7 Jun 2026, 07:48 UTC≈1,690 views19 reactionsread 26 August 2026 Photo
MARSAA 2FFAA: Eegallee jirra.(Ilillii Haadha Carraa)
#Amanamummaan isaa kan mirkanaa'eedha. Yeroo carraan bahu Tiiktookii irratti LIVE dhaan yookan telegram channel Koo live dhaan ifatti ni darba; akkasumas viidiyoon isaa waraabamee ni gadhiifama.
Maarree isiniis:
Qarshii 200 nama 300 qofaaf Abbaa Carraa qarshii 55,000 ta'aa!
💰 CARRAA WALIIGALAA: 50,000 ETB
🥇 1ffaa: 40,000 ETB
2ffaa: 5,000 ETB
3ffaa…
❤11😭7👍1
3 May 2025, 16:36 UTC≈5,580 views45 reactionsread 26 August 2026 Forwarded from @IlilliiJemalPhoto
>> DV 2026: – Bu’aan Gadhiifameera! <<
Amma irraa kaasuun confirmation Number, Maqaa Akaakayyuu Fi bara dhalootan keessani erguun ilaalladhaa.
Asiin wantoota jedhame kana ergaafi karaa telegram isaanii kanan ammuma ilaalanii isinitti himuu
👇👇👇
@DV2026Form
@DV2026Form
👍25❤15👏5
7 Apr 2025, 16:55 UTC≈6,300 views8 reactionsread 26 August 2026 Forwarded from @IlilliiJemalPhoto
Artist Andu'alem Gosaa hardha uffata gurraacha uffachuun mana murtiitti dhiyaateera.
Poolisini Andu'alem ajjeesuu isaaf ragaa nama 28 argadhe jedhe
Waan manni murtii jedheefi oolma dhadhacha hardhaa asiin dhaggeeffadha
👇👇
https://youtu.be/Z_8TKfC3s24?si=gSF0uJsOjOPMXoO8
👍6❤2
31 Mar 2025, 06:10 UTC≈6,190 views18 reactionsread 26 August 2026 Photo
Abbaa Warraa Qaalii ❤️
Waa'ee Fayyaa walhormaataa fi saal-qunnamtii yeroon barreessu kan itti saalfatuuf safuu cabsite jedhee kan lafa dhiituu baay'ee jira. Waan addaa osoo hin taane waanuma sitti uumamee kutaa qaamakeerra jiru fayyaasaa si barsiisaa jirra. Kanaaf yeroo waa'ee isaa haasofnu kan saalfattuuf safuu cabsite jettee kan nama arrabsitu yoo tahe atis waan safuu cabsu baattee hin deeminii ofittii kutii gati.…
👍15❤3
20 Mar 2025, 09:38 UTC≈6,020 views21 reactionsread 26 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
👍21
20 Mar 2025, 09:38 UTC≈5,330 views26 reactionsread 26 August 2026 Qoricha Cimaa Lafa Kanarra jiru keessaa isa tokko wajjin wal Baraa,
Banjiin yokan Asaangirri,
Faayidaalee Amanuuf Nama Rakkisu Hedduu Of keessaa qaba,
Banjiin Dhukkuboota Dawaa hin Qabne Hedduu Fayyisuu Danda'a,
Dhukkuboota Ciccimoo Hedduu Fayyisuu Danda'a Biqiltuun kun Waan Namni Tokko Dhugaadha Jedhee Amanuu hin Dandeenye Hedduu Gochuu Danda'a,
Gatii Humni isaa Cimaa Ta'eef Namoonni Hedduun Nama Macheessa, jedhu,…
👍20❤3🕊2🙏1
12 Mar 2025, 16:33 UTC≈5,240 views12 reactionsread 26 August 2026 Forwarded from @IlilliiJemalPhoto
Miira namni siif hin hubannee keessa jirta Anduu💔
Miira nama nama dhabee akka itti garaa nama nyaatu.
Miira ati amma keessa jirtu tilmaamun nama hin rakkisu, waaqayyoon si haa jabeessu obboleessa koo.
Obboleettii keenya qananii addunyaa waaqni dhugaa kee hin gatin…maati fi firoottaniif jajjabina hawwina.
Dacheetu kana Qanoo too Lubbuun kee ha boqottu😭... Rabbiin si ha jabeessu haadhoo koo😭😭
Du'a Qanoon Wal qabatee B…
👍12
3 Mar 2025, 20:35 UTC≈6,180 views9 reactionsread 26 August 2026 Forwarded from @IlilliiJemalPhoto
Siyaasni soba. Maaltu Abbichuufi Isiyaas Wal lolu jedhee eege?!
Wanta deemaa jiru asiin dhaggeeffadha
👇👇👇
https://youtu.be/2-kqq5X3QHk?si=67NMEI7woZPHb4zK
👍8❤1
23 Feb 2025, 04:56 UTC≈6,530 views10 reactionsread 26 August 2026 Wanta kana irrattis Urgeessaa Tuujjoo faa deeggaruun dirqama🙄
Viidi'oo UUrgeessaa Tuujjoofaa gadi yaasaa jiran kana qofaa ilaalanii Darasoota maayyamii kanneen fuuldura dhaabachuun akka sirrii ta'e hubachuun ni danda'ama, Darasoonni Barnootaafi Saayinsii faranjii balfitu Viidi'oo akkaataa itti faranjiin wal sa*ltu agarsiisu ilaaltee apply gochaa jirti, aadaafi duudhaa uummata keenyaatti bishaan naqaa jirti, yeroo of…
👍5❤3😢2
23 Feb 2025, 04:56 UTC≈6,160 views0 reactionsread 26 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
19 Feb 2025, 11:11 UTC≈7,090 views14 reactionsread 26 August 2026 Forwarded from @IlilliiJemalPhoto
Durbummaan maali?
Dubarri tokko osoo walqunammatti saalaa hin rawwatiin durbummaa baduu ni danda'aa?
Dubarri durbummaa qabdu hundi yeroo walqunammatti saalaa rawwatti ni dhiigdi?
Gaaffiiwwaan kanneenifi Dr. Chala viidiyoo YouTube irraatti isiniif baase waan taheef guutuu isaa dhaggeeffadha
👇👇👇
https://youtu.be/m7zeF9FuXmE?si=iGAcMaaKZRHxLqwv
👍11👏2❤1
16 Feb 2025, 16:59 UTC≈5,420 views20 reactionsread 26 August 2026 Kunuunsa Haadholii Dahumsa Boodaa
Kunuunsa dahumsa boodaa jechuun haati tokkoo deessee hanga guyyaa afurtamii shaniitti yeroo jiru jechuudha.
👉Haati kamiyyuu tajaajila dahumsaa qulqullina qabu argachuuf dhabbata fayyaatti dahuun irra jiraata.
🔹Tajaajiloota Murteessoo dahumsaan boodaa
◉Qulqullina dhuunfaa sirriitti eeguu
◉Nyaata lallaafaa fi gosa adda addaa yeroo idileen nyaatamu irratti dabalataan si’a sadii akka…
👍13❤6👏1
Showing the 12 most recent of 19 posts we hold for @DR_IlilliiJemaal. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.