barattoonni yuunivarsiitii waggaa 3ffaa erga xumuranii booda labsiin waggaa 1'f tajaajila barsiisuu akka kennan dirqamsiisu bara 2019 irraa eegalee hojiirra ni oola jedhame.
Bu'aa fi Mindaan barsiisotaaf dhihaatu gahaa ta'uu dhabuu isaatiif hanqinna barsiisotaaf sababa ta'uu isaa ministeerri barnoota Pirofeesar Birhaanuu Naggaa miseensota mana mareef himeera. Kunis barsiisota haaraa haala gahaa ta'een omishuuf rakki…
❤1
12 Nov 2025, 17:34 UTC515 views2 reactionsread 7 August 2026 Photo
🛑Dhaamsa Hatattamaa !🛑
Dhukkubni maalummaan isaa hinbeekamne Omoo Kibbaa, hospiitala Jinkaa keessatti mul'atee jira jedhamaa jira. Qabata dhukkubichaatiinis ogeessa fayyaa, doktarii tokko dabalatee namootni shan hanga ammaatti akka du'an himamaa jira.
Odeeffannoon fuulli Ethiopian History.." jedhu tokko baase akka himutti dhukkubichi jalqaba dhagna gubaa erga namatti fidee booda dhiigni qaama keessaa akka dhangala'…
❤2
6 Nov 2025, 09:54 UTC537 viewsread 7 August 2026 Gareen humnoota TPLF irraa tahe daangaa Affaar galuun haleellaa raawwachuu Biiroon Komunikeeshinii naannoo Affaar beeksise.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ZMyx7VA
Showing the 12 most recent of 18 posts we hold for @abdi_boruu. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.