10 Jun 2024, 14:26 UTC≈1,110 views15 reactionsread 8 August 2026 ‼️Ranitidine fi dhukkubsattoota qulqulluu
♦️Dhaabbileen fi kaarteeliin qorichaa barreessitoota kitaabota fayyaa kan akka Hariisan fi kkf, qoricha isaanii kan akka raanitidine , kitaabota fi barruu isaanii keessatti beeksisuu fi beeksisuuf maallaqa guddaa kaffalu ( teessoo barruulee kanaa dhuma kanaa irratti eerameera barreeffama).
🔖Harrison akka yaala dhukkuba garaachaatiif ranitidine ajaje.
♦️Kitaabni Haarisan fi ki…
👍8❤7
Signed 182410
Channel name was changed to «gorsa fayyaa»
Channel name was changed to «qoricha adaa fi gorsa fayyaa»
22 May 2024, 15:43 UTC993 views2 reactionsread 8 August 2026 Faayidaalee ajaa'ibaa fi dinqisisaa
Makaa ykn juusii (Hundee dimaa, kaaroot 🥕, fi applii 🍎 )
👇
Seelii badaa qaama keessatti uumamuun qaama midhan ofirraa balleessa ykn guddina isaanii dhorka!
YOOM KANA QOFA
YOO hundee dimaa 1 ,kaaroot 2 fi appli tokkoo dhiqanii egasii akka daakamuf mijaawuttii mumuranii maashinii jusaatin daakamee yoo dhugamee ji'a 3 qofa kessattii jijjirama gudda…
❤2
Signed 182410
22 May 2024, 15:42 UTC729 viewsread 8 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed 182410
15 May 2024, 13:41 UTC736 views1 reactionsread 8 August 2026 Photo
👀 Biiltu rosmari ( muka xibsi jedhama naannawa kenyatti) biqiltuun kun faayidaa ajaa'ibaa armaan gadii qaba
💋Rosemary akka waan dandettii hubannoo namaa kakaasu ykn dabaluttii kan ilaalamudha.
🧠 akkasumas ga'umsaa fi dandettii qulqullinaan waa yaadachu fooyyessuuf hedduu gargaara.
✨ Akkasumas dammaqina, sammuu, fi xiyyeeffannoo guddisuun beekama.
🌺 Urgaan roozmarii miira namaa fooyyessuuf, sammuu qulqulleessu…
❤1
Signed 182410
14 May 2024, 14:57 UTC709 views2 reactionsread 8 August 2026 ☘️🌿 صلى الله عليه وسلم 🌿☘️
السَّلَامُ عَلَيْكُمْ وَرَحْمَةُ اللهِ وَبَرَكَاتُهُ
Yaada bektotni islamaa kan akka Ibn Al Qayyim fayidaa Hulbataa [Fenugreek] irratti kenne.
Ibn Al Qayyim (rahimullah) akka jedhanitti, faayidaan fayyaa biqiltuu firii hulbataa dhukkubbii akka qoonqoo ykn laagaa tasgabbeessuuf, ujummoo sirna hargansuu qulqulleessuuf, haalawwan akka asmii, biroonkaayitii, garaachaa fi rakkoo hafuur…
❤1👍1
Signed 182410
14 May 2024, 14:56 UTC606 viewsread 8 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed 182410
13 May 2024, 13:59 UTC620 views1 reactionsread 8 August 2026 🍀 Faayidaa baala
🍃 Sanaa Makkii:
Sanaa Makki baala beekamaa faayidaa hedduu qabu keessaa isa tokkoo ta'u isaa maddoota wal'aansa Islaamaa keessattis ibsamee jira.
💠 Nabiyyiin qulqulluun (s.a.w) akkana jedhan: "Sanaa makkiin (dhukkubsatoota kessan ) wal'aanuu hin dagatinaa osoo wantii du'arraa nama olchuu jiraatee Sanaa makkii du'arraa nama Olcha jedhan.(s.a.w)
💠 Imaamni tokkoo akkana jedhan "namoonni fayidaa b…
👍1
Signed 182410
13 May 2024, 13:22 UTC550 viewsread 8 August 2026 Photo
➕Siinaamoon (qarfaa) dhukkuba arthritis
Warri dhukkuba arthritis jedhamuun qabaman guyyaa guyyaan, ganamaafi galgala bishaan ho'aa burcuqoo 1 damma maankaa 2 fi qarfaa maankaa xiqqaa 1 waliin dhuguu danda'u.
💔 Yeroo hunda fudhachuun dhukkuba arthritis yeroo dheeraa illee fayyisuuf gargaara.
Qorannoon dhiheenya kana Yunivarsiitii Kopenhagen durfamu akka agarsiisutti, hakiimonni dhukkubsattoota isaaniif ciree nyaac…
Signed 182410
12 May 2024, 14:34 UTC557 views1 reactionsread 8 August 2026 ➕ Kookaa Koolaa dhuguun Wanti qaama mudatu kana:
—
☠️Daqiiqaa 10 jalqabaa keessatti: akka nama sukkara maankaa 10 kan silaa dosii guyyaa tokkoo namaaf haayyamamu qaamni kenya kokaa burcuqoo tokkoo qofaan arkama. Yeroo kanatti sukkaara garmalee irraa kan ka'e dhukkubbin sitti hin dhaga'amu. sababiin isaas asiidiin fosfooriik mi'aa garmalee sana waan dull godhuuf, sukkaara akka xuuxamu taasisa. —
☠️Daqiiqaa 20 booda: …
👍1
Signed 182410
12 May 2024, 14:34 UTC510 viewsread 8 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed 182410
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @Qorichaadaabifaammayaaween. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.