Biyya jalqaba Islaamummaa simatte, quubsuma tawhiidaa jalqabaa - Itoophiyaa 💥💥💥💥💥💥💥💥💥💥💥💥💥 Ahmedin Jebel-አሕመዲን ጀበል ✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅ Itoophiyaan Makkaa booda biyya akka biyyaatti Islaama simatte keessaa biyya lammaffaa dha. Amantiin Islaamaa waggaa torba Madiinah duursee Itoophiyaa gahe. Akkasumas Yaman, Oomaan, Qaataar fi Bahireen dura waggaa kudha sadii dura seene. Somaaliyaa fi Emireetota Arabaa dura waggaa kudha shan …

Channel
𝐀𝐋-𝐅𝐈𝐑𝐃𝐀𝐖𝐒
@ISLAAMUMMAA
On this record: Growth · Engagement · Posts · Citations · Cite this entry
682subscribers
-10 since we began measuring on 6 August 2026
Risers and fallers across the register · movement among entries of Under 1,000.
Register entry
| Telegram ID | -1001206743060 |
|---|---|
| Type | Channel |
| Username | @ISLAAMUMMAA |
| Created | Between 1 March 2018 and 31 August 2021 — estimated from Telegram’s id allocation, not measured. How this range is calculated. |
| First recorded | 6 August 2026 |
| Last confirmed live | 5 September 2026 |
| Measurements held | 7 |
| Confirmed unchanged | 1 time, most recently 5 September 2026 |
| On Telegram | t.me/ISLAAMUMMAA |
Growth
| Measured (UTC) | Subscribers | Change |
|---|---|---|
| 5 Sept 2026, 04:01 | 682 | -4 |
| 28 Aug 2026, 22:33 | 686 | -1 |
| 22 Aug 2026, 10:49 | 687 | -2 |
| 15 Aug 2026, 10:58 | 689 | -2 |
| 7 Aug 2026, 08:41 | 691 | -1 |
| 6 Aug 2026, 16:37 | 692 | no change |
| 6 Aug 2026, 13:26 | 692 | first reading |
Engagement
18 posts held, back to 12 November 2022 — the reader has not yet reached the start of this channel’s public history, so older posts may sit further back, unread. Read across 1 page of Telegram’s post history, 20 posts per page.
Nothing published in the last 30 days. ERR and ER are rolling 30-day measures, so there is nothing to compute — we hold 18 posts for this entry, the most recent from 2 August 2026. An engagement rate over an empty window would be a number about nothing.
Recent posts
Kanaaf, biyyoota Itoophiyaa booda Islaama fudhatan akka madda dhiibbaa Musliimota Itoophiyaa irratti ta'anitti ilaaluun, yookaan amanamummaa Musliimota Itoophiyaa irratti shakkiin ilaaluun, hubannoo seenaa irraa fagoo ta'e agarsiisa. Musliimonni Itoophiyaa daangaa biyya isaanii eeguu, aadaa ishee guddisuu fi seenaa ishee barreessuu keessatti dhaloota irraa dhalootatti gahee olaanaa taphatanii jiru. Isaan bu'uura ija…
Photo, posted without a caption
Channel name was changed to «𝐀𝐋-𝐅𝐈𝐑𝐃𝐀𝐖𝐒»
Photo, posted without a caption
Ashuuraa ------------- Baatiin Muharram baatii jalqaba lakkoofsa Hijraati, baatiin tun Baatii ALLAAH jedhamti. Ji'oota Afran Islaamummaa keessatti sadarkaa qaban keessaa tokko yoo taatu, Ashuuraan immoo guyyaa 10ffaa ji'a Muharramiiti. Hadiisa Abuu Hureeyraan odeesseen kessatti Ergamaan Rabbii (SAW) akkana jedhan "Soomana Ramadaanaatti aane soomanni akkaan sadarkaa qabu Soomaana ji'a Rabbii kan tahe ji'a Muharramii…
Photo, posted without a caption
Masjiidul-Aqsaan maalif Muslimtoota biratti Kabajamaa tahe !?: 1.Qiblaa jalqabaa ture muslimtootaaf, Makkaan dura, 2.Idoo israa fi Mi'iraajni(Ol bahinsa Nabi Muhammad .S.A.W gara Samii) 3.Mana Rabbii(Masjiida) 2ffaa Makkaan booda ijaarameedha, 4.Idoo Nabiyyoonni hedduun ittiin Awaalamaniidha, 5.Idoo Sahaaboonni hedduun ittiin Awaalamaniidha, 6.Idoo Rabbiin Kabajamtuu ykn Ebbifamtuu godheedha, 7.Idoo Qur'aana keessat…
Hojii Kheeyrii/Gaarii hojjataniin namoota irratti of-tuuluun namaaf hin malu Namni hojii gaarii hojjachu fi badii irraa fagaachuun humna isaatiin osoo hin ta'in Rabbiin waan isaaf laaffiseef akka ta'e beekuu qaba. Rabbiin-Subhaanahu wata'aalaa-Qur'aana keessatti ni jedha: وَلَوْلَا فَضْلُ اللَّهِ عَلَيْكُمْ وَرَحْمَتُهُ مَا زَكَىٰ مِنكُم مِّنْ أَحَدٍ أَبَدًا وَلَٰكِنَّ اللَّهَ يُزَكِّي مَن يَشَاءُ ۗ وَاللَّهُ سَمِي…
Photo, posted without a caption
𝐔𝐬𝐢𝐢 𝐃𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐢. 𝐘𝐨𝐨𝐤𝐢𝐢𝐧 𝐓𝐚𝐪𝐚𝐲𝐲𝐚𝐬𝐢.❗❗❗ ➊. 𝖦𝖺𝗋𝖺𝖺𝖼𝗁𝖺 𝖳𝗂𝗋𝖿𝗂𝗂 𝖸𝗈𝗈 𝖰𝖺𝖻𝖺𝖺𝗍𝗍𝖾,𝖣𝗁𝗂𝗆𝗆𝖺 𝖲𝗂𝗇 𝖨𝗅𝖺𝖺𝗅𝗅𝖾 𝖧𝗎𝗇𝖽𝖺𝖺𝖿 𝖠𝖺𝗋𝗂. ➋. 𝘑𝘢𝘢𝘭𝘢𝘭𝘭𝘪 𝘨𝘢𝘢𝘳𝘪𝘪𝘯 𝘢𝘬𝘬𝘢 𝘲𝘪𝘭𝘭𝘦𝘦𝘯𝘴𝘢𝘢𝘵𝘪,𝘪𝘫𝘢𝘢𝘯 𝘮𝘶𝘭𝘥𝘩𝘢𝘵𝘶𝘶 𝘣𝘢𝘢𝘵𝘶𝘴 𝘯𝘢𝘮𝘢𝘵𝘵𝘪 𝘥𝘩𝘢𝘨𝘢𝘩𝘢𝘮𝘢. Akka Si godhe situ beeka. ➌. 𝘕𝘢𝘮𝘢 𝘵𝘰𝘬𝘬𝘰 𝘬𝘢𝘯 𝘫𝘢𝘢𝘭𝘢𝘵𝘵𝘶𝘶𝘧 𝘨𝘶𝘶𝘵𝘶𝘶 𝘸𝘢𝘢𝘯 𝘵𝘢𝘦𝘦𝘧 𝘰𝘴𝘰𝘰 𝘩𝘪𝘯 𝘵𝘢𝘢𝘯𝘦,𝘩𝘢𝘯𝘲𝘪𝘯𝘢 𝘫𝘪𝘳𝘦𝘦𝘯𝘺𝘢𝘢 𝘸𝘢𝘫𝘫𝘪𝘪𝘯 𝘨𝘶𝘶𝘵𝘶𝘶𝘧. ➍. 𝘕𝘢𝘮𝘢 𝘫𝘢𝘢𝘭𝘢𝘵𝘵𝘶𝘶𝘧 𝘺𝘦𝘳𝘰𝘰 𝘩𝘶𝘯𝘥𝘢 𝘢𝘣𝘢𝘢𝘣𝘰𝘰 𝘫𝘪𝘪𝘥𝘩𝘢𝘢 𝘬𝘦𝘯𝘯𝘶𝘶 𝘺𝘰𝘰 𝘣𝘢𝘳𝘣𝘢𝘢𝘥𝘥𝘦,𝘖𝘰𝘮𝘪𝘴𝘩𝘢 𝘈𝘣𝘢𝘢𝘣𝘰𝘰 𝘉𝘢𝘯𝘢𝘥𝘩𝘶. ➎. 𝘠𝘰𝘰 𝘴𝘪 𝘑𝘪𝘣𝘣𝘢𝘯 𝘔…
Amajjii 13, 624 (Ramadaanaa 17, Hijrii 2) Muslimoonni Madiinaa lola Badrii irratti Qureeyshii Makkaa irratti injifannoo ajaa'ibaa geessisan. Gama Muslimootaatiin namoota naannoo 14 ta'an lubbuun isaanii darbe. Walumaagalatti Muslimoonni 313 ykn 317 ta’an naannoo 1000 ta’an Qureeyshoota Makkaa meeshaa gaarii qaban waliin lolan. Hogganaan Qureeysh Abu Jahal lubbuun isaa darbee dhumarratti lola kana irratti ajjeefame…
Showing the 12 most recent of 18 posts we hold for @ISLAAMUMMAA. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.
Forward network
Republished by
Channels on the register that have forwarded this channel's posts into their own feed.
Republishes
Channels on the register whose posts this channel has forwarded.
Built only from forwarded posts we have actually read, on both sides. Coverage is early and deliberately incomplete: a missing link means we have not read the post that would prove it, never that the relationship does not exist. Counts are distinct forwarded posts observed, so they only ever go up as we read more.
Cite this entry
A live page changes as we take new readings, so a citation should name the measurement it is based on, not just the URL. The line below cites the subscriber count as measured 5 September 2026 — this entry's latest reading, not the date you are reading this.
“𝐀𝐋-𝐅𝐈𝐑𝐃𝐀𝐖𝐒” (@ISLAAMUMMAA), 682 subscribers as measured 5 September 2026. Telegram Register, tgregister.com/channel/ISLAAMUMMAA.
Full measurement history, CC BY 4.0. Every reading this register holds for this entry, not just the latest one, as a dated, downloadable record: CSV · JSON. Free to use with attribution to tgregister.com. Each file carries its own generation timestamp, which is the figure to cite for exactly when the data was retrieved.