17 Sept 2026, 15:31 UTC106 views1 reactionsread 25 September 2026 Forwarded from @Oromiastudent_s
Freshman
Yeroo jalqabaaf gara mooraa Yuunivarsiitii yeroo dhuftan eenyuu faana wal argitu ?
Barattoonni hedduun keessan yeroo dhiyoo asitti yunivarsiitii seenaa waan jiraniif ibsi kun isiniif: Yeroo konkolaataa ykn taaksii irraa buutan seensa mooraa irratti wanti isin jalqaba irratti argitan namoota fuula kolfaan nagaa sin gaafataniidha .
โก๏ธWantootni isin dagachuu hin qabne muraasni, nama jalqaba argitan hundumaatโฆ
โค1
15 Sept 2026, 02:24 UTC439 views3 reactionsread 25 September 2026 Photo
๐ Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuh.
DHAAMSA: Barattoota kutaa 12ffaa bara kana UNIVERSITY seenuuf deemtan hundi keessanuu Guyyaa borii Kiibxata 5/1/2019 Ganama Sa'aatii 4:30 irraa hanga Sa'aatii 6:00 tti Sagantaan LEENJII Bal'aan Uztaaza Keenna Kabajamaa fi Jaalatamaa Uztaaz A/WAHAAB JEEYLAAN iin waan isiniif kennamuuf hundi keessanuu akka dhuftanii qooda irraa fudhattan kabajaan isin gaafanna.
Iddoโฆ
๐2๐ฅฐ1
14 Sept 2026, 16:14 UTC168 viewsread 25 September 2026 https://vt.tiktok.com/ZSqQ3Xamr/
14 Sept 2026, 09:02 UTC171 views1 reactionsread 25 September 2026 Forwarded from @BARACHUUN_HUMNA
Waa lamatu walsakaala,namootni gariin,tola ooluu,nama gargaaruu,waan gaarii namaaf yaaduu,halkaniifi guyyaa namaaf dhiphachuu irraa kan ka'e,abbaa dhimmaa sana caalaa cinqamaa bulu,haa tahu malee ija ilma namaa keessatti tuffiifi komii jala galanii,himatamuufi abaaramutti darbuu xiinxalli.
ila
Fageenya keetiifi fageenya nama jidduu jiru qixa sirriitiin hin eegganne taanaan,qalbiin xurooftuun qalbii qulqulluu madeessโฆ
โค1
14 Sept 2026, 09:02 UTC188 views2 reactionsread 25 September 2026 Forwarded from @BARACHUUN_HUMNA
Namni doofaan haaloo bahauuf deemaa argi, namni beekaan dhiifama godhaa taajjabi,namni abshaalli immoo,jalqabumaa wallaalaa uf godhee doofaa irraa goree bira darbaa taajjabi.
ila
Gowwaan,gaafa si barbaade,mana kee jala bula, gaafa haajaa isaa sirraa fixate immoo,dhalattee keetuu hin yaadatuu xiinxalli.
Eeee.
Bilbila kee sakatta'i,kan gargaarsa si gaafatuufi kan si komatu malee,kan hujii sii arge jedhuufi kan qarshโฆ
โค2
13 Sept 2026, 20:01 UTC154 views0 reactionsread 25 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
13 Sept 2026, 19:57 UTC272 views1 reactionsread 25 September 2026 Photo
ุงูุณูุงู
ุนูููู
ูุฑุญู
ุฉ ุงููู ูุจุฑูุงุชู
Nagahaa fi Rahmanni Rabbi Bakka jirtanitti isin haadhaqqabu jecha.
SAGANTAA Dhaabbanni RMSEC Gaafa FULBAANA 2/1/2019 barattoota Kutaa 12ffaa Qormaata Entrance Exam fudhatanii qabxii seensa University fidanii fi barattoota Kutaa 8ffaa qormaata Ministry fudhatanii qabxii darbiinsa gara High school Fidaniif taasifame Haala gaariin goolabame Jira.
gafuma kana Dhaabbanni RMSEC Barattoota โฆ
๐1
Showing the 7 most recent of 7 posts we hold for @RMSEC_UNIVERSAL_CHANNEL. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked โ was rounded by Telegram before we ever saw it โ t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so โ1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.