28 Jun 2026, 05:30 UTC29 views1 reactionsread 10 August 2026 Forwarded from @Agartuu_Waamaraa
🌻CIDHAA FI JIREENYA GAA'ELAA 🌻
==========================
👉 Dalli namaa dhalootaa hanga du'aatti taatee gurguddaa sadi ni arga. kunis 🌿Dhaloota, 🌿Cidha, fi🌿Du'a. Sadan kana keessaa namni kan inni argee itti gammadu keessaa inni guddaan cidha.
👉 Abbootiin keenya gaafa nama eebbisan cidha ykn gaa'ela keetiin si haa ga'u jechuun nu eebbisu.
▪︎▪︎▪︎▪︎▪︎▪︎▪︎▪︎▪︎▪︎▪︎🌿🌿🌿▪︎▪︎▪︎▪︎▪︎▪︎▪︎▪︎▪︎▪︎▪︎
👉 Dhugumayyuu cidhi gammac…
❤1
9 May 2026, 03:53 UTC80 viewsread 10 August 2026 #Mee_Dubbisaa.#Jaalalaa_Hiyyeessaa😭😭
============================
#waa_baayyee_sibarsiisaa_biran_darbin_dhugaa_waaqa
Mucaa baay'ee hiyyeessa (harka qalleessa)
ta'etu intala soorettii(qabaattuu) takka jaalate.
Sababa hiyyeessa ta'eef sii jaaladhaa jedhee gaafachuu sodaatee hedduu cinqamus, guyyaa tokko gaafachuuf murteesse. Gaafa inni bira deemee sii jaaladhaa jedhuun isheen baay'ee ajaa'ibamte. Akkamitti si jaaladha…
7 May 2026, 02:38 UTC78 viewsread 10 August 2026 #Filannoon_kan_ketii
Mana kiristaana irraas abboota amantii irras kan Eegamuu!!
Bishaan isaa kamii Abiddii isaa kamii isaa jedhuu amantootaa/ijollee isaniitti himuu dha!!
#kana jechuun Manni kiristaana fi abbonnii amantii!
#Hin ejjiin jedhanii si barsisuu malee sin dirqisiisan ejjuunis ejjuu dhisuunis kan keetii!!
#Hin hatiin hatuun cubbuu dha waaqayyoo irraa addaa si baasa jedhanii si barsiisu malee sin d…
6 May 2026, 18:27 UTC65 viewsread 10 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
26 Apr 2026, 03:57 UTC228 views0 reactionsread 10 August 2026 ✅Haadha Manaa Ogeettii✅
[K.Fak. 31:10-31]
✍️"Haadha manaa qalbi-qabeettii eenyutu argachuu danda'a ree? Isheen callee gati-jabeessa hundumaa irra guddaa in caalti;
➧Abbaan manaa ishee ishee in amanata; qabeenyis isatti hin hir'atu.
➧Bara jireenya ishee hundumaatti, wanta gaarii gootiif malee, wanta hamaa isa irratti hin hojjettu;
➧Isheen rifeensaa fi quncee talbaa barbaaddee, dhimmitees uffata in dhoofti.
…
25 Apr 2026, 02:29 UTC90 views1 reactionsread 10 August 2026 Photo
Jaalallee koo yaada ofii ibsuun baay’ee waan nama rakkisu dha. Garuu jaalalli wal xaxaa tahu isaa sirraan bare.
Bareeddu koo, akkamitti akkaan si bare gaafan yaadadhu na dhiba, baay’ee na dhiba. Gaafan harka kee qabu qaamni koo rommee, dhahannan onne koo ni dabale. Gaafan ija kee ilaalu lafti margee, samiin bal’ate, abaaboon daraaree natti mul’ate.
Kun hundu kan ta’eef sababa ani si jalladhufi dha. Kanaafuu, deebii…
❤1
25 Apr 2026, 02:23 UTC≈1,450 views1 reactionsread 10 August 2026 Photo
Har'aa challenge tokkn qaba dhiiroo
Asumman join godhii darbii
Like illee hin dagattiin maloo...
Deebbii isaa ,,,,,,,,,,,,,,,,,,,
❤1
22 Apr 2026, 15:27 UTC89 views1 reactionsread 10 August 2026 Photo
#Join #share
https://t.me/abbaa_shuree
👍1
21 Apr 2026, 20:37 UTC96 views1 reactionsread 10 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
❤1
21 Apr 2026, 20:36 UTC69 viewsread 10 August 2026 MICIREE JAALALAA
Osoo ani hin yaadiin
Anaaf kan yaadamtee
Miciree akka tasaa
Keessaakot uumamtee
~~~~
jaalalakeetti cuuphadheen
harkakoo achit argee
osoon quba hin qabaatiin
daraaree natti margee
~~~
badakee haasa’anis
koo garaan sanumaa
mannin keessat of arguu
yeroo hunda keetumaa
~~~
ati naaf qarookoo
kanan itti ilaaluu
kumni osoo dhufeyyu
Tokko si’iin naa caaluu!!
https://t.me/abbaa_shuree
9 Apr 2026, 17:51 UTC≈1,150 views3 reactionsread 10 August 2026 Hubadhu Biiftuu Koo
~
Amman si jaaladhu
beekta silaa tiruu
Muufattee hin turin
mi'eessituu jiruu
~
Balleessaa koo ilaaltee
garaa hin jabaatin
Keessa kee qulqullutti
ulfa jibbaan baatin
~
Dhiifaman si gaaffa
morma kiyya cabsee
Si muufachiiseeratii
waadaa kiyya cabsee
~
Ta'us gaabben jiraa
keessi koo ibiddaa
Osoo kan beektuu
maaf na duraa baddaa?
~
Ilmi namaa silas
inuma balleessaa
Gaafa sana baru
qalbiisaa deebisaa
~
…
❤3
8 Apr 2026, 18:33 UTC≈1,310 viewsread 10 August 2026 Photo
Akkam naaf oolte bareedaa koo? Hin na’iin gaafan bareedaa koo sin jedhu.
Gargar yoo bane iyyu ani ammayyu jaalalli koo hin banne. Xalayaa kana kan ani barreessuufis dhiifama si gaafachuufi dha.
Eegan siin adda bahee booda kunoo huqadhee, uffatni natti bal’atee, halkan tokko nagaan bulee hin beeku.
Kan darbe dabarsinee dhiifama wal gaafanee akka waliin jiraannun fedha.
Itti fufa....
Kutaa itti aanuu argachuuf
ABBAA…
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @abbaa_shuree. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.