24 Sept 2026, 00:37 UTC26 viewsread 24 September 2026 Ergamaan Rabbii Nabi Muhammad ๏ทบ Waan Jajjabaa 3 Abuu Hureeyraaf dhaame.
1. Ji'a hundarraa guyyaa sadi akka Soomanu. Guyyaan sadan kun 'Ayyaamul-biid' ja'ama. Guyyaa Jiini (addeessi) goobanu, baatii irraa guyyaa 13, 14 fi 15 jechuudha.
2. Salaata Duhaa akka Salaatu. Duhaan Salaata Zuhrii dura, yeroo oowwi cimaa dhufu Salaatama. Duhaan Sunnaa akkaan jaalatamtu! Mu'minaatu eegee tiifata. Duhaa Raka'aa lamaatu Salaatamโฆ
Signed ๐๐๐ฎ ๐๐๐๐ญ๐ข๐ฆ ๐๐ฅ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ข
24 Sept 2026, 00:36 UTC19 viewsread 24 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed ๐๐๐ฎ ๐๐๐๐ญ๐ข๐ฆ ๐๐ฅ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ข
23 Sept 2026, 20:21 UTC23 viewsread 24 September 2026 แจแปแแ แฃแแคแถแฝ แถแ แ แ Wave แแแฃแต แจแแตแแแ .โขยฐ
Folder แแแ แตแแแ แถแ แฐแแแแ ๐๐
๐ผ๐๐๐ค๐ค๐ฉ๐๐ฃ ๐พ๐๐๐๐ฃ๐๐๐ก๐ ๐๐๐ซ๐๐ฉ๐ฉ๐ ๐๐๐๐๐ก๐๐ข๐ช๐ช ๐๐๐๐ฉ๐๐ฃ ๐ผ๐ง๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐ฉ๐ฉ๐ ๐๐๐๐๐ก๐๐ข๐๐๐๐
โข๐ BEST WAVE๐ซ โขโก
๐ค 2k+ subscribers ๐
๐ค 5k+ subscribers ๐
๐ค 10k+ subscribers ๐
๐ค 15k+ subscribers ๐
๐ค 20k+ subscribers ๐
๐ค 25k+ subscribers ๐
โกโ โกโ โกโ โกโ โกโ โก
"โ๏ธแฅแฃแซแน แจ 2k แ แณแฝ แซแแน แฅแแณแตแแก ๐ดโโ ๏ธ โ
Inbox โ๏ธ โ โ๏ธ @sabir_hd
Only for Islamic channel @sabir_ghazi
Signed ๐๐๐๐๐
23 Sept 2026, 18:39 UTC28 viewsread 24 September 2026 Warri biraan, kanneen yaadni isaanii dhumarratti mo'ate, "Sadarkaa isaanii kabajuu fi ol kaasuuf, akkasumas uummata hunda dinqii Rabbii isa barabaraa yaadachiisuuf Masjiida isaan irratti ijaarra" jedhan. Xumura irratti, karra holqa sana irratti masjiida ijaaran.
Dhaloonni seenaa Warra Holqaa sana walitti dabarsaa harโa gaheera, akkasumas seenaawwan baay'een waa'ee iddoo holqa sanaa Jaarraawwaniif barreessaa darbaniโฆ
Signed ๐๐๐ฎ ๐๐๐๐ญ๐ข๐ฆ ๐๐ฅ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ข
23 Sept 2026, 18:39 UTC21 viewsread 24 September 2026 KUTAA 3FFAA โ
Hirriba Waggaa 309 |Seenaa Warra Holqaa (As-Haabal Kahf)
Sana booda Rabbiin dargaggoota kanneen hirriba isaanii isa dheeraa sana irraa akka dammaqaniif heeyyame. Dargaggoonni kunniin yeroo ija isaanii banan, guyyaa tokko qofa ykn walakkaa guyyaa tokkoo qofa kan rafan isaanitti fakkaate. Erga hirribaa dammaqan booda Beelli suuta suutaan isaan jalqabe.
kanaaf nyaata bitachuudhaaf isaan keessaa tokko garโฆ
Signed ๐๐๐ฎ ๐๐๐๐ญ๐ข๐ฆ ๐๐ฅ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ข
23 Sept 2026, 18:38 UTC16 viewsread 24 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed ๐๐๐ฎ ๐๐๐๐ญ๐ข๐ฆ ๐๐ฅ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ข
23 Sept 2026, 13:25 UTC29 viewsread 24 September 2026 Photo
โ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐โฆ ๐ค
๐๐๐ฅ ๐ก๐๐ฆ๐ฆ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ,
๐ฐ๐๐ฅ ๐๐ก๐ฎ๐ง๐ ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ,
โ๐ฌ๐ข ๐ฃ๐๐๐ฅ๐๐๐ก๐๐โ ๐ฐ๐๐ฅ๐ข๐ข๐ง ๐ฃ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ ๐ช๐จ๐๐๐ ๐ฆ๐ข๐ญ๐ข.
๐๐ง๐๐๐ ๐ฃ๐๐๐ฅ๐๐ฅ๐ ๐ฃ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง,
๐ง๐๐ฆ๐ ๐ฃ๐๐๐ฅ๐๐ญ๐๐ง ๐ฌ๐๐ง๐ข๐ข๐ ๐ง๐๐ฆ๐ ๐ญ๐โ๐ฎ๐ฎ ๐ช๐๐๐ง๐ฎ ๐ญ๐๐๐ง๐๐ ๐๐ซ๐ ๐๐ฆ๐ฎ๐ฎ๐๐ก๐.
๐๐๐ฅ ๐ฒ๐๐๐๐ฎ๐ฎ ๐๐ข ๐ฐ๐๐ฅ๐ข๐ข๐ ๐ฒ๐๐๐๐ฎ๐ฎ,
๐ฐ๐๐ฅ ๐๐ก๐๐ ๐๐ก๐ฎ๐ฎ ๐๐ข ๐ฐ๐๐ฅ๐ข๐ข๐ ๐๐ก๐๐ ๐๐ก๐ฎ๐ฎ,
๐๐ฎโ๐๐ ๐๐๐ก๐ข๐ข ๐ฃ๐ข๐ซ๐๐๐ง๐ฒ๐๐ ๐ค๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐ฐ๐๐ฅ ๐ ๐๐ซ๐ ๐๐๐ซ๐ฎ๐ฎ,
๐ฒ๐๐ซ๐จ๐จ ๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐ฆ๐ฆ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ ๐ฐ๐๐ฅ ๐๐ข๐ง๐๐ ๐๐ก๐๐๐๐๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐๐ก๐.
๐๐ข๐ข๐ซ๐ ๐ค๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐ ๐๐๐ก๐๐ง๐ข๐ข ๐ฐ๐๐ฅ๐ข๐ข๐ ๐ฃ๐ข๐ซ๐๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ,
๐ง๐๐ฆ๐จ๐จ๐ง๐ง๐ข ๐ข๐ฌ๐ข๐ง ๐ฃ๐ข๐๐๐๐ง ๐ฒ๐จ๐จ ๐๐ฎ๐ ๐๐ ๐ข๐ฌ๐ข๐ง๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐ ๐๐ฅ๐โฆ
Signed ๐๐๐ฎ ๐๐๐๐ญ๐ข๐ฆ ๐๐ฅ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ข
23 Sept 2026, 01:01 UTC47 viewsread 24 September 2026 ๐Seensa Barnoota Aqiidaa
Darsii sheek Khaalid Abdulaxiif irraa fuudhame
Ilmii Aqiidaa ibsuu
1: Aqiidaa jechuun afaan arabaatin bakki irraa fuudhame )ุนูููุฏู ( jecha ja'amurraahi. Hidhe, jabeeyse, sabachiise jechuudha hiddi jechaa.
2: Hikkaan walii galaan hoggaa aqiidaa ja'amu itti fedhamu:
Waan ilmi namaa qalbii isaa itti hidhu, yaada itti muratee amantii godhatee fudhatu, jechaa fii hojii isaatiif yaada inni akkโฆ
23 Sept 2026, 01:01 UTC25 viewsread 24 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
22 Sept 2026, 19:22 UTC17 viewsread 24 September 2026 Forwarded from @Dhaddachajaalalaa4GPhoto
GALATA QABU ๐
โNamoonni tokko tokko deebiโanii hin argaman; namoonni tokko tokko immoo jireenya kee keessaa bahanii, akka nama isaan caalu argattuuf karaa siif bana.โ ๐โค๏ธโ๐ฉน
Jireenya keessatti nama tokko tokko dhabuu jechuun yeroo hunda kasaaraa jechuu miti. Yeroo tokko tokko namni jireenya kee keessaa baโu, bakka isaa nama sirriin akka seenuuf carraa siif bana. ๐ฟ
Kanaaf, nama si dhiiseef qofa gadditee hin hafin. Wโฆ
Signed ๐๐๐ฎ ๐๐๐๐ญ๐ข๐ฆ ๐๐ฅ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ข
22 Sept 2026, 00:01 UTC34 viewsread 24 September 2026 Photo
Muummichi ministeeraa Xaaliyaanii ๐ฎ๐น Giorgiyaa Melooniin manneen barnootaa Xaaliyaanii keessatti hijaabaa fi haguuggii Islaamaa (Niqaaba) fuula ittiin haguuggatan akka dhorkite Labsitee jirti
Rabbiin olaanaan seera isiin baaste kana Hojirra hin Oolchiniif Murteen murtee hundaa olii murtee Rabbii Tokkichaati waan ta'eef
โ
โโโโโโโโโโโโโโโโโโ
โก ๐๐ข๐๐ก ๐ณ๐ถ ๐ฆ๐๐๐ฅ๐ ๐๐ข๐๐๐๐ โก
โ
โโโโโโโโโโโโโโโโโโ
โช๏ธ @Riqichaisilaamaa โงโง
โกโก @Riqโฆ
21 Sept 2026, 19:43 UTC43 viewsread 24 September 2026 ๐ก๐๐ ๐ก๐ ๐ซ๐จ๐ ๐จ๐ฅ๐ ๐๐๐๐ ๐ ๐ข๐ข๐ง๐๐ ๐ซ๐๐ก๐ซ๐๐๐๐
Namni xumura dhimmootaati xinxalle
https://whatsapp.com/channel/0029VayOkw55a245QaR23O0D
Ibn Al-Jawzi (rahimahullahu) akkana jedha: Namni xumura dhimmoota jalqaba irratti argee, buโaa isaanii ni buufata, miidhaa isaanii jalaa immoo nagaha baha. Namni xumura hojii isaa itti hin xinxalline immoo, bakka tasgabbii itti argadha jedhe yaade irraa laalaa dhandhama, bakka boqonnaa itti argadโฆ
Signed ๐๐๐ฎ ๐๐๐๐ญ๐ข๐ฆ ๐๐ฅ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ข
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @Riqichaisilaamaa. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked โ was rounded by Telegram before we ever saw it โ t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so โ1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.