6 Aug 2026, 14:25 UTC105 views14 reactionsread 6 August 2026 🎉 300 Subscribers! ⚖️
Galatoomaa! 🙏🥰
300 today... 1,000 next! 🚀
Thank you for being part of this journey! ❤️
👨⚖️ ዳኛ፦ 300 ተከታዮች አሉህ?
😎 እኔ፦ አዎ!
👨⚖️ ዳኛ፦ 300 ተከታዮች መድረስህን የሚያረጋግጥ ማስረጃ አለ?
😎 እኔ፦ Screenshot አለኝ 🤣
👨⚖️ ዳኛ፦ ፍርድ ቤቱ እንኳን ደስ አለህ ይላል እንግዲህ 1000 ለመድረስ ቀጠሮ ተሰጥቶሃል 🤣📸⚖️
💡IFA SEERAA ⚖️
😂 Kolfaa Seera Baradhaa
Kolfi nu bashannansiisa; seerri ammoo nu qajeelcha…
🎉8😁4👏2
6 Aug 2026, 04:57 UTC184 views13 reactionsread 6 August 2026 Photo
Kan Itti fufe...
📒:Dhaamoo Ifaa ( በግልጽ የሚደረግ ኑዛዜ)
✍🏻️Dhaamoon ifaa dhaamoo dhaalchisaan ofii isaatii waan dhaamamu barreessuun ykn waan dhaamamu tokko tokkoon nama barreessutti himee akka barreeffamu
gochuun, bakka raga-baatotni afur jiranitti dhaamoo dhaamamuu dha.
✍🏻️ Dhaamoon kun bakka
dhaalchisaa fi raga-baatotni afran sunniin jiranitti dubbifamuu qaba.
✍🏻️Dhaamichi dhaammataa fi ragoolii afur fuuldura…
😁9👍4
5 Aug 2026, 14:09 UTC193 views10 reactionsread 6 August 2026 Photo
📢💡Beektuu? 👀 Gosoota Dhaamoo(ኑዛዜ) sadi(3) tu jira
✍🏻️Dhaamoo Afaanii
✍🏻️Dhaamoo Barreeffamaa
✍🏻️Dhaamoowwan ifaa
📒:Dhaamoo Afaanii:
✍🏻️Dhaamoo afaanii jechuun namni duuti isaa kan hin oolle ta’uun itti dhaga’amee jechoota fedhii isaa isa dhumaa ragoolii lamaaf kan kennu jechuudha
✍🏻️Dhaalchisaan dhaamoo afaaniin wanti taasisuu danda’u:
👉Sirna awwaalcha isaa ilaalchisee ajaja kennuu, Qabeenya dhaalaa ga…
😁7👍3
1 Aug 2026, 03:52 UTC220 views13 reactionsread 6 August 2026 Photo
📢💡Beektuu? 👀 Maallaqa Irratti Ajaju Osoo Hin qabaatiin Cheekii Kennuu Yakka
✍🏻️Namni kamiyyuu yeroo cheekiin ba’utti yookiin baankiif dhiyaatutti maallaqni gahaan inni irratti ajaju
kan hin jirree ta’uu isaa osoo beekuu cheekii kan baase/kan kenne/yoo ta’e;
hidhaa salphaan yookiin akka ulfaatina dubbichaatti hidhaa cimaa waggaa kudhan hin caalleefi adabbii
maallaqaan ni adabama.
✍🏻️Gochichi kan raawwatame dag…
👍7😁5👏1
31 Jul 2026, 04:13 UTC215 views11 reactionsread 6 August 2026 Photo
📢💡Beektuu? 👀 Bu'aa fuudhaa fi heerumni gama hariiroo dhuunfaan qabu keessaa tokko wal kabajuudhuu!
✍🏻️Bu'uura seera Maatii Naannoo Oromiyaa keewwata 66 (2) fi Seera Maatii Federaalaa keewwata 49(1) tiin Abbaan warraa fi Haati warraa wal kabajuu fi wal gargaaruu qabu
👩⚖️ ዳኛ: ችግራችሁ ምንድን ነው?
👩 ሚስት: ክቡር ፍርድ ቤት ባለቤቴ እኔ የምለውን አይሰማም
👨 ባል: እንዴ! ይህን ነገር መቼ ነው የነገረችኝ? 😂
👩⚖️ ዳኛ: እነሆ ማስረጃው እዚሁ ነው! አሁንም እየተናገረች እያለ አል…
👍5❤3😁3
30 Jul 2026, 04:57 UTC202 views15 reactionsread 6 August 2026 Photo
📢💡Beektuu? 👀Prank n Itti gaafatamummaa seeraa hordofsiisuu danda'a 🧑⚖️😱
✍🏻️Prank n ykn gochi nama kolfisiisuu, qoosuufi sodaachisuu kun yeroo ammaa kana Itiyoophiyaa keessatti miidiyaa hawaasaa irratti babal'achaa jira, garuu gochi kun seeraan itti gaafatummaa akka hordofsiisu meeqa keessantu beeka sana sinumaaf dhiisa. Gochi kun faaIlaa tumalee seera Itiyoophiyaa akkasumas waliigaltee mirga namoomaa idil- Addu…
👍6👏5❤2🔥2
29 Jul 2026, 04:37 UTC181 views12 reactionsread 6 August 2026 Photo
📢💡Beektuu? Namni tokko gochoota armaan gadii kana yoo raawwate nama dhaalchisaa dhaaluuf hin malle ta’a!
✍🏻️ Bu'uura Seera hariiroo hawwaasaa Itiyoophiyaa keewwata 838 tiin Namni dhaalchisaa, dhalattoota ykn abbaa manaa/haadha manaa dhaalchisaa itti
yaadee ajjeese ykn yaalii ajjechaa irratti raawwate ykn himata yakka hidhaa cimaa waggaa kudhanii ol isaan adabsiisu irratti ragaa sobaa bahuun isaa murtiin mirka…
😁7❤3👍2
28 Jul 2026, 10:24 UTC195 views13 reactionsread 6 August 2026 Photo
✍🏻️Dhaalli(ዉርስ)Maali?
✍🏻️Maaltu Dhaalama?
✍🏻️Eenyutu Dhaaluu Danda'a?
✍🏻️Namni Tokko dhaaluuf Ulagaaleen guutamuu qaban maali?
📒Dhaalli adeemsa mirgii fi dirqamni nama du’e tokkoo gara dhaaltota isaatti itti darbu yoo ta’u, adeemsi kunis bakka gurguddaa lamatti qoodama: Dhaala dhaam-maleessa (intestate succession)
fi dhaala dhaamoo (testate succession) jedhamu.
✍🏻️Namni tokko qabeenyi isaa gaafa inni du’u ha…
😁6👍4❤3
27 Jul 2026, 05:20 UTC204 views14 reactionsread 6 August 2026 Photo
📢💡Beektuu? 👀 Miidiyaa Hawaasaa Irratti Taphoota Carraa Taphachiisuu fi Qarshii Walitti Qabuun Yakka.
✍🏻️ Yeroo ammaa kana Itoophiyaa keessatti miidiyaa hawaasaa (TikTok, Telegram, Facebook) irratti namoota irraa qarshii walitti qabuun carraadhaan meeshaalee ykn maallaqa badhaasuun daldala seeraan alaa (illegal gambling/lottery) jalatti ramadama. gochi kun adabbii hidhaa cimaa waggaa 3 hanga waggaa 5 ga'uun ni ad…
👍9😁4👏1
26 Jul 2026, 13:42 UTC206 views14 reactionsread 6 August 2026 Photo
📢💡Beektuu? Maallaqa Seera qabeessa Fuudhachuu Diduu Yakka!
✍🏻️Namni Kamiyyuu maallaqa biyyaa gatii seeraan murtaa’e qabu, albuuda yookiin waraqaa irra hojjetame sababa gahaa osoo hin qabaatiin hin fuudhu kan jedhe yoo ta’e;
Adabbii maallaqaan yookiin hidhaa mana turtiitiin ni adabama.
የተቀደደች 50 ብር አልቀበልም ብለህ 30 ደቂቃ ስትከራከር... የ3 ዓመት እስራት እንዳለው ስትሰማ ኧረ አሁን ሳያት ምንም አልተቀደደችም ቃናዋ ራሱ ደስ ይላል 🩹🥴🤣
💡IFA SEERA…
😁9👍3👏2
25 Jul 2026, 06:54 UTC243 views20 reactionsread 6 August 2026 Photo
📢💡Beektuu? Oduun Ummata Shororkeessuu Yakka!
✍🏻️Namni kamiyyuu nageenya ummataa yookiin lubbuu, fayyaa yookiin qabeenya namoota dhunfaaf balaa
yaaddeessaa ta’e keessumattuu balaa weeraraa, ajjeechaa namaa, gubiinsa abiddaa, badiisa yookiin saamicha akka gahu soodaachisuun; yookiin
✍🏻️waa’ee haalawwan kanaa yookiin walumagalatti waa’ee jeequmsa gahuu yookiin waa’ee badiisa dhiheenyatti gahuu yookiin wa’ee balaa…
😁11❤3👍3👏3
24 Jul 2026, 14:34 UTC234 views18 reactionsread 6 August 2026 Photo
📢💡Beektuu? Qabeenya ofii Ykn kan nama biraatti Abidda qabsiisuun Yakka
✍🏻️ Namni Kamiyyuu namoota yookiin qabeenyaa irratti balaa waliigalaa geessisuu yaadee gamoo
yookiin hojii qabatamaa akaakuu kamiyyuu, miidhaan, oomishaalee qonnaa, bosona, mukeen yookiin mi’oota biroo kan isaa yookiin nama biroo kamiiniyyuu abidda kan itti qabsiise yoo
ta’e hidhaa cimaa waggaa kudhan hin caalleen ni adabama, akkuma dhimmich…
😁11👏7
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @IfaSeeraa. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.