1 Jul 2026, 14:11 UTC63 viewsread 8 August 2026 Forwarded from @BARII_SABAA
Kitaabni Ida’amuu Ministeera Muummee Dooktar Abiy Ahmadiin barreeffame Afaan Chaayinaatti hiikamee dubbisaaf dhiyaachuufi
BARII SABAA- Waxabajjii 24/2018 Kitaabni Ida’amuu Ministeera Muummee Dooktar Abiy Ahmadiin barreeffame Afaan Chaayinaatti hiikamee dubbisaaf dhihaachuuf akka jiru ibsame.
Jijjiirama biyyaaleessaa bara 2010 hordofuun kan dhalatee fi Rood-maappii deemsa boruu Itiyoophiyaa ta’uun kan barreeffame "ki…
Signed Robsa Yee
1 Jul 2026, 14:11 UTC55 viewsread 8 August 2026 Forwarded from @BARII_SABAA
Balaa Kirkira lafaa Veenzuweelaatti mudateen daa’imni waggaa 3 guyyoota 6 booda lubbuun argame
BARII SABAA- Waxabajjii 24/2018 Balaa Kirkira lafaa Veenzuweelaatti mudateen daa’imni waggaa 3 guyyoota 6 booda jijjiga keessaa lubbuun argamee jira.
Lubbuu baraartootni ammaas hojii lubbuu baraaruu hojjechaa jiru.
Hojii hojjetamaa jiru kanaan daa’imni waggaa 3 Kiilibar Mooraan jedhamu Bulchiinsa Laaguuweeraatti guyyoota …
Signed Robsa Yee
1 Jul 2026, 13:59 UTC41 views1 reactionsread 8 August 2026 Forwarded from @BARII_SABAA
Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Birrii biliyoona 80 bu’aa argate
BARII SABAA- Waxabajjii 24/2018 Baankiin Daldala Itiyoophiyaa bara baajataa kana birrii biliyoona 80 bu’aa argadhe jedhe.
Pirizdaantiin baankichaa obbo Abbee Saannoon raawwii bara baajataa 2025/26 ilaalchisee miidiyaaleef ibsa kennanii jiru.
Dameewwan garaagaraatiin Liqiin birrii biliyoonni 600 fi biliyoonni 48 ol kennamuu ibsan.
Maallaqni Taa’aan baank…
❤1
Signed Robsa Yee
Posted without readable text
21 Jun 2026, 15:21 UTC87 views1 reactionsread 8 August 2026 https://vp.poppolive.com/yG5GMn Download the app to meet more interesting friends from all over the world! My ID:56962409
❤1
Signed Robsan Abdi
21 Jun 2026, 14:58 UTC94 viewsread 8 August 2026 I discovered a super fun app where you can chat, play games, and meet new friends anytime, anywhere!😆 Join 【Crush Live】 now!👇
https://invite.nova2025linksys.com/invite?inviteCode=36202701&languages=en&inviterType=0&imageType=1
Signed Robsan Abdi
19 Jun 2026, 18:53 UTC88 views1 reactionsread 8 August 2026 Join my livestream on Tikus!
https://tikus.com/stream/151432
❤1
Signed Robsan Abdi
11 Jun 2026, 13:57 UTC144 viewsread 8 August 2026 Jireenya kee keesaatti waan guddaa milkaassuuf, yeroo hundumaa qophaa'aa ta'i.
Join godhadhaa 👇
https://t.me/Robsan_ko_official
Signed Robsan Abdi
4 Jun 2026, 19:33 UTC160 views1 reactionsread 8 August 2026 https://t.me/OneWinTokenBot/start?startapp=refId6068321935
🎁 100,000 free 1win Tokens are already waiting for you at 1win!
😌 I invite you to join the game.
❤1
Signed Robsan Abdi
12 May 2026, 20:42 UTC188 viewsread 8 August 2026 https://t.me/earncraft_bot/app?startapp=NjA2ODMyMTkzNV8x
I've won $0.92! Click URL To Help Me Get More! You Can Also Play & WIN MONEY!
Signed Robsan Abdi
12 May 2026, 14:48 UTC182 views4 reactionsread 8 August 2026 Jireenyi kee kan nama biraatin wal hin fakkaatu, seenaan keetis kan nama biraatin wal hin fakkaatu, jireenya kana keessatti namni kamiyyuu daandii mataa isaa qaba, akkasuma seenaa mataa isaa qaba, uumamaanis kennaa adda addaa qaba. kaayyoo fi ga'umsa fi rizqii mataa isaa qaba, kanaafu ati maaltu sidhibe maalif waa'ee nama irratti yeroo kee gubda habibi hanga lubbuun jirtu teetuma qabadhu daandii mataa keeti irra im…
❤4
Signed Robsan Abdi
12 May 2026, 14:47 UTC≈1,060 views3 reactionsread 8 August 2026
Namni rakkoo fi balloo keessati dhugaadhaan si jaallatu haadha keeti malee jaalallee keeti miti. Jaalalleen kee yeroo haalli isii gammachisu ykn wanti isheen irraa fayyadamtu si harka dhume sidhiifte deemuu dandeessi, garuu haati kee yeroo hunda si hammattee jireenya kee guutuu gaarummaa kee dubbatti.
Jireenya kee akka dhiiraatti magaalaa gurguddo keessa jiraacha jirta ta’a, kun waan gaarii dha. Haa ta'u …
❤3
Signed Robsan Abdi
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @Robsan_ko_official. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.