21 Mar 2025, 23:13 UTC≈1,000 views2 reactionsread 11 September 2026 Photo
🚨✅#TeamItoophiyaa 🇪🇹
Gareen biyyaalessaa Itiyoophiyaa "Waaliya" tapha gulaalli waancaa addunyaa Masrii waliin taasise 2 fi 0n injifannoo Fara'ooniin xumurame.
Mohaammad Saalaa fi Zizou goolii injifannoo Fara'oonif galchaniiru.
Mohaammad Saalaah galchiiwwan 6 galchuun sadarkaan dursaa jira.
Injifannoo kana hordofuun Masriin qabxii ishee gara kudha sadiitti guddisuun garee kana irratti dursummaa qabdu cimsiteet…
❤2
Signed 𝑨𝒎𝒊𝒊𝒏 𝑭𝒂𝒂𝒓𝒊𝒔 𝑨𝒃𝒅𝒂𝒍𝒍𝒂𝒂
21 Mar 2025, 13:32 UTC696 views1 reactionsread 11 September 2026 Photo
🚨✅#TeamItoophiyaa 🇪🇹📸 🎥
Waliiyaa fi Fara'oon sagantaa dorgommii waancaa addunyaa har'a galgalaaf .
Gareen biyyaalessaa lamaan shaakala isaanii isa dhumaa halkan walakkaa Istaadiyeemii Laarbii Zaawwii bakka taphichi itti gaggeeffamutti gaggeessaniiru.
Warri Waliyaan magariisa, keelloo fi diimaa barame uffachuun dirree seenu.
Tapha gareewwan biyyaalessaa lamaan gidduutti galgala kana sa'aatii 6:00 PM irratti n…
❤1
Signed 𝑨𝒎𝒊𝒊𝒏 𝑭𝒂𝒂𝒓𝒊𝒔 𝑨𝒃𝒅𝒂𝒍𝒍𝒂𝒂
21 Mar 2025, 13:21 UTC438 viewsread 11 September 2026 Photo
🚨✅''Arsenaal Shaampiyoonsi Liigii ni injifata,'' Odegaard
Taphataan sarara gidduu Ganners Maartiin Odegaard waggoota dhufan keessatti Arsenaal waliin waancaa dabalataa injifachuu akka barbaadu dubbateera.
''Arsenaal Shaampiyoonsi Liigii bara kanaa ni injifata,'' jedha Odegaard.
Waggoota sadan itti aanan keessatti maal akka hojjachu akka danda'u gaafatamee, Maartiin Odegaard, "Arsenaal waliin waancaa hedduu inji…
Signed 𝑨𝒎𝒊𝒊𝒏 𝑭𝒂𝒂𝒓𝒊𝒔 𝑨𝒃𝒅𝒂𝒍𝒍𝒂𝒂
21 Mar 2025, 05:42 UTC391 viewsread 11 September 2026 Photo
🚨✅Deenmaark, Jarmanii fi Kirooshiyaa hundi isaanii morkattoota isaanii injifataniiru.
Deenmaark tapha Poorchugaal waliin taasisan goolii Raasmus Hoylund galcheen 1 fi 0n injifatte.
Jarman Xaaliyaanii waliin taphatan 2 fi 1n injifatte.
Kirooshiyaan tapha Faransaay waliin taphatte galchiiwwan Budimiir fi Perisic galchaniin 2 fi 0n injifatte.
Gareen biyyaalessaa Ispeen ammoo Nezerlaand waliin 2 fi 2n qixa bahee…
Signed 𝑨𝒎𝒊𝒊𝒏 𝑭𝒂𝒂𝒓𝒊𝒔 𝑨𝒃𝒅𝒂𝒍𝒍𝒂𝒂
21 Mar 2025, 05:32 UTC333 views1 reactionsread 11 September 2026 Photo
🚨✅Gareen biyyaalessaa Seeraaliyoon tapha isaa garee biyyaalessaa Giinii Bisaawu waliin taasise 3-1n injifachuu danda’eera.
Injifannoo kana hordofuun Seeraaliyoon qabxii saddeet galmeessisuun gara sadarkaa lammaffaatti ol dhufeera.
Boru galgala Masrii waliin kan taphatu gareen biyyaalessaa Itoophiyaa qabxii sadiin sadarkaa 5ffaa irra jira.
Taphoonni garee kanaa boru galgala taphataman.
- Itoophiyaa fi Masrii a…
❤1
Signed 𝑨𝒎𝒊𝒊𝒏 𝑭𝒂𝒂𝒓𝒊𝒔 𝑨𝒃𝒅𝒂𝒍𝒍𝒂𝒂
19 Mar 2025, 12:44 UTC346 viewsread 11 September 2026 Photo
🚨✅Komin Keller Liivarpuul gadhiisuu danda'a!
Taphataan goolii eegaa Liivarpuul lammii Aayilaandi Koomiin Keelar kilabicha gadhiisee gara kilabii biraatti akka seenu himamaa jira.
Keelar kanaan dura Liivarpuul keessatti yeroo tapha gahaa argachuu dhabuu isaatti quufa dhabuu isaa ibsuun isaa hubatamuu qaba.
Goolii eegaa kun ganna dhufu kilabii goolii eegaa lakkoofsa tokko ta'uu danda'u barbaadaa akka jiru The Ath…
Signed 𝑨𝒎𝒊𝒊𝒏 𝑭𝒂𝒂𝒓𝒊𝒔 𝑨𝒃𝒅𝒂𝒍𝒍𝒂𝒂
19 Mar 2025, 10:06 UTC287 viewsread 11 September 2026 Photo
🚨✅''Waancaa Shaampiyoonsi Liigii Awrooppaa kan keenya,'' jechuun Laamiin.
Taphataan sarara fuulduraa Baarseloonaa Laamiin Yamaal carraan Shaampiyoonsi Liigii Awrooppaa amma Liivarpuul bahuu hordofee kan keenya jedha.
''Carraan Shaampiyoonsi Liigii Awrooppaa injifachuu kan keenya, sababiin isaas Liivarpuul dorgommii ala waan ta'eef waancaa kanaaf dhihoo jirra,'' jedheera Laamiin Yamaal.
''Nuti maatii Lamine Yama…
Signed 𝑨𝒎𝒊𝒊𝒏 𝑭𝒂𝒂𝒓𝒊𝒔 𝑨𝒃𝒅𝒂𝒍𝒍𝒂𝒂
19 Mar 2025, 10:03 UTC296 viewsread 11 September 2026 Photo
🚨✅Fara'oononni Morookoo ga'aniiru!
Gareen Masrii garee biyyaalessaa Itiyoophiyaa waliin wal morkatu har'a ganama Morookoo akka seene beeksifameera.
Gareen biyyaalessaa Masrii taphattoota itti affeeraman waliin Morookoo kan gahe shaakala isaa jalqabaa galgala kana ni gaggeessa.
Qondaaltota federeeshinichaa waliin kan wal argan Mohaammad Saalaa, "Taphattoonni garee hundi taphoota Itoophiyaa fi Seeraaliyoon taphac…
Signed 𝑨𝒎𝒊𝒊𝒏 𝑭𝒂𝒂𝒓𝒊𝒔 𝑨𝒃𝒅𝒂𝒍𝒍𝒂𝒂
5 Feb 2025, 17:14 UTC807 views4 reactionsread 11 September 2026 Photo
Waan leenjistoonni gurguddoon waa'ee Kiristiyaanoo Roonaaldoo dubbatan isaan murasaa
Aleeks Faargusaan
🗣 "Murteen koo hundarra gaariin Ispoortiing Liisbaan irraa mallatteessisuu ture. Nama Maanchistar Yunaayitid Awurooppaa keessatti daran guddisedha."
Joozee Mooriinihoo
"Liyooneel Meesiin taphataa cimaa pilaaneetii kanaa yoo ta'e, Kiristiyaanoo Roonaaldoo taphataa cimaa addunyaa kanaati."
Zineediin Ziidaan
…
❤4
Signed 𝑨𝒎𝒊𝒊𝒏 𝑭𝒂𝒂𝒓𝒊𝒔 𝑨𝒃𝒅𝒂𝒍𝒍𝒂𝒂
28 Jan 2025, 11:41 UTC737 views1 reactionsread 11 September 2026 Photo
🚨✅ Taphataan sarara fuulduraa Atalantaa lammii Naayijeeriyaa Ademola Luckman shaakala irratti jilba isaa irratti miidhaan irra gahe jedhameera.
Kana hordofuun Lookman tapha boruu galgala Baarseloonaa waliin taasisan irraa hafuu akka malu gabaafamaa jira.
Atalantaan tapha Shaampiyoonsi Liigii Awrooppaa boru galgala sa'aatii 5:00 irratti Baarseloonaa waliin ni taphata.
Tapha kana abbaa murtii Ingilizii Maayikeel …
👍1
Signed 𝑨𝒎𝒊𝒊𝒏 𝑭𝒂𝒂𝒓𝒊𝒔 𝑨𝒃𝒅𝒂𝒍𝒍𝒂𝒂
27 Jan 2025, 20:46 UTC522 views2 reactionsread 11 September 2026 Photo
🚨✅Dorgommii garee waancaa Afrikaa ifoome!
Dorgommii waancaa Afrikaa bara 2025f Morookoon qopheessitu carraan gareen gaggeeffamu daqiiqaa muraasa dura magaalaa guddoo Morookoo Raabaatti gaggeeffameen ifoomeera.
Gareen biyyoolessaa 2️⃣4️⃣ waancaa Afrikaa irratti hirmaatan morkattoota garee isaanii baraniiru.
Biyyi keessummeessituu waancichaa Morookoon garee tokkoffaan Maalii, Zaambiyaa fi Koomoroos waliin kan mo…
❤2
Signed 𝑨𝒎𝒊𝒊𝒏 𝑭𝒂𝒂𝒓𝒊𝒔 𝑨𝒃𝒅𝒂𝒍𝒍𝒂𝒂
23 Jan 2025, 13:09 UTC590 views3 reactionsread 11 September 2026 🚨✅️Riyaal Vaalaadooliid Maanchistar Siitii himate!
Kilabiin Laaliigaa Ispeen Riyaal Vaalaadooliid Maanchistar Siitiin taphataa Jumaa Baah kontiraata isaa akka addaan kutu affeere jechuun himate.
Maanchistar Siitiin taphataa sarara ittisaa giddu galeessaa ganna 18 Jumaa Baah mallatteessisuuf waliigalteerra gahuun gabaafame.
Taphataan kun garee akkaadaamii Riyaal Vaalaadooliid waliin waliigaltee kan qabu yoo ta'…
👍3
Signed 𝑨𝒎𝒊𝒊𝒏 𝑭𝒂𝒂𝒓𝒊𝒔 𝑨𝒃𝒅𝒂𝒍𝒍𝒂𝒂
Showing the 12 most recent of 14 posts we hold for @Ispoort_time. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.