12 Sept 2025, 10:33 UTC269 viewsread 10 August 2026 Photo
Naggada Sadeen khasaara hin qabne ))
1. Qur'ana qara'u
2.salaata wali dhaabani Salaatu
3.sadaqaa khannachu
Naggada Sadeen💎 jiruu tenya kheysatti gammachu, Tazgabbii, barakhaafi rizqi nuf khannu khan guyya qiyaamatis ittin milkooynu khana haa jabeyfannu obbaleyyan khiya
Signed امير/ Amir
12 Sept 2025, 10:33 UTC228 viewsread 10 August 2026 Photo
Ergaman rabbi s.a.w akkana jadhe Nama Salaata hunda boodan Aayatul kursiyyi qara'u Jannata Seenu wanni isa Dhoorku hin jiru du'a male )) khana jachun namni Salaata waajibaa Cufa duuban Aayatul kursiyyi qara'u isaafi jannata jiddu du'umaa jira jachudha 💧rabbi naf ha laaffisu jaallowaan qaqqaali🤲
Signed امير/ Amir
Channel photo updated
Channel photo removed
4 Sept 2025, 21:32 UTC249 viewsread 10 August 2026 Photo
Akkasuma Ergaman khenya s.a.w akkana ja'e ( yaa ilman namaa Gama rabbi kheysanii deebi'a Bar Ani guyyatti taraa dhibbaan Gama rabbi deebi'a Tara dhibbaan rabbi Araarama kharadha nun ja'e ) yaadime🤔 hbb ergaman rabbi khan rabbin dilii isaa tan dabarteefi tan ganaatu sif dhiise ja'en khan guyyatti tara 100 rabbi araarama khadhatu anaafi ato maalirra jirra guyyatti dogongora heddu kheysa buuna Sanuma wajjin me guyyatti…
Signed امير/ Amir
4 Sept 2025, 21:32 UTC206 viewsread 10 August 2026 Photo
Rabbin Qur'ana isa khabaja kheysatti akkana ja'e [ yaa Warren rabbitti amantan Gama rabbi kheysani towba qulqulluu deebi'a nun ja'a ] rabbin khenya nutuma Warra isatti amane khanani Gama khiyya towbadhaa nun ja'e nuti ilmi namaa hundi dilaawodha saniifu towbaan yaro hunda nurratti dirqama jaallowan gize hunda istigfaara haa goonu badi xiqqo guddo hundarra Rabbi araarama ha kharannu
Signed امير/ Amir
30 Mar 2024, 15:17 UTC≈1,030 viewsread 10 August 2026 Photo
Ramadaana 20, Fathii Makkaa yaadattuu? Magaalaan Makkaa ji'a collee kana keessa Hijraa 8 Mushri-ka Qureyshii harkaa baate.
Ergamaan Rabbii Muhammadﷺ guyyaa akka har’aa kana Makka bane. Waraana isaa Kuma 10 ol waliin xiqqo malee osoo hin lolin Makka dhuunfatan. Eega irra aanan booda warra Makkaa kan biyyaa isaan baqachiisee tureef dhiifama godhan. "Deemaa isin bilisa" ja'aniin, humaa haaloo hin baafanne. Sahaabtichi …
Signed امير إبرا...
14 Feb 2024, 15:59 UTC≈1,140 viewsread 10 August 2026 Video
🌿🌺Aswrwb jira jirtu kabajamtoota fi jaalatamtoota keenya
Kuno arra Gattii madalawaadhan Qur’anaa Gifti ji Ramdan sabsasachun isnif qopeysine jiraa isiniif qabannee dhufnee jira Qur’anaa Tasbih barreeda kana bixuudhan itti fayyadamaa
Warri bituu barbaadan asiin na quunamaa 0942110514📞
Signed My one
14 Feb 2024, 14:16 UTC948 viewsread 10 August 2026 Ashama Kabajamtootaa fi Jaalatamtoota keenya Nagaa naaf qabdanii? An nagaa qaba Galata rabbiiti❤️
Irra hedduun keessan gara keessaatin Eessa bade jattanii na gaafachaa turtan.
Dhugaa isinirraa badeetin jira Rakkoo dhunfaa takka na qabateetinn bade
Wanin isinirraa badeef Dhiifama guddaa naaf godha🙏
akkasuma warraanin promotion hojjachaafii turee wanin isiniirraa promotion hojjachuu dhaabef dhiifaman isin gaafadha
…
Signed My one
26 Aug 2023, 10:50 UTC≈1,830 viewsread 10 August 2026 Forwarded from @walaa_Meme
Ashama Kabajamtootaa fi Jaalatamtoota keenya Nagaa naaf qabdanii? An nagaa qaba Galata rabbiiti❤️
Irra hedduun keessan gara keessaatin Eessa bade jattanii na gaafachaa turtan.
Dhugaa isinirraa badeetin jira Rakkoo dhunfaa takka na qabateetinn bade
Wanin isinirraa badeef Dhiifama guddaa naaf godha🙏
akkasuma warraanin promotion hojjachaafii turee wanin isiniirraa promotion hojjachuu dhaabef dhiifaman isin gaafadha
…
Signed Walaa Oromo 💎
26 Aug 2023, 07:50 UTC≈1,250 viewsread 10 August 2026 Photo
⚪ G U Y Y A A T A P H A A🔴
📍 Tapha Darbii London
📀Torbee 3ffaa
🏆 Premier League
Arsenal 🆚 Fulham
🕘11:00(local time 🇪🇹)
🏟️ Emirates
@Degartoota_Arsenal
Signed Walaa Oromo 💎
16 Nov 2022, 16:14 UTC≈2,330 viewsread 10 August 2026 🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳
Waamicha Guddaa Namoota Channeel Telegram qabdan Maraaf.
🌳Waamicha Guddaan Kun maali ja'uu dandeessan ?
🌳Akkuma beekama Oromon Mil.60 ol Nitaana Akkasuma Channel Telegram Tan Ijjoole Teenya tan oromo memeber 100k ol kan qaban ni xiiqaata Saniifu Yaa da bilchaata takka qabane dhufnee jira
🌳Warreen Channel Qabdanii fi akkasuma Dandeeti Barreesu qabdan Akka Member channel Keessan Yaroo gabaabati Kan 1k …
Signed Walaa Panda
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @Mabru_habbti. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.