29 Aug 2026, 18:48 UTC9 views1 reactionsread 29 August 2026 #Milkaa'ina #Jireenya #Kakka'umsa #ArchitectLife #SuccessMindset
1. Hojiin kee har'aa bu'aa hin argamsiifne sitti hin fakkaatin; inni kun hundee ati boru irratti dhaabbattuudha. Obsi!
2. Kufuun kufaatii miti; achumaatti hafuudha malee kufaatiin. Har'a kufte jechuun boru ka'uuf humni kee dachaadha.
3. Boru jireenya akkamii jiraachuu akka qabdu murteessuun kan danda'amu waan har'a hojjettuuniidha. Har'a kee hin tuff…
👍1
Signed Ethio Life
28 Aug 2026, 15:16 UTC42 views2 reactionsread 29 August 2026 Facebook yoo baayyistuu fi Abbaa kee
Abbaa: Adaraa ilmako akkaataan itti facebook gargaaramtu kun gaarii miti yoo sitti hafehoo...?
Ilma: Abbaa ko comment kee fudhadheera. Garuu yoo mara online ta'uun maal rakkoo qaba.
Abbaa: Rakkoo qaba malee, Yeroo dheeraa facebook gubbaatti dabarsuu keerraan kan ka'e Aadaa dagattee jirta beeki..
Ilma: Hin dogoggorin abba an aadaa sirriittin beeka.
Abbaa: Mee erguma beeka jettee d…
👍1🔥1
Signed Ethio Life
28 Aug 2026, 14:52 UTC12 viewsread 29 August 2026 Akka isin itti gammaddan itti bohaartan abdiin qabaa👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Ethiochat322
https://t.me/Ethiochat322
Signed Ethio Life
27 Aug 2026, 07:44 UTC69 views1 reactionsread 29 August 2026 Bu'aan qormaata kutaa 12ffaa bahee jira.
Ijoolleen hangan yoonaa firii keessan hin ilaallatin jirtan,,,
Bu'aan qormaata biyyoolessaa E.C. Kutaa 12ffaa bara 2018 ummataaf ifa ta'ee, qorattoonni qabxii isaanii sakatta'uu jalqabaniiru.
Bu'aa ilaaluuf:
👉 Marsariitii: https://bu'aa.eaes.et
👉 Telegiraamii: https://bu'aa.eaes.et/telegram
👉 Ergaa gabaabaa: https://bu'aa.eaes.et/sms
Barattoonni hedduun bu’aa isaanii yeroo…
👍1
Signed Ethio Life
Channel photo updated
27 Aug 2026, 06:48 UTC18 viewsread 29 August 2026 https://t.me/TechnologyBohaartii
Signed Ethio Life
27 Aug 2026, 06:48 UTC17 views2 reactionsread 29 August 2026 Ala ba'aatii taphadhaa...
Xiyyaarri 1 Namoota machaa'an baayyee fa'ee utuu balali'aa jiruu
Namonni machaa'an bayyee jeequ, ni wacus turan. jara keessa macha'aan 1 paayileeti(pilot) bira dhaqee, xiyyaara balaliisisuu na barsiisi jedhee gaafachuun bayyee rakkiseen.
sana booda Payileticha yoo namoota jeeqan hunda akkasaan callisan goote sinbarsiisa ittiin jedhe.
Jennaan macha'ichi tole jedhee warra machaa'an bira dhaq…
❤1👍1
Signed Ethio Life
26 Aug 2026, 16:49 UTC26 viewsread 29 August 2026 Abbaadhafi mucaa waggaa 6 tu mana barumsaa deemani...
Isa booda abbaan mucaa barsiistuu isaatin mucaanko hamaadha qumaara baayyee jaallata yoo inni qabsiisi sin jedhe tole hin jedhin sinyaata... jedhee gorsaan..
Abbaan waaree boda mucaa fudhachuuf yommuu dhufu...
Mucaanko si rakkisee jedhee gaafata...?
Barsiistuun immoo lakki Nan rakkisne ani qabsiise mucaa ke nyaadheyu jettin...
Akkamiin jedha abbaan ilmaa?
Bu…
Signed Ethio Life
26 Aug 2026, 16:37 UTC25 viewsread 29 August 2026 https://t.me/lifestyle322
Signed Ethio Life
26 Aug 2026, 16:37 UTC26 viewsread 29 August 2026 Hardhaa waan tokkoo iraa hasoofna inis akkmtii Aaddaa kenyaa gudisuu dandenyaa akkamtis addaa kenyaa jaalachuu dhaan kanafuu Aaddaa kenyaa haa jalaanuu ittiinis ha bonuu anii sabonadhaa an biyyaa koo❤️ na jaladhaa an amantii koos nanjaladhaa❤️ hardhaaf hangaan yoo jenee ni gahaa yeroo gaarii qabadhaa
Waan Nama kakaasu akkanaa argachuu yoobarbaaddan chanali kana👇👇👇👇👇👇 join godhaa
Signed Ethio Life
26 Aug 2026, 16:25 UTC19 viewsread 29 August 2026 Forwarded from @lifestyle322
Hardhaa waan tokkoo iraa hasoofna inis akkmtii Aaddaa kenyaa gudisuu dandenyaa akkamtis addaa kenyaa jaalachuu dhaan kanafuu Aaddaa kenyaa haa jalaanuu ittiinis ha bonuu anii sabonadhaa an biyyaa koo❤️ na jaladhaa an amantii koos nanjaladhaa❤️ hardhaaf hangaan yoo jenee ni gahaa yeroo gaarii qabadhaa
Signed Ethio Life
26 Aug 2026, 16:21 UTC25 viewsread 29 August 2026 https://t.me/TechnologyBohaartii
Signed Ethio Life
Showing the 12 most recent of 16 posts we hold for @TechnologyBohaartii. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.