25 Aug 2026, 14:48 UTC≈3,640 views23 reactionsread 4 September 2026 Qabxii Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Galgala Har'aa Sa'aatii 1:00 Irraa Eegalee Ilaallachuun
Liinkota Ittiin ilaallachuun danda'amu filannoon dhiheesseera.
Liinkota-
Marsariitii: https://result.eaes.et
Telegraamii:- https://result.eaes.et/telegram
Barreeffama Gabaabaan: https://result.eaes.et/sms
https://t.me/Oromo_Tech_Hub
❤12💯3🤝3🥰3👏1🤔1
Signed Writer ✍️ - (OTH)
12 Aug 2026, 16:44 UTC≈6,170 views27 reactionsread 4 September 2026 Photo
ODUU HAARAA
SEERRI YOUTUBE MONETIZATION 2027 NI JIJJIIRAMA!
YouTube’n February 1, 2027 irraa eegalee namoota haaraa YouTube Partner Program (YPP) keessatti galanif ulaagaalee monetization haaraa hojiirra oolchuuf beeksiseera.
📌 Ulaagaa haaraa Ad Revenue argachuuf:
👤 1,000 Subscribers qabaachuu
Kana malees keessaa tokko guutuu qabda:
▶️ 8,000 sa’aatii Watch Time — guyyoota 365 darban keessatti
YKN 🎬 20 Millio…
❤18🤝3👍2🥰2🙏2
Signed Writer ✍️ - (OTH)
31 Jul 2026, 07:35 UTC≈8,950 views99 reactionsread 4 September 2026 Liinkii:- Qabxii Qormaata Kutaa 6ffaa Bara 2018
https://oromia6.ministry.et
❤36🙏26👍18🥰11👏3💯2🕊2😍1
Signed Writer ✍️ - (OTH)
17 Jul 2026, 13:33 UTC≈11,400 views53 reactionsread 4 September 2026 Photo
Garaagarummaa Encryption fi Encoding Maalii?
Yeroo IT barannu jechoonni Encryption fi Encoding wal fakkaachuu danda'u. Garuu kaayyoo fi hojii isaanii keessatti garaagarummaa guddaa qabu.
🔐 Encryption Maalii?
Encryption jechuun odeeffannoo nama hundi dubbisuu danda'u gara bifa namni furtuu (key) qabu qofti hubachuu danda'utti jijjiiruudha.
Fakkeenyaaf, ergaa ati nama tokkoof ergitu yoo encryption godhame, namni bi…
❤43🙏4👍3🔥3
Signed Writer ✍️ - (OTH)
6 Jun 2026, 15:21 UTC≈7,650 views33 reactionsread 4 September 2026 Photo
#Website_Maalii?
Website jechuun walitti qabama fuulaalee (web pages) odeeffannoo adda addaa of keessaa qaban kan teessoo addaa (URL) tokko jalatti interneetii irratti argamaniidha.
Website fayyadamuuf browser akka Google Chrome, Firefox, Opera ykn browser biroo fayyadamna.
Jechoota Bu’uuraa Website Waliin Walqabatan
1. Web
Web jechuun odeeffannoo interneetii irratti argamu kamiyyuu jechuun ni danda’ama.
Fakkeen…
❤17👍8👏6🔥1🥴1
Signed Writer ✍️ - (OTH)
5 Jun 2026, 10:11 UTC≈4,160 views10 reactionsread 4 September 2026 Photo
Windows 7, 8, 10 fi 11 Maalii? Garaagarummaan Isaanii Maali?
Windows 7, Windows 8, Windows 10 fi Windows 11 hundi isaanii sirna dalagaa (Operating System) kan Microsoft qopheessedha. Sirnoonni kun kompiutara hojjechiisuuf, faayiloota bulchuuf fi sagantaalee adda addaa irratti hojjechuuf bu’uura ta’u.
1. Windows 7 (2009)
Windows 7 sirna dalagaa yeroo isaa keessatti baay’ee jaallatamaa fi amanamaa ture.
Amala Isaa
Fay…
❤7💯2🤝1
Signed Writer ✍️ - (OTH)
3 Jun 2026, 08:32 UTC≈3,810 views14 reactionsread 4 September 2026 Photo
#MICROSOFT_OFFICE_MAALII? MAALIIF FAYYADAMNA?
📌 #Microsoft_Office_Maalii?
Microsoft Office jechuun walitti qabama sagantaalee kompiitaraa hojiiwwan guyyaa guyyaa salphisanii raawwachuuf qophaa’aniidha. Sagantaaleen kun barreessuu, herrega hojjechuu, prezenteeshinii qopheessuu fi odeeffannoo bulchuuf gargaartu.
🧰 Sagantaalee Microsoft Office Keessaa Beekamoo
📝 #Microsoft_Word:- Barreeffamoota adda addaa barreessuu …
👍8❤5👏1
Signed Writer ✍️ - (OTH)
31 May 2026, 06:53 UTC≈3,840 views19 reactionsread 4 September 2026 Photo
Sababoota Ijoo Bilbilli Yeroo Chaarjii Irra Jiru Miidhamu Ykn Gubachuu Danda’u
1. Chaarjarii fi Kebiloota Qulqullina Hin Qabne
Sababni guddaan keessaa tokko chaarjarii ykn kebiloota orijinaalaa hin taane fayyadamuudha. Meeshaaleen akkasii elektiriikaa sirnaan to’achuu waan hin dandeenyeef:
Bilbilli garmalee akka ho’u taasisa
Baatiriin akka miidhamu danda’a
Yeroo tokko tokko dho’uu ykn gubachuu illee danda’a.
2. H…
❤13👍3👏2🔥1
Signed Writer ✍️ - (OTH)
7 May 2026, 06:56 UTC≈4,560 views21 reactionsread 4 September 2026 Photo
Pattern bilbilaa yoo nu jalaa irraanfatame, akkamitti Reset gochuu dandeenya?
Bilbilli keenya Pattern dhaan cufamee yoo nu jalaa bade ykn banuu yoo dadhabne, furmaanni isaa bilbilicha Hard Reset gochuudha. Garuu bilbilichi yeroo banamu Google Account (FRP) isin gaafachuu danda’a.
#Bilbilicha_Hard_Reset_gochuuf (Pattern balleessuuf):-
~ Bilbilicha guutummaatti cufaa (off godhaa)
~ Qabduu Power (banaa/cufaa) fi qab…
❤18👍3
Signed Writer ✍️ - (OTH)
4 May 2026, 07:55 UTC≈3,990 views7 reactionsread 4 September 2026 Photo
CD fi DVD Maalii?
💿 CD (Compact Disc) Maalii?
CD jechuun meeshaa kuusaa odeeffannoo dijitaalaa (digital data) ti, kan odeeffannoo gara garaa kuusuuf fayyadu.
CD irratti kuufamuu danda’u:
•🎵 Sagalee (fkn: muuziqaa)
• 📄 Faayilii barruu
• 🖼️ Suuraa
• 💾 Barnaamijii (software)
Dandeettii kuusaa:- Hanga 700 MB
Fakkeenya salphaa:- CD’n akkuma kitaaba xiqqaa, odeeffannoo muraasa qabata.
📀 DVD (Digital Versatile Di…
❤7
Signed Writer ✍️ - (OTH)
29 Apr 2026, 06:24 UTC≈3,600 views12 reactionsread 4 September 2026 Photo
Garaagarummaa Input Device (Meeshaa Galtee) fi Output Device (Meeshaa Ba’ii)
Garaagarummaan isaanii hojii isaan kompiyuutara ykn meeshaa dijitaalaa keessatti hojjetan irratti hundaa’a. Gabaabumatti:
👉 Tokkoon odeeffannoo gara keessaatti galcha
👉 Tokkoon immoo gara alaatti baasa.
1. Input Device (Meeshaa Galtee)
Hiika:- Meeshaalee haardiweerii kan daataa ykn ajaja gara kompiyuutaraatti galchanidha. Isaan kun fayyad…
❤8🤝2👍1😍1
Signed Writer ✍️ - (OTH)
24 Apr 2026, 15:15 UTC≈3,300 views16 reactionsread 4 September 2026 Photo
Garaagarummaa Sooftiweerii (Software) fi Appilikeeshinii (Application)
Garaagarummaan jechoota kana lamaan gidduu jiru haala salphaa ta'een armaan gadiitti ibsama:
1. Sooftiweerii (Software)
Hiika:
Sooftiweerii jechuun jecha waliigalaa dha. Inni tuuta qajeelfamoota (instructions), daataa fi sagantaalee (programs) kan kompiyuutarri ykn bilbilli akka hojjetu taasisudha.
Hojii:
Qaamni jabaan (hardware) akkamitti akk…
❤13👍1🤯1😍1
Signed Writer ✍️ - (OTH)
Showing the 12 most recent of 22 posts we hold for @Oromo_Tech_Hub. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.