29 Jul 2026, 08:11 UTC160 viewsread 4 September 2026 👉Jaalalli du'arra jabaata! 💔😥
“Keessaa nan baasinaa! Ijoolleen koo lamaan harka koo qabatanii jiruu!” 💔
Bara 1999tti ture. Veenzuweelatti balaan dhoqqee sigiga lafaa guddaan magaalaa Vargas keessatti kan mudate. Balichi “Vargas tragedy Venezuela 1999 landslide" jedhamuun yaadatama. Balaa kanaan Namoonni kumaatamaan lakkaa'aman kan du'an yoo ta'u, magaalonni hedduun dhoqqee jalatti awwaalamanii badaniiru..
Namoota …
Signed Nimona Bikila Sori
29 Jul 2026, 08:09 UTC149 viewsread 4 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed Nimona Bikila Sori
10 Mar 2026, 12:51 UTC322 viewsread 4 September 2026 Kutaan 5ffaan isaa itti aanee dhufaa jira.
Signed Nimona Bikila Sori
10 Mar 2026, 12:51 UTC298 views2 reactionsread 4 September 2026 File
Xiqqo itti Obsaa
❤2
Signed Nimona Bikila Sori
5 Feb 2026, 10:04 UTC446 views3 reactionsread 4 September 2026 JIBBII BA'AA DHA!
Mana Barnootaa tokko keessatti barsiistuun saayikoloojii barattoota isheef Assignment kennuu barbaadde. Barattoonni ishee hundi Dinnicha akka fidan ajajje. Erga isaan Dinnicha jedhame kana fidanii booda, Maqaa namoota jibbanii Dinnicha sana irratti akka barreessan ajajje.
Lakkoofsi Dinnichaa isaan fidan lakkoofsa namoota jibbanii wajjin wal qixa ta'uu akka qabu dursitee itti himte. Guyyaa lamma…
👏2❤1
Signed Nimona Bikila Sori
12 Jan 2026, 19:07 UTC392 viewsread 4 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed Nimona Bikila Sori
12 Jan 2026, 19:07 UTC357 viewsread 4 September 2026 Missirroon Cidha Ishee Irraa Hafte🤔
Haalli cidha magaalaa Finfinnee keessatti yeroo dhihoo as dhagahame namoota hedduu biratti dubbii uumeera. Baay'ina baasii irra caalaa, xumura isaa gaddisiisaa ta'een mariif kan dhiyaateedha.
Wantoonni hundi qophaa'anii, galmi cidhaa miidhagee, nyaataaf dhugaatiin guutamee, cidha eegamaa ture, sababa haati warraa dhabamuun utuu hin milkaayin hafe.
Seenaan isaa akkana; waggoota h…
Signed Nimona Bikila Sori
20 Dec 2025, 13:24 UTC413 viewsread 4 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed Nimona Bikila Sori
20 Dec 2025, 13:24 UTC389 views2 reactionsread 4 September 2026 Shira jaartii mana naaf kireessitee dadhabeera baqqaa. Akkuma duriikoo hojii ooleen yoon mooraa seenu. Balbala taa'anii buna akaahu. "Aagaa" jedhanii na waaman Oo! Maal jettani maazer jedheen. "Ishoo baga nagaan galte, har'a baayee dadhabde fakkaata, fuullikee sirrii miti" naan jedhan.
Lakkisaa nagumadhan, ittiin jedhe. "Gosh nagaa taanaan gaariidhaati, mee dhiqadhuuti afaan oole baafadhu" naan jedhan. Afaan oole b…
❤2
Signed Nimona Bikila Sori
20 Dec 2025, 12:37 UTC248 views4 reactionsread 4 September 2026 #Buna_dhiiseera_Baqqaa🤔
Har'a ganama Osoon rafuu balballi natti rurukkutame. Anis ol jedheen "eenyudha?" jedhe 😳 hintalli haati gibbii " anadha kottuu buna dhugi" naan jette. Anis deebisee " lakki anoo hirribaa hin kaanee ganaan fuula dhiqadha" jedhen. " Maarree dafii dhiqadhuu kottu Amma ati dhuftutti bunni hin bu'u. dafii kottuu" jettee na dhaggeeffachuu dhiiftee sokkite.
Naasuun duugdiko lamatti na ba'e 🤨 …
❤4
Signed Nimona Bikila Sori
19 Dec 2025, 10:14 UTC301 views1 reactionsread 4 September 2026 File
File, posted without a caption
❤1
Signed Nimona Bikila Sori
19 Dec 2025, 10:14 UTC328 viewsread 4 September 2026 Kitaaba kana dubbisaa
Signed Nimona Bikila Sori
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @NimonaBikilaSori. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.