🌼 Irra deebiin...jireenya haaraa! 🌼 Day -3 Kiristoos keessa yeroo taatu, jireenya kee isa duriitu haara'a miti. Guutummaa guutuutti jijjiirama jireenyaa argatta malee. Namummaa kee isa moofaa, mudaa isaa fi cubbuu isaa, Kiristoos ofii isaa wajjin fannoo irratti fanniseera. Du'uu fi du'aa ka'uu isaatiin jireenyi inni siif kenne, eenyummaa kee isa moofaa balleessee jireenya haaraa kan si jalqabsiisu dha. Kiristoos wa…

Channel
Ijoollee Ifaa
@IjoolleeIfaa316
On this record: Growth · Engagement · Posts · Citations · Cite this entry
707subscribers
-2 since we began measuring on 26 August 2026
Risers and fallers across the register · movement among entries of Under 1,000.
Register entry
| Telegram ID | -1001343805043 |
|---|---|
| Type | Channel |
| Username | @IjoolleeIfaa316 |
| Created | Between 1 March 2018 and 31 August 2021 — estimated from Telegram’s id allocation, not measured. How this range is calculated. |
| First recorded | 26 August 2026 |
| Last confirmed live | 4 September 2026 |
| Measurements held | 3 |
| Confirmed unchanged | 1 time, most recently 4 September 2026 |
| On Telegram | t.me/IjoolleeIfaa316 |
Growth
| Measured (UTC) | Subscribers | Change |
|---|---|---|
| 4 Sept 2026, 05:40 | 707 | -2 |
| 26 Aug 2026, 23:15 | 709 | no change |
| 26 Aug 2026, 23:00 | 709 | first reading |
Engagement
20 posts held, back to 3 December 2024 — the reader has not yet reached the start of this channel’s public history, so older posts may sit further back, unread. Read across 1 page of Telegram’s post history, 20 posts per page.
Nothing published in the last 30 days. ERR and ER are rolling 30-day measures, so there is nothing to compute — we hold 20 posts for this entry, the most recent from 4 September 2025. An engagement rate over an empty window would be a number about nothing.
Recent posts
🌼 Irra deebiin... eenyummaa haaraa! 🌼 - Day 2 Namni hamma lubbuudhaan jirutti, haara'uu, jijjiiramuufi nama haaraa ta'uudhaaf carraa qaba. Yeroo gara Waaqayyootti deebite irraa eegalee, seenaan jireenyakee inni darbe humna ittin si ibsu dhaba. Ayyaanni Waaqayyoo seenaakee irra deebi'ee barreessa, Araarri Waaqayyoo boriikee siif qajeelcha, Kiristoos keessatti nama fooyya'e utuu hin taane uumama haaraa, nama haaraa …
🌼 Irra deebiin... Jalqabbii haaraa! - Day 1🌼 Yeroo baayyee jireenyi carraa kan biraa waan qabu sitti hin fakkaatu, wanta darbe dhiistee jireenya itti fufuu yeroo yaaltu, wantii baayyeen gara duubaatti si harkisa. Haa ta'u malee Waaqayyo kufaatii kee kaleessaa keessatti si hin dhiisu, carraa kan biraa siif kenna malee. Yeroo bonaa si lalisiisee, lafa onaa keessaas burqaa baasee irra deebiin akka haaraatti si jalqabs…
“When people ask me what appeals to me about heaven, it isn’t the streets of transparent gold or gates made of pearls; it’s the absence of sin. I'm tired of sin.” John MacArthur @ijoolleeifaa316 @ijoolleeifaa316
🎬 Are you interested in Hosting, Cinematography, Motion Graphics, Graphic Design, or Video Editing? Do you have a passion for using your skills to advance God’s Kingdom through media? Tesfa Broadcasting has prepared a 3-month internship program just for you! Don’t miss this opportunity to grow your skills and serve with purpose. ተስፋ ብሮድካስቲንግ ኔትዎርክ |Great Commission Ministry Ethiopia |ፅኑ ተስፋ አለ!| 👇👇👇 https://bit.ly…
"Mucaan nuuf dhalateera, ilmis nuuf kennameera; humni mootummaa isaa gatiittii isaa irra jira; maqaan isaa, 'Gorsaa, dinqii, Waaqayyo-jabaa, abbaa bara baraa, angafa nagaa' in jedhama. " Macaafa Isaayaas Raajichaa 9:6 Baga geessan! @IjoolleeIfaa316 @IjoolleeIfaa316
Guyyaa 20 Yesus Kiristoos jaalala siif qabu, lubbuu isaa siif kennuudhaan siif mul'ise. Inni sababoota akka inni si hin jallanne isa godhan baayyee qaba ture. Haa ta'u malee garuu sababa sanaaf si hin jibbine. Yesus cubbuurraa si fayyisuufi akkasumas walitti dhufeenya namni duraan Waaqayyo waliin qaba turetti si deebisuuf hamma lubbuu isaa fannoorratti siif kennutti si jaallateera. Inni qajeelaan sun siif jedhe lubb…
Guyyaa 19 Namni hundinuu dhugaa beekuu bira akka gahu, cubbuurraa akka deebi'u, ayyaana isaa isa hojii Yesus Kiristoosiin argame sanaan akka fayyuu fi jireenya bara baraas akka dhaalu fedha Waaqayyooti. Akka ati fayyituufi akka ati miliqxu kan barbaadu Waaqayyo, ilma isaa tokkicha karaa ati ittiin gara isaa dhuftu, dhugaa ati ittiin soba jalaa baatuu fi jireenya ati ittiin du'a jalaa miliqxu godhee siif ergeera. Fay…
Guyyaa 18 Kaayyoon Waaqayyoo inni guddaa fi inni jalqabaa warra badan barbaaduu fi fayyisuudha. Fuula Waaqayyoo duratti namni tokko tokkoonsaa gatii guddaa qaba. Qalbii jijiirrannaa dhugaatiin cubbuu irraa fagaattee gara Waaqayyootti yoo deebite Waaqayyo baayyee sitti gammada. Deebi'uun kee gammachuu guddaa waaqa irratti ta'uuf sababa. Warra qalbii jijjiirrachuun isaan hin barbaachisne sagaltamii saglan caalaa yaadn…
Waaqayyoon dhuunfaa keetti beekuudhaaf maaltu si barbaachisa? Balaqqee bakakkaa dhaa? Sirna amantaa cimaa ta'edhaa? Nama naamusa fooyya'aa qabu taatee argamuudhaa? Tokkoon isaaniiyyuu si hin barbaachisani. Waaqayyo wanta isa beekuuf si barbaachisu ifatti macaafa qulqulluurra siif kaa'eera. Wanti kamiyyuu sirnaafi namuusa qaba. Wantonni namni hojjete seera nam tolchee akkuma qaban, wantonni waaqayyo hojjete immoo se…
Guyyaa 16 Dhalli namaa sababa cubbuu isaarraa kan ka'e uumaa isaa Waaqayyorraa fagaatee ture, kanaanis ofii isaatiin qajeelummaa argachuu hin dandeenye. Sababa kanaaf Yesus Kiristoos cubbaamaadhaaf du'uutu irra ture. Yesus kan inni du'e qulqullootaaf utuu hin taane cubbamootaafi warra waaqayyo irraa fagaatanii turaniifi. Jaalalli waaqayyoo gochaan kan mul'atedha. Kanaafis ilma isaa akkanni cubbuu keef du'uufi si fay…
Guyyaa 15 Jaalala Waaqayyo siif qabu! Baayyina cubbuu ati keessa jirtu caalaa, Waaqayyo akka ati gara isaatti deebitu barbaada. Waaqayyo jaalala inni karaa ilma isaa Yesus Kiristoos siif kenne akka ati beektu ni barbaada. Namni jaallatamuu isaa bare deebii kennuuf ni ariifata, sababa jaallatamuu isaa bareefis gammachuun isaa ni dabala. Atis waaqa nama hundumaa sababa mudaa isaa utuu hin qolatiin jaallate kana beeku…
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @IjoolleeIfaa316. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.
Forward network
Republishes
Channels on the register whose posts this channel has forwarded.
Built only from forwarded posts we have actually read, on both sides. Coverage is early and deliberately incomplete: a missing link means we have not read the post that would prove it, never that the relationship does not exist. Counts are distinct forwarded posts observed, so they only ever go up as we read more.
Mentions
Names
Channels on the register whose handles appear in this channel's posts.
A mention is a weaker signal than a forward and is counted separately for that reason — naming a channel is not republishing it, and a handle in a post body is easy to place deliberately. The post counts beside each row below are distinct posts in which the handle appeared, from posts we have read on both sides — the “Named by N registered channels” figure above is a different count, of distinct NAMING CHANNELS rather than posts, and is not the sum of the rows under it.
Cite this entry
A live page changes as we take new readings, so a citation should name the measurement it is based on, not just the URL. The line below cites the subscriber count as measured 4 September 2026 — this entry's latest reading, not the date you are reading this.
“Ijoollee Ifaa” (@IjoolleeIfaa316), 707 subscribers as measured 4 September 2026. Telegram Register, tgregister.com/channel/IjoolleeIfaa316.
Full measurement history, CC BY 4.0. Every reading this register holds for this entry, not just the latest one, as a dated, downloadable record: CSV · JSON. Free to use with attribution to tgregister.com. Each file carries its own generation timestamp, which is the figure to cite for exactly when the data was retrieved.