30 Dec 2025, 10:50 UTC≈1,140 views31 reactionsread 25 August 2026 Forwarded from @Rasaasa_Jechootaa
"Nan raawwadha" jechuun kee raawwachuu miti.❌
Raawwachuuf karoorfachuun kee raawwachuu miti.❌
Akkamitti akka raawwattu dubbisuun kee raawwachuu miti.❌
Waa'ee namoota raawwatanii dubbisuun kee raawwachuu miti.❌
Namoota raawwatanitti inaafuun kee raawwachuu miti.❌
Waan raawwachuu dhiisteef gaabbuun kee raawwachuu miti.❌
Yoo raawwachuu dhiiste akka nagaa hin arganne beekuun kee raawwachuu miti.❌
Barruu kana dubbisuun ke…
👍10🥰10❤7👏2👌1💔1
18 Dec 2025, 14:22 UTC874 views20 reactionsread 25 August 2026 Forwarded from @Rasaasa_Jechootaa
Miidhama nama tokkoo hubachuuf karaan gabaabaan, bakka isaa of buustee osoo ana ta'ee hoo jettee yaaduudha.
Namaaf hubachuu shaakali!🫵
💔8❤4👍3💯2👏1🫡1🙏1
7 Dec 2025, 03:32 UTC≈1,070 views15 reactionsread 25 August 2026 #1k❤️!!
"miseensota dubbisan amanamoo Kuma tokko wajjiin channel kana keessatti walitti qabamnee jirra!,🥰❤️
hedduu galatoomaa!
keessumaayyuu maatiiwwan jalqaba keenya irraa nu wajjiin dubbisaa,yaada keenya nu wajjiin qoodamaa dhuftan galatoomaa!! isin amanamoodha!🙏
imalli itti fufa!!!💪❤️
maatii jaallatamoo akka keessan 10k wajjiin akka wal barru abdiin qaba🙏
ulfaadhaa!!!🥰🙏
#Education power
https://t.me/imthegirlst
❤7👏3👍2👎1🤝1🥰1
7 Dec 2025, 03:32 UTC≈1,180 views16 reactionsread 25 August 2026 “1K strong! ❤️ Thank you for the love and support!”
Never give up on your goals — if we can grow to 1k you can grow towards your dreams too.
Keep pushing, keep improving, keep shining. ✨💪”
#Education power
https://t.me/imthegirlsthat
❤6👍2👏2🥰2🏆1👎1🔥1🙏1
6 Dec 2025, 15:50 UTC≈2,190 views19 reactionsread 25 August 2026 dukkana osoo hin taane wanta dukkana keessa jirutu nama nyaata!🫵https://t.me/imthegirlsthat
❤9👍5👏2🥰2🙏1
29 Nov 2025, 17:45 UTC≈1,180 views17 reactionsread 25 August 2026 #wanti hundi gaarii waan ta'eef miti kan gammaduu qabdu
waan hundaaf ilaalcha gaarii waan qabduufidha!!
ilaalcha keetirratti xiyyeeffadhu!
namni ilaalcha gaarii qabu haalaaf Amala gaarii goonfata
waan qabduuf gammaduun gamnummaadha!
#Namoonni hedduun mana bareedaa akkamiin akka ijaaran beeku garuu jireenya bareedaa mana sana keessatti akkamitti akka jiraatamu kan beeku namoota muraasa qofa!!
ofirratti hojjechuun a…
🥰6❤5👍2👏2🤝1🙏1
29 Nov 2025, 17:28 UTC≈1,790 views9 reactionsread 25 August 2026 Namatti hin murteessin!!🫵🫵
https://t.me/imthegirlsthat
🥰4👍2👏2🙏1
28 Nov 2025, 17:12 UTC≈3,630 views20 reactionsread 25 August 2026 #har'a kan kaleessaa caalaa taatee argamuuf guyyaan haaraa dhufu hundi carraadha.
itti fayyadami!!!🫵👊
https://t.me/imthegirlsthat
❤8👍6🥰3👏1💯1🙏1
22 Nov 2025, 13:32 UTC≈2,540 views17 reactionsread 25 August 2026 Yeroo tokko tokko dhabni nama qofa miti ofii kee wajjiinuu walitti si buusa!
hojjedhu!
Gahee kee bahi!
ofiif beeki!🙏https://t.me/imthegirlsthat
👍6🥰4❤3👏1🔥1🤯1😢1
19 Nov 2025, 18:07 UTC≈1,120 views24 reactionsread 25 August 2026 #beekkumsa sirna barnootaan ala jiraachuu hin filatin!
kana yoo jedhu barnootaan ala milkaa'ini hin jiru jechuu Koo miti!!
beekkumsa sirna barnootaa bu'uureffattee malee milkaa'uu hin dandeessu jechuu kooti malee!🙏🙏🙏
#hubadhu! barachuun ala carraan beekkumsa argachuu hin jiru!
nama tokko kan barnoota si jibbisiisaa jirutu Jira! akkasuma deebi'ee carraan milkaa'inaa sadarkaa barnootaa goolabdu malee hin argamu, kana…
❤12👏5👍3🔥2🥰1😍1
15 Nov 2025, 15:22 UTC929 views19 reactionsread 25 August 2026 #waadaa kee nyaatteemmoo if hin miidhin!
✓gaafa of gante namni jaarsummaa siif dhaabbatu hin jiru!😞😥
✓ balleessaa keef dhugaa kennitee,madaa miidhama keetiis baadhattee, irratti balleeffamaafi balleessaa taatee ba'aa jireenyaa isaan hafan sochoosuu hin dandeessu
~jireenya kee keessatti taatoo ta'uu qabdu qofa ta'uu dandeessa!
~ofiif amanamtee yoo hin jiraannee suma qofatu miidhamaadha.
~ ofiif yoo hin amanamin nam…
👍6❤5👏2🙏2👌1💯1🔥1😍1
6 Nov 2025, 18:30 UTC871 views18 reactionsread 25 August 2026 Forwarded from @Rasaasa_Jechootaa
wanta osoo hin miidhamin dura baruu qabdu erga miidhamtee booda baruu hin filatin!!🫵
❤6👍3🥰3😍2🙏2👌1👏1
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @imthegirlsthat. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.