14 Sept 2021, 13:22 UTC524 viewsread 9 August 2026 💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞
💞#Biqiltuu_Kunuunsi_Tole💞
💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞
#Asoosama gabaabaa
♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡
✍by Abdul-Aziz Ahmedin
♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤
@kennaapost @kennaapost
Caaltuun dhalootaan godina wallaggaa bahaa magaalaa naqamteet. Maatiin ishee ilma dhiiraa waan hin qabneef Caaltuun akka ilma hangafaatti ilaalamti malee akka intalaattii miti. Caaltuun barnoota ammayyaa fi amantii islaamaatiinis akkaan cimtuu fi jabduu namaati. Bilchina samm…
Signed Abdii Biyyaa
12 Sept 2021, 05:43 UTC379 viewsread 9 August 2026 🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @imaan0923
qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Signed 𝔅𝔞𝔯𝔟𝔞𝔞𝔡𝔞𝔞 ℌ𝔞𝔮𝔞𝔞
6 Sept 2021, 18:08 UTC324 viewsread 9 August 2026 Qalbii keenya goge
Imaanaaf taqwaa dhabee
Namnis jiraachuu malee
Of yaadachuu dadhabe
Qalbiin sodaa dhabnaan
Tahuudha gaagura onaa
Guddaanis xiqqaa tahee
Eegaluudha boona
Isa har'aa maleessaa
Isa borii yaaduun hafaa
Har'a of dagatanii
Bor qaana'uun fafaa
Tolaa fi rahmata keen
Nuuf kenni sodaa jabduu
Qalbiikeenya shamshitee
Hin taasisin badduu
Signed 𝔅𝔞𝔯𝔟𝔞𝔞𝔡𝔞𝔞 ℌ𝔞𝔮𝔞𝔞
5 Sept 2021, 04:54 UTC312 viewsread 9 August 2026 Assalaamu Aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu
Chaanaalii babbareedaa kanneen join godhaa!!!👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇☂☂☂☂☂☂☂☂☂☂☂☂❤️❤️☂☂
Signed Abdii Biyyaa
4 Sept 2021, 15:23 UTC280 viewsread 9 August 2026 Kan online jirtu Ergamaa rabbiiﷺ irratti ti salaawaata buusi👇✍️💗 ﷺﷺﷺ
Rabbiin keeyrii Ramadaanni kuni qabu isin haa waffaqu👇
Signed 𝔅𝔞𝔯𝔟𝔞𝔞𝔡𝔞𝔞 ℌ𝔞𝔮𝔞𝔞
31 Aug 2021, 14:30 UTC266 viewsread 9 August 2026 Forwarded from @keyralumma
Assalaamu'aleeykum🌴
Warahamatullahi🌴
wabarakaatuh🌴 ☞★★Akhlaaqa(Aadaaba) islaama♥♥☜
🌴🌴🌴🌴 💝 🌴🌴🌴🌴
✔Waan Namatti wal fakkaturra fagaachuu
✔Ija qadi qabachuu
✔Arraba Tiiyffachuu
✔Qaanfii qabaachu
✔Obsa qabaachuu
✔Dhugaa dubbachuu
✔if gadi qabuu (Tawaadu'a)qabaachuu
✔Hamaa fi zanniirraa faggachuu
✔Arjummaa (Nama waa khannatu tahuu)
Rabbiin nama Aklaaqa kanaan bareedu nuhaataasisu !!!
namoonni ilaalcha gaarii…
Signed 𝔅𝔞𝔯𝔟𝔞𝔞𝔡𝔞𝔞 ℌ𝔞𝔮𝔞𝔞
20 Aug 2021, 20:13 UTC288 viewsread 9 August 2026 Qalbii keenya goge
Imaanaaf taqwaa dhabee
Namnis jiraachuu malee
Of yaadachuu dadhabe
Qalbiin sodaa dhabnaan
Tahuudha gaagura onaa
Guddaanis xiqqaa tahee
Eegaluudha boona
Isa har'aa maleessaa
Isa borii yaaduun hafaa
Har'a of dagatanii
Bor qaana'uun fafaa
Tolaa fi rahmata keen
Nuuf kenni sodaa jabduu
Qalbiikeenya shamshitee
Hin taasisin badduu
Signed 𝔅𝔞𝔯𝔟𝔞𝔞𝔡𝔞𝔞 ℌ𝔞𝔮𝔞𝔞
18 Aug 2021, 04:53 UTC287 viewsread 9 August 2026 💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞
💞#Biqiltuu_Kunuunsi_Tole💞
💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞
#Asoosama gabaabaa
♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡
✍by Abdul-Aziz Ahmedin
♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤
@kennaapost @kennaapost
Caaltuun dhalootaan godina wallaggaa bahaa magaalaa naqamteet. Maatiin ishee ilma dhiiraa waan hin qabneef Caaltuun akka ilma hangafaatti ilaalamti malee akka intalaattii miti. Caaltuun barnoota ammayyaa fi amantii islaamaatiinis akkaan cimtuu fi jabduu namaati. Bilchina samm…
Signed Abdii Biyyaa
13 Aug 2021, 16:06 UTC282 viewsread 9 August 2026 🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Ibnuabbaas qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Signed 𝔅𝔞𝔯𝔟𝔞𝔞𝔡𝔞𝔞 ℌ𝔞𝔮𝔞𝔞
6 Aug 2021, 17:24 UTC260 viewsread 9 August 2026 “Dhugumatti nama Rabbii fi Guyyaa Aakhiraa kajeeluf ammas Rabbiin baay’isee yaadatuuf Ergamaa Rabbii keessa hidhannaa (fakkeenya) gaariitu isiniif jira.” Suuratu Al-Ahzaab 33:21
Umriin ijoollummaa nabiyyii, ijoolleef fakkeenya gaarii ta’a. Umriin dargaggummaas dargaggootaaf fakkeenya gaaridha. Marsaalee umrii kamirrayyuu namoota jiraniif fakkeenya gaariidha.
Nagayaaf rahamanni Rahmaan Isarratti haa bu'u.
Signed 𝔅𝔞𝔯𝔟𝔞𝔞𝔡𝔞𝔞 ℌ𝔞𝔮𝔞𝔞
5 Aug 2021, 06:31 UTC252 viewsread 9 August 2026 Assalaamu Aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu
Chaanaalii babbareedaa kanneen join godhaa!!!👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇☂☂☂☂☂☂☂☂☂☂☂☂❤️❤️☂☂
Signed Abdii Biyyaa
4 Aug 2021, 14:23 UTC254 viewsread 9 August 2026 “Dhugumatti nama Rabbii fi Guyyaa Aakhiraa kajeeluf ammas Rabbiin baay’isee yaadatuuf Ergamaa Rabbii keessa hidhannaa (fakkeenya) gaariitu isiniif jira.” Suuratu Al-Ahzaab 33:21
Umriin ijoollummaa nabiyyii, ijoolleef fakkeenya gaarii ta’a. Umriin dargaggummaas dargaggootaaf fakkeenya gaaridha. Marsaalee umrii kamirrayyuu namoota jiraniif fakkeenya gaariidha.
Nagayaaf rahamanni Rahmaan Isarratti haa bu'u.
Signed 𝔅𝔞𝔯𝔟𝔞𝔞𝔡𝔞𝔞 ℌ𝔞𝔮𝔞𝔞
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @Ofhajijjiirru1. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.