23 Jul 2026, 15:58 UTC≈11,700 views172 reactionsread 23 September 2026 Photo
MARSAA 2FFAA: Eegallee jirra.(Ilillii Haadha Carraa)
#Amanamummaan isaa kan mirkanaa'eedha. Yeroo carraan bahu Tiiktookii irratti LIVE dhaan yookan telegram channel Koo live dhaan ifatti ni darba; akkasumas viidiyoon isaa waraabamee ni gadhiifama.
Maarree isiniis:
Qarshii 200 nama 300 qofaaf Abbaa Carraa qarshii 55,000 ta'aa!
💰 CARRAA WALIIGALAA: 50,000 ETB
🥇 1ffaa: 40,000 ETB
2ffaa: 5,000 ETB
3ffaa…
❤130🎉22🤔13🤯7
21 Jul 2026, 11:38 UTC≈13,100 views240 reactionsread 23 September 2026 Fedhii olaanan Qaama saala dubartii gar-kamitti argama!?
**********
Akkuma qaamni saalaa dhiiraa yeroo ka'e guddatu, buqushaanis yoo dubarri walqunnamtii saalaa feete bal'innii fi gadi fageenyi isaa ni dabala. Fknf, yeroo dubarri fedhii keessa galtetti gadi fageenyi buqushaa naannoo seentimeetira 4 ol dabaluu danda'a akka qorannoon agarsiisutti. Kunimmoo qaama saalaa dhiiraa hunda liqimsuuf isa dandeessisa🤔.
qaam…
❤146👍62🤔22💯7🤯2😱1
21 Jul 2026, 11:38 UTC≈11,800 views28 reactionsread 23 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
❤22🤯6
7 Jun 2026, 16:27 UTC≈20,600 views205 reactionsread 23 September 2026 Photo
MARSAA 2FFAA: Eegallee jirra.(Ilillii Haadha Carraa)
#Amanamummaan isaa kan mirkanaa'eedha. Yeroo carraan bahu Tiiktookii irratti LIVE dhaan yookan telegram channel Koo live dhaan ifatti ni darba; akkasumas viidiyoon isaa waraabamee ni gadhiifama.
Maarree isiniis:
Qarshii 200 nama 300 qofaaf Abbaa Carraa qarshii 55,000 ta'aa!
💰 CARRAA WALIIGALAA: 50,000 ETB
🥇 1ffaa: 40,000 ETB
2ffaa: 5,000 ETB
3ffaa…
❤151🤪20🙏14🎉9🤮7🤔2🤯2
7 Jun 2026, 15:16 UTC≈15,400 views107 reactionsread 23 September 2026 MAALIIF NAMOONNI TOKKO TOKKO WALQUNNAMTII SAALAA HIN GAMMADNE?
Walqunnamtiin saalaa gaa’ela keessatti qaama jaalalaa, walii dhiyoo fi gammachuu maatii keessaa isa tokko. Garuu yeroo tokko tokko namoonni hedduun walqunnamtii saalaa keessatti gammachuu dhabuu danda’u. Kun sababa malee ta'uu hin danda'u
Sababoonni muraasni isaanii:
JAALALA DHABUU
Jaalalli miira walqunnamtii saalaa keessatti gahee guddaa qaba. Nama jaall…
❤89👍8🤔7🤨2🤮1
7 Jun 2026, 15:16 UTC≈11,600 views20 reactionsread 23 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
❤20
7 Jun 2026, 07:47 UTC≈12,300 views92 reactionsread 23 September 2026 Photo
Funuuna Funyaanii Akkamitti Ofirraa Dhaabuu Dandeenya?
Salphaadha! Biqiltuu naannoo Keessanitti argamu Doobbii qofa Isin Barbaachisa
Eeyye Doobbii: baala doobbii tumtanii(cafeyxanii) akka juusiitti dhangala'aa gootu ykn cuunfaa isaa qopheessitu. Ergasii cuunfaa doobbii sana maankaa shaayii tokko fudhattanii jibriitti dhuubdanii funyaanitti suuqattu.
Kanuma.
Fedha Rabbiitiin funuuna irraa bilisa taatu.
Yeeroo sirrit…
❤60👍19🤔7🎉4💩2
7 Jun 2026, 06:26 UTC≈14,500 views49 reactionsread 23 September 2026 MARSAA 2FFAA: Eegallee jirra.(Ilillii Haadha Carraa)
#Amanamummaan isaa kan mirkanaa'eedha. Yeroo carraan bahu Tiiktookii irratti LIVE dhaan yookan telegram channel Koo live dhaan ifatti ni darba; akkasumas viidiyoon isaa waraabamee ni gadhiifama.
Maarree isiniis:
Qarshii 200 nama 300 qofaaf Abbaa Carraa qarshii 55,000 ta'aa!
💰 CARRAA WALIIGALAA: 50,000 ETB
🥇 1ffaa: 40,000 ETB
2ffaa: 5,000 ETB
3ffaa…
❤37🙏11😱1
7 Jun 2026, 05:49 UTC≈13,500 views104 reactionsread 23 September 2026 Photo
Viidiyoo godina Gujiitti yeroo waraanni wal haleelu mul'isu miidiyaa hawaasaa kana irratti ijoo dubbii ta'aa jira. Namni keenya wallaala keessa bahee isa ilmaan abbaa tokkoo iddoo lamatti wal hiree wal haleelu qaanfachuu osoo qabuu gootummaa Oromoo Oromootti fiigee loluu ajaa'ibsiifachaa jira. Kun garuu dogoggora guddaadha. Oromoon Oromoo lolee injifachuu hin danda'u. Sana irratti nuti saba diinota hedduun marfamee j…
❤94🎉6🤔2🤯2
19 Jul 2025, 03:48 UTC≈50,600 views495 reactionsread 23 September 2026 Yaya Beshir obboleessa garraamii
Waa'ee Fayyaa walhormaataa fi saal-qunnamtii yeroon barreessu kan itti saalfatuuf safuu cabsite jedhee kan lafa dhiituu baay'ee jira. Waan addaa osoo hin taane waanuma sitti uumamee kutaa qaamakeerra jiru fayyaasaa si barsiisaa jirra. Kanaaf yeroo waa'ee isaa haasofnu kan saalfattuuf safuu cabsite jettee kan nama arrabsitu yoo tahe atis waan safuu cabsu baattee hin deeminii ofittii k…
❤300💯50👍39💔21😱21😘17🌚15🤔10
19 Jul 2025, 03:48 UTC≈40,300 views128 reactionsread 23 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
❤105😱12🎉6🤔5
12 Jul 2025, 18:42 UTC≈39,900 views325 reactionsread 23 September 2026 ✴️GORSA GABAABAA
Ilmi namaa du'ee
* Guyyaa 3ffaatti qeensi isaa irraa bubuqqa'uu jalqaba.
*Guyyaa 4ffaatti rifeensi irraa harca'ee dhuma.
*Guyyaa 5ffaatti sammuun isaa akka dhadhaa baquu jalqaba.
*Guyyaa 6ffaatti gogaan qaama isaa gurraacha'ee irraa qunca'uu jalqaba.
*Guyyaa 7ffaatti foon isaa akka malee tortoree foolii ajaa'aa garmalee kenna.
*Guyyaa 60 booda ykn ji'a lama booda foon kan jedhamu bososee irra…
❤264🙏24🤔21😱7🤩6🤯2🤮1
Showing the 12 most recent of 16 posts we hold for @IlilliiJemal. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.