8 Jun 2026, 05:29 UTCโ1,160 views32 reactionsread 3 September 2026 Mootiin Ottoomaan Turkii durii Ahmed gara waraanaatti deemuuf jedhee haadha manaa isaa (mootittii bareedduu) kutaa tokko keessatti balbala itti cufee furtuu balbalichaas hiriyyaa isaa dhiyoo kan ta'e Muusaaf kennee akkas jedheen, "guyyaa afur booda yoon hin deebi'in, kutaa sana banadhuutii haadha manaa koo fuudhi" jedhee farda isaa yaabbatee gara dirree waraanaa deeme. Sa'aatii walakkaa booda of duuba garagalee gaafaโฆ
โค19๐ค6๐ฅฐ5๐2
7 Jun 2026, 04:57 UTC776 views21 reactionsread 3 September 2026 Forwarded from @Rasaasa_Jechootaa
Miseensota qulqulluu, kanneen dubbisa jaalatan 800 horannee jirra. Galmi keenya miseensa baay'ee osoo hin taane muraasa dubbisa jaallataniidha. Imaalli itti fufa, galatoomaa isin jaallanna.
Mee jaalala keessan nutti garsiisaa!
โค๏ธ๐๐....
โค9๐ฅฐ5โ3๐3๐1
21 May 2026, 20:03 UTCโ1,150 views17 reactionsread 3 September 2026 Photo
Sirna Eebba Kitaabaa!๐๐
Akkuma mata duree irratti kaasuuf yaale, Sanbata guddaa fuuldura keenya jiru, Caamsaa 16 bara 2018 akka lakkoofsa Itoophiyaatti, kitaabni ogummaa fi hawwii keessaa burqe, maqaan isaa โAmalโ jedhu; kan Afaan Oromoo, Afaan Ingiliffaa fi Afaan Arabaan qophaaโe, gaazexeessaa #OBN, Abdushakuur idriisiin barreeffame, sirni eebba isaa bifa miidhagaa ta'een ifatti eebbaaf dhiyaateera.
Sagantaan kunโฆ
โค10๐3๐ฅฐ2๐2
14 May 2026, 16:58 UTCโ1,180 views24 reactionsread 3 September 2026 Namootaan marfamtee osoo jirtuu kophummaan sitti dhaga'amee beekaa? Eeyyee, yeroo tokko tokko addunyaan guutuun namootaan guutamtee osoo jirtuu, sagaleen kolfaafi haasaa isaanii gurra keetti yoo iyyu, keessi kee garuu gammoojjii duwwaa ta'a. Akkuma nama galaana keessa dhaabatee dheeboteeti; namoota kumaatamaan marfamtee, garuu nama tokko yookiin ofuma keetiyyuu dhabdee bitaa sitti gala. Bakkuma waca namootaa gidduu tโฆ
โค10๐8๐3๐ค1๐ฅฐ1๐ญ1
14 May 2026, 16:58 UTC913 viewsread 3 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
3 Apr 2026, 14:47 UTCโ1,620 views29 reactionsread 3 September 2026 Photo
#Hunduu_yeroo_qaba! โณ๐ฅ
Yeroon kee siif dhufaโฆ hin shakkin.
Namni biraa yoo si dura milkaaโe, isaafis guyyaa isaatu gahee milkaa'eโatis kan kee jiraachaa jirta, daandii kan kee irra jirta, guyyaa kees eeggachaa jirta.
Hin dhaabatin. Hin dadhabin!
Guyyaan ati itti ofitti amantu, guyyaan ati gammaddee rakkinoota kee dagattu jireenya keetti dhufaa jira.
Rakkoon harโa si quunnamu, humna boru ittiin jabaattu siif kennโฆ
๐20โค6๐ฅฐ3
16 Mar 2026, 17:29 UTCโ1,200 views26 reactionsread 3 September 2026 Forwarded from @Rasaasa_Jechootaa
Tiisisa kan tuffachiise uumama ishee osoo hin taane iddoo oolmaa isheeti.
Oolman kee hanga kee ibsa, bakka ooltu filadhu!๐ซต๐ซต
๐15โค10๐ฅฐ1
5 Mar 2026, 18:50 UTCโ1,680 views19 reactionsread 3 September 2026 Photo
#Taatee_fokkisaa๐ข๐ข
Ijoollee Haramanee sadan kana.
Haati keenya waan duuteef mana isheen keessa jiraattu gurgurannee qarshii isaa akka adda qooddannu nuuf haa eeyyamamu jedhanii mana Murtiitti iyyatani. Haati isaanii du'uu isheefis ragaa dhiyeefatani.
Manni Murtii waanticha qulqulleessuuf yoo qoratu Haati isaanii iji ishee lamaan akka hin argine, Lubbuun garuu akka jirtu fi nama ishee deeggaru dhabdee deeggarsa oโฆ
๐ข12โค3๐2๐ค2
17 Feb 2026, 15:37 UTCโ1,470 views15 reactionsread 3 September 2026 Forwarded from @Oro_BooksPhoto
Soomni ramadaanaa guyyaa boruu eegala.
Hawaasni muslimaa baga ittiin isin gahe!!
โค12๐2๐ฅ1
15 Feb 2026, 05:04 UTCโ1,710 views17 reactionsread 3 September 2026 Photo
#Ofitti_amani!
Ofitti amanuun waan guddaa dha. Namni ofitti amanu, addunyaa guutuu injifachuu isaa dura, ofuma isaa injifata. Sababni isaas, namni ofitti amanu sodaa of keessaa baasuu jalqaba; shakkii of keessaa balleessuu jalqaba; abdii of keessatti horachuu jalqaba.
Yeroo baayโee namoonni gara fuulduraatti tarkaanfachuu barbaadu, garuu โAni hin dandaโuโ jedhanii of dhaabu. Kun immoo diina guddaa nama injifachuu dโฆ
โค9๐4โ2๐ฅฐ2
11 Feb 2026, 17:55 UTCโ1,560 views25 reactionsread 3 September 2026 Photo
#Ati_gatii_qabda!
Namoota sin barbaanne hin barbaadin!
Namni si hubatu si barbaada; namni si jaalatu si kabaja. Ati of gadi hin buusin, nama si tuffatu dura hin dhaabbatin. dhiisii deemi! Jireenya keessatti yeroo tokko tokko namoota sin barbaanne dhiistee deemuun filannoo hunda caalaa gaariidha. Ati nama of beeku, of jaalatu, of kabaju taโi. Nama si hin barbaadne hordofuun yeroo kee hin qisaasessin!
Ati gatii qabdaโฆ
โค13๐7๐ฅฐ3๐2
5 Feb 2026, 17:25 UTCโ1,380 views25 reactionsread 3 September 2026 Forwarded from @Rasaasa_Jechootaa
Gaafa gammaddu barreessi
Gaafa gadditu barreessi
Qofummaa keessatti barreessi
Namoota gidduuttis barreessi
Utuu karaa adeemtuu barreessi
Hirribaa dammaqii barreessi
Yeroo rafuuf jettu barreessi!
Yeroo hundumaa barreessi!
Afaan sammuu kee keessa jiru qalama keetiin dubbadhu! Yeroo sana iccitii sammuu keetii hubatta!
Dhibee keerraas fayyita!
Deebii feetus argatta!
Barreessi!!!๐ซตโโโ
โ12โค4๐3๐ฅฐ3๐2๐ฅ1
Showing the 12 most recent of 15 posts we hold for @Maaliif_Hintaane. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked โ was rounded by Telegram before we ever saw it โ t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so โ1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.