10 Aug 2026, 06:38 UTC74 viewsread 18 August 2026 Photo
💻 Nageenya Saayiberii: Qophii Qabachuun Yeroo Hunda Hirmaachuu
Barattoota keenya, nageenya saayiberii irratti jabina gabbisuu fi si'achi hirmaannaa keessan babal'ifachuuf qophiin jiru!
Darii qophaa'aa, akkaataa itti amansiisaan ittiin fayyadamtan hunda isiniif raabsina.
🛡️ Akkaataalee Gorsa Maamiltoota:
1️⃣ Nageenya keessa naanna'uun
2️⃣ Gargaarsa sossobbaadhaan walitti dhufeenya fooyyeffachuun
3️⃣ Miirri wal-qixaa t…
Signed Inside Ads
8 Aug 2026, 14:28 UTC91 views1 reactionsread 18 August 2026 Kun keessumaa #Laptop irratti barbaachisaa dha.
#Maal_ilaalla?
● Battery charge meeqa qaba?
● Battery saffisaan dhumaa jiraa?
● Charging sirriitti hojjechaa?
● Battery health maal fakkaata?
● Laptop charger malee yeroo hammam hojjechuu danda'a?
#Maaliif_ilaalla?
Battery dadhabaa ta'e:
● yeroo gabaabaa keessatti dhuma
● yeroo baay'ee charging barbaada
● hojii yeroo dheeraa irratti rakkoo fiduu danda'a.
📍 #Bakka…
❤1
8 Aug 2026, 14:28 UTC70 views3 reactionsread 18 August 2026 # 💻 #Dandeettii (Performance) Kompitaraa Check Gochuu
#Performance jechuun kompitaraan keenya hojii gara garaa hammam, saffisaan, sirriitti fi yeroo dheeraa rakkoo malee hojjechuu akka danda'uudha.
Hojii nuti kompitara keenya barbaannuuf milkeessuuf dandeettii isaa baruun dirqama.
Performance kompitaraa baruuf hardware fi software isaa keessaa wantoota ijoo armaan gadii check gochuu qabna.
---
1. 🪟 #Operating_Sy…
❤2👍1
8 Aug 2026, 14:13 UTC46 viewsread 18 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
8 Aug 2026, 10:38 UTC48 viewsread 18 August 2026 𝑫𝒂𝒂𝒕𝒂𝒂 𝒊𝒏𝒕𝒂𝒓𝒏𝒆𝒆𝒕𝒊𝒊 𝒎𝒐𝒐𝒃𝒂𝒂𝒚𝒊𝒍𝒂 𝒌𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒏𝒊𝒊 𝒒𝒖𝒔𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖 𝒇𝒊 𝒃𝒂𝒂𝒔𝒊𝒊 𝒊𝒔𝒊𝒏 𝒊𝒓𝒓𝒂 𝒈𝒂𝒉𝒖 𝒉𝒊𝒓'𝒊𝒔𝒖𝒖𝒇, tooftaalee salphaa fi bu'a-qabeessa ta'an armaan gadii hojii irra oolchuun ni danda'ama:
1. 𝑫𝒂𝒕𝒂 𝑺𝒂𝒗𝒆𝒓' (𝑫𝒂𝒂𝒕𝒂𝒂 𝑸𝒖𝒔𝒂𝒕𝒂𝒂) 𝑰𝒃𝒔𝒖𝒖
Moobaayiloonni Android fi iPhone (iOS) hedduun of keessaa filannoo daataa qusachuu dandeessisu qabu. Kunis yeroo intarneetii fayyadamtan suuraa fi wantoota biroo daataa baay'ee barbaadan xiqqeessuun daataa i…
8 Aug 2026, 10:37 UTC42 viewsread 18 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
8 Aug 2026, 06:25 UTC55 views1 reactionsread 18 August 2026 Ganna kana Maaliin Dabarsuuf Jirtu? 🤔
Nuti ammoo "Dubbisaan Egeree Ijaaraa" isiniin jennu! Maatii Hambaa Kitaabaa ta'uun:
⚡ Kitaabota Afaan Oromoo fi Ingiliffaa
⚡ Audio fi PDF xinsammuu
⚡ Seenaa, Duudhaa fi Qorannoo garaagaraa
⚡ Cuunfaa kitaabotaa namatti tolan bakka tokkotti argattu.
Amummaa JOIN godhaatii miseensa maatii keenyaa ta'aa! 👇
https://t.me/Hambaa_Kitaabaa
👍1
7 Aug 2026, 15:38 UTC78 viewsread 18 August 2026 10. 💾 #Storage (HDD/SSD) Check Gochuu
● Computer keessatti HDD/SSD jiraachuu isaa check goona.
● Capacity isaa #This_PC irraa ilaalla.
* Windows sirriitti boot gochuu isaa ilaalla.
* Yoo storage hin mul’anne, connection fi driver check goona.
#Driver check:
-->Search Bar → Device Manager → Disk drives → HDD/SSD
● Mallattoo ⚠️ yoo jiraate rakkoo jiraachuu danda’a.
---
11. 🧠 #RAM_Check_Gochuu
● RAM computer …
7 Aug 2026, 15:38 UTC66 viewsread 18 August 2026 #Kompitara_Fayyadamuun_Dura_Hardware_fi_Driver_Check_Gochuu
#Barnoota_kompitaraa_bu'uuraa
#Marsaa_4ffaa
1. 🖱️ #Mouse_Check_Gochuu
● Mouse keenya kan #haadaa (Wired) ykn #haada_malee (Wireless) ta’uu danda’a.
● Erga wal qabsiisnee booda Mouse sochoofnee #cursor akka socho’u ilaalla.
● Yoo cursor hin sochoone:
● USB connection ykn wireless connection check goona.
● USB port biraa irratti yaalla.
● Battery is…
7 Aug 2026, 15:38 UTC66 viewsread 18 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
6 Aug 2026, 15:59 UTC112 viewsread 18 August 2026 Paattarnii (𝑷𝒂𝒕𝒕𝒆𝒓𝒏) 𝒚𝒌𝒏 𝑷𝒊𝒊𝒏𝒊𝒊 (𝑷𝑰𝑵) Bilbila Keessanii Dagattanii Rakkoo Keessa Galtaanii Beektuu?
Baay'een keenya yeroo koodii bilbila keenyaa dagannu battalumatti gara suuqii suphaa bilbilaatti fiigna. Garuu rakkoo kana manuma keessan teessanii daqiiqaa muraasa keessatti furuu akka dandeessan beektuu?
Bilbila keessan salphaatti Hard Reset (Format) itti gochuu akka dandeessaniif sadarkaalee salphaa 6 bal'inaan is…
6 Aug 2026, 15:59 UTC88 viewsread 18 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @Woyyuu_Tech. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.