6 Aug 2026, 18:01 UTC178 views1 reactionsread 7 August 2026 Photo
የሪሚዲያል ፈተና ተፈታኞች ውጤት ሳይገለፅ በመዘግየቱ ቅሬታ አቀረቡ
በ2018 ዓ.ም አገር አቀፍ የሪሚዲያል ፕሮግራም ፈተና የወሰዱ ተማሪዎች ውጤት ሳይገለፅ በመዘግየቱ ቅሬታቸውን እያቀረቡ ነው።
"ፈተናውን ወስደን ከጨረስን ድፍን ሁለት ወራት ሊሞላን ነው" ያሉት ተማሪዎቹ፤ "ይህን ያህል ጊዜ ውጤት ሳይገለፅ መቆየቱ ተገቢ አይደለም" ሲሉ ቅሬታቸውን ለቲክቫህ ኢትዮጵያ አቅርበዋል።
"ውጤት ሳይገለፅ 57 ቀናት ማለፉ ተገቢ አይደለም፣ ለድባቴና ያልተገባ ጫና ተዳርገናል" ያሉት ተማሪዎቹ፤ "መንግሥት በአስቸኳይ ውጤታችንን ያሳውቀን" ብለዋል።
ቲክቫህ ኢትዮጵያ የሪሚዲያል ፈተና ወጤት መቼ ይለቀቃል ሲል የሚመለከታቸውን የመንግሥት አካላት ለመጠየቅ ያደረገው ሙከ…
❤1
5 Aug 2026, 19:00 UTC268 views4 reactionsread 7 August 2026 Photo
«Furdattu homaa hin yaaddu
Qal’attu homaa hin nyaattu,
Callistu dubbii hin beektu
Dubattu dubbii hin eegdu!»
Jetti kan keessa kee hin beekne🤔
❤4
5 Aug 2026, 14:24 UTC299 viewsread 7 August 2026 Photo
Oduu Gammachiisaa!💥
Barattoota Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa (MBIBBA), MB Waldaa Misooma Oromiyaafi Manneen Barnootaa Addaa (MBA) Sad. 2ffaa Dorgomanii Galuu Barbaadan Hundaaf
BBO - Adoolessa 29/2018 Barattootni bara 2018 Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa fudhachuun qabxii olaanaa galmeessisaniifi MBIBBA, WMO fi MBA Sad. 2ffaa galanii barachuuf fedhii qaban hundi liinkii armaan gadiin odeeffannoo guutuu akka …
2 Aug 2026, 09:55 UTC496 views4 reactionsread 7 August 2026 𝐋𝐨𝐥𝐚𝐦𝐮𝐮𝐧 𝐝𝐢𝐫𝐪𝐚𝐦𝐚!🔥
𝑲𝒖𝒕𝒂𝒂_1𝒇𝒇𝒂𝒂
Kan darbe darbeera; isa fuulduraaf hojjedhu! Kan darbetti yaada ofii hidhuun, isa ammaafi fuulduratti hojjetu irratti gufuu guddaa sitti ta'a. Har’as siinis ta’e anaan rakkoolee abdii nama kutachiisan hedduun nu mudachuu malu. Ta’us hamma lubbuun jirtuutti gonkumaa abdii hin kutin. Rakkoofi qaawwa jireenya keetii tasuma hin lakkaa’in; sababni isaas lakkooftee hin fixxu. Milkaa’inakee …
❤4
2 Aug 2026, 07:34 UTC383 viewsread 7 August 2026 SIYAASA KEESSATTI,…💥
Paartii feete hordofi, saayinsii siyaasaa fedhes baradhu, seera kamuu beeki; bartee tahee wanti hafe tokko jira. Seenaa odeessuu malee hojjechuurratti xiyyeeffachuun gadi bu’eera; maqaa walii xureessuuf malee tolchuuf wal utubuun hafeera. Nama target ofiisaa barbaadutti yoo hin galleef, siyaasa inni hordofu amantee yoo hin fudhanne, daldala isaa harkaa fuutee yoo hin dabarsineef, amantaa inni ofi…
2 Aug 2026, 07:34 UTC396 views0 reactionsread 7 August 2026 Namni sababa sijajeef sitti hin ho’iin; sababa si qeeqeef, si arrabseef(maqaa kee xureesseef), sittis hin qorriin! Kun siyaasa keessatti baramaadha; namni cimina keetti amanee jennaan, keessumaa caaltee argamuu of amansiisee fudhannaan, fagaachuu fi baatee mul’achuu kee tilmaamnaan miti maqaa balleessuu, suma mataa kee balleessuu(dhabamsiisuuf) dhalli namaa duubatti hin jedhu; dantaa wayii sirraa barbaaduu qofaaf mit…
1 Aug 2026, 10:36 UTC487 viewsread 7 August 2026 Photo
SIRREEFFAMEE JIRA!💥
(Average 100 | | Percentile 100%)
-Akka Naannoo Oromiyaatti qabxii olaanaa bara kanaati.
Barattoota 3 akka naannoo Oromiyaatti qabxii kutaa 6ffaa bara kanaan, gosoota shan fudhatan marayyuu guutuu 100/100 fiduun, qabxii giddu-galeessaa 100 fi paraantaayilii 100 fiduun Oromiyaa irraa 1ffaa qabatanii jiru.
Daawwit Waliso irraa, Seenaa, Bishooftuu irraa, akkasumas Yeroosan Shaggar(Malkaa Noonnoo) ir…
1 Aug 2026, 10:00 UTC413 viewsread 7 August 2026 Liinkii:- Qabxii Qormaata Kutaa 8ffaa fi 6ffaa Bara 2018👇
Kutaa 8ffaa http://oromia.ministry.et
Kutaa 6ffaa https://oromia6.ministry.et
31 Jul 2026, 18:52 UTC502 views1 reactionsread 7 August 2026 Photo
RAAJII ADDAATI💥
(Average 99.5 & Percentile 100%)
-Shamarree qaxalee, ammas percentile 100% fi average 99.5 fiduun akka Oromiyaatti tarree barattoota 1ffaa qabatanii jirti; sanuu shamarra, akka Oromiyaatti qabxii olaanaa bara kanaati. Kutaa 6ffaatti kan kana fidde, 8ffaa fi 12ffaa itti cimsanii jennaan, tilmaamuun hin dhibu!
Seenaa Awwal jedhamti; Bishooftuu, Aanaa Calalaqaa M/B Jorgoo irraa qabxii olaanaa akka naann…
❤1
31 Jul 2026, 15:59 UTC509 viewsread 7 August 2026 Photo
God has His Own Timing Trust him be patient❤️🩹🤌
31 Jul 2026, 15:54 UTC516 views1 reactionsread 7 August 2026 Photo
WALISOO Vs MALKAA NOONNOO🤝
(Average 99.5 & Percentile 100%)
Barataa Daawwit fi Yeroosan.❤️🩹💪
Barattoota bara kana qorumsa naannoo kutaa 6ffaa fudhatan akka Oromiyaatti, qabxii olaanaan Walisoo fi Shaggar(Malkaa Noonnoo) barattoonni lachuu average 99.5 fi percentile 100% fiduudhaan akka Oromiyaatti qabxii olaanaa fi 1ffaa tahanii jiru.
Ijoollee qaxalee, kan wal fakkeessu ammoo, gosoota 5 fudhatan keessaa arfan isaa…
❤1
Showing the 11 most recent of 11 posts we hold for @Waloof. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.