3 Nov 2024, 19:47 UTC≈2,650 views18 reactionsread 8 August 2026 Photo
Mirga jaalalaa kabajuuf waadaan onneekeef seene kolfanaan raawwadha.
Qalbiikee cittee natti hafte boqachiisuuf miira kolfanaan simadha.
Lubbuu kee gar-fuulduraaf na abdaattee gammachiisuuf qalbiikoo jaalala keetinaan tiksa.
Na arguuf miti na argachuuf na filattee, na argiif miti kan kee ta'uuf si jaaladheera.🥰
Uumaan nagaan isin haa bulchu oromoo ♥️ 🙏
@Oromophotography❤️
👍15🥰2❤1
Humna Jaalalaa pinned a photo
Humna Jaalalaa pinned «🍊 BURTUKAAN 🧡 💗Fuuldura mana isaanii osoon darbaa jiruu balbala banattee gadi baatee, foolii qabbanaa'an, urgaa'u tokko ishee dursee gadi ba'ee nannookoo guuteeraa. Daawwannaaf akka ta'utti dura darbuu dhiiseen duuba ishee bu'ee. Isheemaa xiqqoo mana irraa…»
26 Oct 2024, 21:02 UTC≈2,460 views8 reactionsread 8 August 2026 Photo
Natti Goomtu...
...ulfina ati addunyaa kana gubbatti qabdu, tarii atuu hin beektu, waa'ee gatii ati Biyya lafaaf qabduu akkamiin nama gaafachuun naaf dhufti..?
...ati Ganda addunyaa kanaaf ulfoodha, qaaliidha, faaya, kana hunda kan argatteen, tarii addunyaa namootaa wajjiin qabnu keessatti Osoon taane, addunyaa dhugaa isii waliin qabnu keessatti ati natti Goomtu. Gatii guddaa qabaachuu kee Sababni miidhagina Kee Os…
👍7🥰1
7 Aug 2024, 19:38 UTC≈3,290 views6 reactionsread 8 August 2026 Photo
Miira koo keessatti gamoo jireenyaa erga naaf ijaarte, jireenya koo keessatti ofiikee erga naaf laattee,onnee koo keessatti hidda kee erga jabeessitee,qalbiikoo keessatti guutummaa kee erga naaf dhiiste, fedhii lubbuukoo erga naaf dhugoomsitee, kolfa gammachuu koo erga naaf mirkaneessitee.
Naaf uumamu keef miirrikoo aarsa jilbaan jilbifateet isa si na laateef galata laata!🥰
Uumaan nagaan isin haa bulchu oromoo❤️🙏
…
👍3🥰3
21 Jul 2024, 19:45 UTC≈2,120 views2 reactionsread 8 August 2026 Photo
Aanteef aantiikoo taate erga gammachuukoo haagugdeen bilisummaa jireenyaa argadhe.
Akka nama aangoo guddaa argateetti olaantummaan ofirratti argee utubaa abdiikoo akka ta'eedha.
Uumaan nagaan isin haa bulchu oromoo ❤️🙏
@Oromophotography 🧡
@Oromophotography 🧡
👍1🥰1
19 Jul 2024, 19:42 UTC≈2,180 views5 reactionsread 8 August 2026 Photo
Isin hin qoru...😒
Dubartii cimtuuf gameettii tokko waliin bultii ijaarrattee, yeroo baatus yeroo galtuus fuula ifaaf amala gaariin kan si simatuudha.
Araadni kee inni tokko kolfa ishee arguudha, galgallis galgalaaye isheenis hojii manee ishee waan akka buna danfisu irbaata qopheessu, maatii waliin erga nyaatanin booda ijoollee rafiste.....!!
Wantoota sissirreessitu hunda sirreessite, hirribaaf gara kutaa ishee yer…
❤4🥰1
10 Jul 2024, 17:55 UTC≈1,690 views3 reactionsread 8 August 2026 #Dubbiin_kun_jabduudha telegram🔎😻🙏💃
Hubachuufillee nama rakkisa, garuu qabatama jiru walhubachiisaa adeemuu gaafata.
》Telegram yeroo jalqabaaf "tapha" akka #TikTok kennaa bifa mallaqaatiin waliif kennuuf gargaaru eegaluuf ifoomse. Innis kan #Major jedhamu eegale. Kunis, kennaa (bittaa fi gurgurtaa) ofkeessaa qabu #Star[Urjii] jedhee moggaasee beeksiseera.
Tapha Telegiraamiin haaraa fide kun kennaa 🌟 kallattiidhuma…
👍3
26 Jun 2024, 19:14 UTC≈1,640 views4 reactionsread 8 August 2026 Photo
Filannoo koo si taasifadhee ergan si jaaladhe barii qaata, sitti siqee sitti himachuu nan sodaadha.
Siin moo'amukoo osoon beeku yoon si arguu akka nama si hin beeknetti of jajjbeessa.
Immoo osoo si hin argin tasa oole bulees hin beeku, kun waanuma anaafis hin danda'amnedha.
Guyyaa tokkos ati natti siqxe miirakoo hubattee, jaalalakoos keessumeessite na gammachifta jedhe yaadee hin beeku.
Har'a gaafan of bukkeetti …
❤3🥰1
24 Jun 2024, 19:58 UTC≈1,530 views4 reactionsread 8 August 2026 Photo
Miira Lakkuu...!!
....Qaamni lama miirri tokko, miirri qaama tokkoo qaama isa bakka biraa jiru miireessa. Dhiibbaan qaama kiyyaaf qaama keetii dhiibama, rakkina keetiif naatu dhiphata, dhahina kiyyaaf siitu laalata, capha keetiitu na okkolchiisa, Buqqa'anii kiyya meelu teeti.
Yaanni keenyaas Lakkuudha, abdiin keenyaas Lakkuudha, fedhiin kiyya fedhii keetii. Rakkoo kiyyaaf rakkachuun siif gammachuu, hoggaa tahu, rak…
🥰3👍1
18 Jun 2024, 19:27 UTC≈1,510 views4 reactionsread 8 August 2026 Photo
The greatest evidence of love...)👇
Hariiroo namoota wajjiin qabdu keessatti... namni tokko si jaalatuu isaa ragaan guddaan ati mirkaneeffatuu dandeessu... yeroo wal dhabbii qabdanitti kabaja inni siif muldhisuudha....!
Wal dhaba keessan keessattis hanga hayyamameef bira kutuu dhabuudha ...!
Yeroon Wal dhabbiidhaa.... jaalala keessatti, yeroo qormaata dhugaa ati hiriyyaa kankee/tee ittiin qormaatuu dandeessuudha.…
🥰3❤1
7 Jun 2024, 18:41 UTC≈1,800 views5 reactionsread 8 August 2026 Galgalli yeroo gahu mana keessaa waanan hojjodhu hundumaa ergaan xumure booda si waliin haasawuun, kolfaaf tapha, qoosaalee gara garaa fayyadamtee isa ati galgala koo naaf bareechitu sana waanan dharra'uuf, ariitiidhaan gara kutaa ciisicha koottan adeema.
Online akkumaan seeneen "Messenger" keessa galeen ergaa kee barbaada.
Ahaa! Baby, sirraa turee mii ? Dhiifama guddaa.
Typing..........😌
Silaa anaaf ati qaamaan wa…
❤3🥰2
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @Oromophotography. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.