11 Mar 2022, 18:41 UTC≈1,350 viewsread 6 August 2026 Hunduu si jaalata
Eenyutuu si jibbaa
Waa takka hajjannee
Kan argannu dhibbaa...
Ji'a carraan guddaan
Keessatti kuufamee
Kan Quraanni rabbii
Keessatti buufamee
Silas waa'eeen kan kee
Yoom himamee dhumaa
Halkan tokkichisaa
Caalu baatii kumaa....
Yaa leeylatul qadr
Halkan kabajamaa
Ji'a ramadaanaa
Keessatti argamaa
Rabbiin nu godhuu
Irraa fayyadamaa
Warra kheysaati milkaahu…
Signed Don't Gudge Me!!!
11 Mar 2022, 18:39 UTC≈1,090 viewsread 6 August 2026 Photo
Assalamu Aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu
Salaamtaa facaasaa @Kennaapost
Signed Don't Gudge Me!!!
11 Mar 2022, 15:16 UTC978 viewsread 6 August 2026 1. Wa sadii eegii
⭐biyya
⭐haadha
⭐ija
2. Wa sadiif qophaa'i
⭐dirqama sitti laatamu
⭐beekumsaaf
⭐gaa'ilaaf
3. Wa sadii kabajjii
⭐waadaa ke
⭐hiryaa ke
⭐gaa'ila ke
4. Wa sadii too'adhuu
⭐Arabaa ke
⭐dallansuu ke
⭐miira ke
5. Wa sadii dinqisiifadhu
⭐bareedina
⭐jireenyaa
…
Signed Don't Gudge Me!!!
8 Mar 2022, 08:02 UTC852 viewsread 6 August 2026 Photo
MAALIFAN DUBBISAA?
OF GARGAARUU HIN DANDEENYE...✍️
➲ Barachuuf, guddachuuf, kolfuuf, dadammaquuf nan dubbisa.
➲ Wantan hin beekne hubachuuf nan dubbisa.
➲ Dadhabbiin yommuu natti dhaga'amuu fi sodaadhu, jabina argachuuf akka na gargaaru nan dubbisa.
➲ Addunyaa kana hundatti yommuun mufadhu, nan dubbisa.
➲ Wanti hundinuu yommuu naaf mijatu nan dubbisa.
➲ Abdii barbaaduuf nan dubbisa.
➲ Jechoonni, barreeffamoonn…
Signed Don't Gudge Me!!!
13 Dec 2021, 20:25 UTC786 viewsread 6 August 2026 Poll
Ramadaanni Ji'a Maaliiti?
- Ji'a Nyaataa5%
- Ji'a dhugaatii (Sharaabaa)1%
- Ji'a Gaddaa3%
- Ji'a Gammachuu9%
- Ji'a Ibaadaa (Gabbartii)82%
Shares as published. No per-option vote count is published by Telegram, so none is shown.
Signed Don't Gudge Me!!!
28 Nov 2021, 06:51 UTC776 viewsread 6 August 2026 Poll
Qur'aanni Dimshaashatti Suuraa (Boqonnaa) meeqa qaba?
- 11613%
- 11479%
- 1104%
- 1014%
Shares as published. No per-option vote count is published by Telegram, so none is shown.
Signed Don't Gudge Me!!!
15 Nov 2021, 05:09 UTC776 viewsread 6 August 2026 Hadiisa Anas ibn Maalik odeyseen ergamaan Rabbii Muhammadﷺ "cufti ilmaan Aadam dogongoroodha. Irra caalaan warra dogongoree warra Towbatu" jedhe. [Tirmizii]
• Hadiisa bareedaa abdachiisaa kana namayyu gurraa qaba. Namni dogongora irraa bilisaa hin uumamne. Hundi keenya tasa ykn beekkaan waa balleessinee jirra. Ammoo waan balleessine jaalachuun, dogongora keessa turuun hamtuudha. Akkuma beekeen kan dogongora irraa de…
Signed Mr Ãfeñdī
26 Sept 2021, 17:10 UTC875 viewsread 6 August 2026 Hojii Kheeyrii/Gaarii hojjataniin namoota irratti of-tuuluun namaaf hin malu
Namni hojii gaarii hojjachu fi badii irraa fagaachuun humna isaatiin osoo hin ta'in Rabbiin waan isaaf laaffiseef akka ta'e beekuu qaba. Rabbiin-Subhaanahu wata'aalaa-Qur'aana keessatti ni jedha:
وَلَوْلَا فَضْلُ اللَّهِ عَلَيْكُمْ وَرَحْمَتُهُ مَا زَكَىٰ مِنكُم مِّنْ أَحَدٍ أَبَدًا وَلَٰكِنَّ اللَّهَ يُزَكِّي مَن يَشَاءُ ۗ وَاللَّهُ سَمِي…
Signed Mr Ãfeñdī
23 Sept 2021, 19:00 UTC667 viewsread 6 August 2026 Nama gammachuu sii Wajji qooddate dagatuu dandeessa haa tahuu malee nama gadda sii wajji qooddate yoomiyyuu dachuu hin dandeessu.
#LaaTansaa Abadan
لا تنس ابدا
@JemalSheikhBakri1
Signed Mr Ãfeñdī
21 Sept 2021, 16:20 UTC700 viewsread 6 August 2026 ANI EESSAN JIRA? ANI EENYU HOO?
❓❓❓❓❓❓
Arraas of dhabeetiin,
barbaacharra jiraa.
Warra jiru keessa,
moo du'eetan jiraa?.
Gaafiin natti hammaattuus,
guyyumaan guyyarraa.
Deebisaa argachuun,
na goote darara.
Lubbuun jiraachuu koo,
Itti amanullee.
Kanneen du'an keessatti,
Of arguu baadhullee.
Niin jira ofiin jechuuf,
Ragaa nan wallaalee.
Ilmi namaa tokkoo,
ni jira jechuudhaaf.
Faayida buusuu qaba,
uumama biroodhaaf.…
Signed Mr Ãfeñdī
7 Sept 2021, 19:28 UTC653 viewsread 6 August 2026 WANTI SHAN GARA WAA SHANII NAMA GEESSITI !!!
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
1: Ijji Gara Zinaa Nama Geessiti
2: Bololli Gara Sheenaa Nama Geessa
3: Imala Heddummeessuun Gara Beekkumsaa Nama Geessiti
4: Waan Xiqqoo Rabbiin Siif Kenne Irratti Quufuun Gara Jaalala Rabbii Nama Geessiti
5: Mormii Heddummeessuun Gara Waldhabbii Nama Geessiti
• Yaa Rabbi Ija Teenya Zinaa Irraa Tiissi
• Yaa Rabbi …
Signed Mr Ãfeñdī
25 Aug 2021, 10:23 UTC634 viewsread 6 August 2026 Forwarded from @Faana_beekumsaa
🅂🄴🄴🄽🄰🄰 🄳🄷🅄🄶🄰🄰
𝕤𝕚𝕝𝕒𝕒 𝕤𝕚𝕥𝕒'𝕖𝕖 𝕒𝕜𝕜𝕒𝕞 𝕘𝕠𝕠𝕥𝕒
Nama guyyaa jumu'aa gurgurateefi
Nama guyyaa Sabtii(Sanbata xinnaa)bitate!!!!
Yahuudaa biyya yamanii tokkotu Guyyaa jumu'aa biyya tokko deemuu fedhe
Nama muslimaa kan taaksii oofu wohii dubbise akka inni Qarshii Kuma shaniin (5000) bakka inni deemuuf yaadu sana isa geessu gaafate
Gurbaan Muslimaa kun arri guyyaan jumu'aadha kuxbaan godhamuuf daqiiqaa digdama qofatu hafe Sal…
Signed Mr Ãfeñdī
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @Leellisadiin. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.