12 Apr 2026, 18:41 UTC55 viewsread 7 August 2026 Forwarded from @AbduljalilRedwan
Xalayaa Alii ibnu Abii Xaalib irraa siif barreeffamte.
Waan ufii hin qabne namoota biroo keessa hin barbaadin!
✍️ Kitaaba Ibnu Abdil-Barr Bahjatul-Majalis keessatti, Ajajaan Mu’mintootaa Aliyyi ibnu Abii Xaalib (Rabbiin irraa haa jaalatuu) akkana jechuun odeeffameera.
#Seerota_hiriyyummaa
Dogoggoraaf dhiifama gochuu,
walitti dhufeenya irratti gara laafummaa fi yeroo rakkinaatti wal bira dhaabachuu!
✍️ Hiriyaa koo…
Signed Åbdûll🎭 {رضوان}
22 Jan 2026, 06:36 UTC72 viewsread 7 August 2026 Forwarded from @AbduljalilRedwanPhoto
Jachi jannata keessatti namni “Zalaalam” jiraata ja’uu kun sammuu tiyya keessaa oggu Takkallee hin bahu.
Yaadaa mee !
Amata Miliyeena ykn Tiriliyeena keessa teenyee san booda dhabamna wanni ja’amaa hin jiru.
Lakkoofsaan hin himamu.
Zamana beekkamaa hin qabu.
Kana gubbaan hin beelooytu ,hin yaaddooytu , hin rakkattu ,hin dadhabdu ,hin dhukkubsattu , hin dulloomtu ,hin hiraartu…!
Waan Lubbuun tee barbaadde cufa keess…
Signed Åbdûll🎭 {رضوان}
27 May 2025, 14:23 UTC99 viewsread 7 August 2026 Jaarsa 👴 takkaatu mucaa akhaakhoo tahuufiin 👦ja'e yaa ilma koo jannanni bilaashi Azaabni garuu maallaqa 💵tahuu nibeeytaa ja'ee?
Akkamitti akkasi ya akhaakhoo khiyya ja'ee gaafate?
Ni ja'een azaabni wanni maallaqa💵 taheef kan qumaara tabatu maallaqaani 💵kan farshoo🍺dhugu maallaqaani💵 kan sigaaraa🚬dhuguus maallaqaani💵
Jannanni akki itti bilaash taate
Kan salaatu☝bilaashitti kan soommanu😶 bilaashitti kan zikrii☝ god…
Signed Åbdûll🎭 {رضوان}
6 May 2025, 18:05 UTC77 viewsread 7 August 2026 📱Bilbilli kee Orginala yoo ta'e yeroo ati suura armaan gadii tuqxu information bilbila kheeti hunda siif fidaa Yoo jecha " COPY " ja'u isinif fide bilbilli kheeysan copydha
╭━━━━━━━╮
┃ ● ══ ▪
┃███████┃
┃███████┃
┃███████┃
┃███████┃
┃███████┃
┃███████┃
┃███████
┃███████┃
┃███████┃
┃ 🔘 ┃
╰━━━━━━
Signed Åbdûll🎭 {رضوان}
4 May 2025, 19:14 UTC79 viewsread 7 August 2026 Forwarded from @AbduljalilRedwan
Ati waan Barbaaddu kadhatta ilaahin ammoo waan si barbaachisu siif khanna!.🖤🥀
JABBAR ❤️🩹
@AbduljalilRedwan
Signed Åbdûll🎭 {رضوان}
25 Apr 2025, 17:57 UTC88 viewsread 7 August 2026 Forwarded from @AbduljalilRedwan
#Sochii....🏃♂
✍ Bakka takka dhaabbachuu irra, mucucaataa deemsa khee itti fufu tu irra siif caala...!
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
Signed Åbdûll🎭 {رضوان}
23 Apr 2025, 05:43 UTC90 viewsread 7 August 2026 Forwarded from @AbduljalilRedwan
#Dhugaan_jirtu_tanuma...🫡
✍ Hanga feete nama gaarii taatus, hanga feetes gaarummaan himamtus, addunyaa tana gubbatti nama si jibbu hin dhabduu beekhi... Osoo khan namni hundi nama jaallatu taatee silaa Anbiyootaa fi Ergamtoota Rabbiittu jaallatama. Isaan khanaw namni hundi hin jaalannee..💔jaalala namaatif jatte hin dhiphatin....😔😔
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
Signed Åbdûll🎭 {رضوان}
19 Apr 2025, 18:31 UTC105 viewsread 7 August 2026 Forwarded from @AbduljalilRedwan
🙏🏾#Dhiifama.....
🙏Dhiifama gaafachuun khe laafina Khee hin ibsu. Akkasuma jabummaa fi dhugaa irra jiraachuu nama dhiifama gaafattuu sanis hin ibsu.
🙏 Dhiifama nama gaafachuun khee ati hariiroo gidduu kheeysan turee fi amma jiruuf akka bakka qabdu, akkasuma gaarummaa khankee ibsa.
🙏 Dhiifama gaafachuun khankee dhiifamni uf tuuluu, akka caalu nama barsiisa.
🙏 Dhiifama gaafachuun khee nama hin boonne tahuu Khee ibsa..…
Signed Åbdûll🎭 {رضوان}
18 Apr 2025, 20:20 UTC61 viewsread 7 August 2026 📱Bilbilli kee Orginala yoo ta'e yeroo ati suura armaan gadii tuqxu information bilbila kheeti hunda siif fidaa Yoo jecha " COPY " ja'u isinif fide bilbilli kheeysan copydha
╭━━━━━━━╮
┃ ● ══ ▪
┃███████┃
┃███████┃
┃███████┃
┃███████┃
┃███████┃
┃███████┃
┃███████
┃███████┃
┃███████┃
┃ 🔘 ┃
╰━━━━━━
Signed Åbdûll🎭 {رضوان}
16 Apr 2025, 14:57 UTC82 viewsread 7 August 2026 Forwarded from @AbduljalilRedwan
#Niqaab🧕
✍ Sadarkaa niqaabaa nama lama qofatu beekha;
Dhiira hinaafuu fi dubartii khabajaa fi ulfina qabdutu beekha.
Niqaabni warra hafeef Niqaaba jechuun tapha....
@AbduljalilRedwan
Signed Åbdûll🎭 {رضوان}
13 Apr 2025, 06:31 UTC88 viewsread 7 August 2026 Forwarded from @AbduljalilRedwan
✍️👥 Namoota yeroo hunda gammachuu tee barbaadan; namoota yeroo hunda si gammachisan, khanneen akka ati hin gaddine barbaadan qabaannaan, ati qananii guddaa kheeysa jirta. Khanaafuu Rabbii kheenya haa galatoomffannuu.
Namoota sanis haalan ha jabeeyfannun.👨❤️💋👨
@AbduljalilRedwan
Signed Åbdûll🎭 {رضوان}
9 Apr 2025, 19:29 UTC106 viewsread 7 August 2026 #Seeqi Seequn Sunnaadha !!
》Namichi 1 roobooti yommuu namni khijibu (Sobu) nama kabalu 👋 bitee yaalidhaf fudhatee mana geeyse ..ilma isaatin...
Abbaa... hardha maal hojjechaa oolte?
Ilma... hiriyyoota ko waliinin qayyabachaa oole
👋👋 roobootiin kaballaa itti cufe mucaatti
ilma... baqaa fiilmii ilaalan ture
abbaa... fiilmii akkamii
ilma... #Barbarlose
👋 roobootiin kaballaa itti cufe mucaatti
Ilma... baqaa #Usmaan ni…
Signed Åbdûll🎭 {رضوان}
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @NahiishekhAmin. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.