31 Jul 2026, 19:24 UTC17 views1 reactionsread 9 August 2026
Maatii ofii irratti baasuun sadaqaa sadaqaa caaltu.
Namni maatii isaa Sooruuf, Uffisuuf, fi waan isaan barbaachisu isaaniin guutuuf baasii baasu mindaa guddaa argata.
Rasuulli SAW
"Diinaara baaste keeysaa kan mindaan isaa irra guddaa isa maatii kee irratti baastee dha." Sahiih Muslim
📌 Habibi Yoo niyyaa tolfattee Rabbii kee irratti hisaabbatte maatii kee nyaachisuuu fi kunuunsuun dirqama qofa osoo hin taane ib…
👏1
31 Jul 2026, 19:23 UTC9 viewsread 9 August 2026 Faayidaa Fuudhuun/Heerumuun qabdu.
#share godhaa singiloota hunda biraan naaf gahaa.
Yaa dargaggoo fuudhaa,
Yaa Shamarran heerumaa.
☑️ Fuudhuun/Heerumuun faayidaa guddaadha qabdi.
Walakkaa Iimaanaa namaaf guutti.
Fuudhuun badii hedduu irraa nama eega.
Rasuulli SAW "Namni fuudhe walakkaa amantii isaa guuttate" je'e. Al-Bayhaqi
Fuudhuun karaa Rabbiittiin dhihaatan keeysaa isa guddaa dha.
Ija gadi qabach…
30 Jul 2026, 20:43 UTC24 views2 reactionsread 9 August 2026 ﴿إِنَّ اللَّهَ وَمَلَائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آَمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا﴾
- Salawaata ergama rabbii ﷺ irraatti buusuun guyyoota biroo irraa Jum'aa irra jaalatamaadha, halkan isaalleen irra caala halkaniiti. Akkuma ergamaan rabbiiﷺ jedhan :
("إن من أفضل أيامكم يوم الجمعة فأكثروا عليَّ من الصلاة فيه")
«Irraa caalaan guyyoota keessanii guyyaa jum'aatii, Guyya…
❤2
24 Jul 2026, 18:34 UTC43 viewsread 9 August 2026 ✍️Bar Ajaa'ibaa !!
✅ wanni Namni Dalagu waan Addaa -- wanni Rabbiin Dalagu waan Addaa !!
✅ Numruud Nabi ibraahim Aleyhi assalaam Gubuuf ibiddatti darbe !
✅ Rabbiin ibiddaa qabbana nagayaa godheefi !
✅ Fir-owna Labsa baaseeti ilmaan biyyaa mara waan dhiira tahe Gataa ja'ee labsee ture !
✅ Rabbiin muusaa Mana isaa kheysatti guddise !
✅ Nabi iisaa Yahuudaan Ajjesuuf itti dhufan !
Rabbiin Jalaa ol baasee !
✅ Qureyshii…
23 Jul 2026, 22:27 UTC35 views1 reactionsread 9 August 2026 Photo
"Kulkula keessa kiyyaa"
"Keessa kootti dhalatee
Gubaa hidda fageeffate
Madaa dhiiga hin qabne
Kulkula natti hammaatee
Halkaan hirriibaa na kaasa
Guyyaa yaada na gubaa
Miira na keessa bulu
Kulkula keessoo jabaa
Madaan alaan mul'atu,
Qoricha argatee fayya
Kulkula gubaa keessoo
Rabbii koo Sumaanin fayya"
Salluu Alaa Rasuulillaah
Sallallaahu Aleehi wasallam
#ByIskuu
👏1
18 Jul 2026, 15:38 UTC38 views0 reactionsread 9 August 2026 Bilbilli harkaa (Mobile) humna guddaa qaba; bu'aan isaa salphifamuu hin qabu, balaa isaas xiqqeessamuun hin ta'u.📱
Inni:
☎️ Bilbila mana (landline) ajjeesse.
📺Televiziyoona ajjeesse.
💻Koompitara ajjeesse.
⌚Sa'aatii harkaa ajjeesse.
📷 Kaameeraa ajjeesse.
📻Raadiyoo ajjeesse.
🔦Ifa harkaa (torch) ajjeesse.
🪞Daawwitii ajjeesse.
📚Gaazexaa, maxxansa fi kitaabota hedduu ajjeesse.
👛Boorsaa maallaqaa ajjeesse.
🗓️ …
16 Jul 2026, 19:26 UTC44 viewsread 9 August 2026 ﷽
{إنّ اللهَ وملائكتَهُ يُصَـلُّونَ على النبي
يا أيها الذين آمنوا صَلُّوا عليه وسلِّمُوا تسليما}
قال رسول الله ﷺ :-
«أكثروا من الصلاة عليّ ليلة الجمعة ويوم الجمعة
فإن صلاتكم معروضة عليّ».
اللهم صل وسلم عل نبينا محمدﷺ
اللهم صل وسلم عل نبينا محمدﷺ
اللهم صل وسلم عل نبينا محمدﷺ
اللهم صل وسلم عل نبينا محمدﷺ
زد النبى صلاة
6 Jul 2026, 23:55 UTC56 viewsread 9 August 2026 https://www.facebook.com/share/v/1LVGQAsNKB/
6 Jul 2026, 21:42 UTC62 viewsread 9 August 2026 🌍 GLOBALIZATION FI BARNOOTA HAARAA
Har'a Baradhu, Bor Addunyaa Dorgomi!
Addunyaan Jijjiiramaa Jira!
Har'a addunyaan saffisaan gara Globalizationtti ce'aa jirti. Teeknooloojiin, saayinsiin, daldalli fi odeeffannoon daangaa biyyootaa ce'anii walitti hidhamiinsa cimaa uumaniiru. Haalli kun carraa haaraa uumuun isaa akkuma jiru, dorgommii cimaas fida.
Kanaaf, namni har'a milkaa'uu barbaadu beekumsa isaa yeroo yeroott…
4 Jul 2026, 16:17 UTC51 viewsread 9 August 2026 📌 Qajeelfamoota Qur'aanaa 6 Kan Miidiyaa Hawaasummaa akka itti fayyadamnu nu barsiisan..
Miidiyaan hawaasummaa iddoo itti Akhlaaqa dhugaati fi amantiin keenya itti madaalamuudha. Qur'aanni akkamiin akka itti fayyadamnu nuuf ibsa:
1. Ragaa Malee Hin Dubbatin!
Yoo mirkaneeffannaa fi ragaa qoratame hin qabaatin, waan argite hunda share gochuu fi jalatti barreessuu irraa fagaadhu.
Ragaa : {وَلَا تَقْفُ مَا لَيْسَ لَكَ ب…
1 Jul 2026, 16:19 UTC48 viewsread 9 August 2026 Carraa kana itti fayyadamaa...
⭐️ Akkaadaamiin Afriikaa - Afaan Oromoo haalaa gaariin jalqabee jira
✅ Faayidaalee Akkaadaamii kanaa keessaa:
💵 Akkaadaamichi bilisa (kaaffaltii malee), akkasumas umrii hundaaf dhiiraa fi dubartootaaf banaadha.
📱Fageenyarraa taa’anii bilbila ykn laabtopiidhaan barachuun ni danda'ama.
👳♀️ Sirna baruu-barsiisuu saayinsaawaa fi salphaa ta’e kan hayyoota ciccimoon barsiifamu.
📄Gosa barum…
23 Jun 2026, 19:10 UTC62 views2 reactionsread 9 August 2026 Ergaa
#SOOMA_AASHUURAA
Guyyaan Boruu Guyyaa 9ffaa Aashuuraati.
🔹 Aashuuraan guyyaa 10ffaa ji'a Muharram keessaa kan dhufuudha Innis Guyyaa Kamisaatti.
🔹 #Sababni_soomamuuf:
Rabbiin Nabi Muusaa (AS) fi ummata isaanii diina isaanii Fir'ana Faa irraa baraaree, Fir'oonii fi hordoftoonni isaa immoo galaan keessatti Halaakaman.
Kanaaf Nabi Muusaan (AS) galata Rabbiin Isaan tiksee Isaaan Moosiseef jechuun soomn.
Nabii…
❤2
Showing the 12 most recent of 18 posts we hold for @True3Information. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.