+Beekumsa Bu'aa Hin Qabne+ Guutiinsummaa Kiristaanummaa kan feetu taanaan, oduu barbaachisaa hin taane irraa lubbuukee eeguu qabda. Akka tasaa ta’ee ; barichi bara odeeffannoo fi ogummaa odeeffannooti. Addunyaan Tvn, Kitaabileen, Gaazexaaleen, qofaa utuu hin ta’iin; odeeffannoo marsariitii, dambali’ee taa’u illee, yeroo kamuu caalaa nu dhiyeessaa jirti. Odeeffannoon dhama raasuu ta’e kun garuu, isan 'rakkoo sammuu b…

Channel
Dn Heenook Haayilee -Afaan Oromoo
@HH_Afaan_Oromoo
On this record: Topic · Growth · Engagement · Posts · Citations · Cite this entry
1,302subscribers
-1 since we began measuring on 6 August 2026
Risers and fallers across the register · movement among entries of 1,000–3,162.
Register entry
| Telegram ID | -1001294065972 |
|---|---|
| Type | Channel |
| Username | @HH_Afaan_Oromoo |
| Created | Between 1 March 2018 and 31 July 2021 — estimated from Telegram’s id allocation, not measured. How this range is calculated. |
| First recorded | 6 August 2026 |
| Last confirmed live | 19 September 2026 |
| Measurements held | 13 |
| Confirmed unchanged | 1 time, most recently 19 September 2026 |
| On Telegram | t.me/HH_Afaan_Oromoo |
Topic
Religion — a classification, not a measurement. An on-box language model (Qwen3.6-35B-A3B-FP8, prompt version 1) read this channel’s own recent posts on 18 September 2026 and assigned it the closest of 31 fixed categories, at 100% confidence. This is a model’s judgement about what the channel is likely to be about, not a fact this register measured the way a subscriber count or a view count is measured — it can be revised on a later pass, and it carries no weight anywhere else on this page. How this classification works, and why it has no browse page of its own yet.
Growth
| Measured (UTC) | Subscribers | Change |
|---|---|---|
| 19 Sept 2026, 01:21 | 1,302 | -1 |
| 14 Sept 2026, 14:18 | 1,303 | +6 |
| 10 Sept 2026, 15:15 | 1,297 | -1 |
| 5 Sept 2026, 13:16 | 1,298 | -3 |
| 1 Sept 2026, 20:05 | 1,301 | -3 |
| 29 Aug 2026, 17:44 | 1,304 | +1 |
| 26 Aug 2026, 21:34 | 1,303 | +1 |
| 20 Aug 2026, 02:23 | 1,302 | -1 |
| 16 Aug 2026, 22:29 | 1,303 | -2 |
| 13 Aug 2026, 14:18 | 1,305 | +3 |
| 10 Aug 2026, 06:51 | 1,302 | -1 |
| 6 Aug 2026, 23:00 | 1,303 | no change |
| 6 Aug 2026, 22:49 | 1,303 | first reading |
Engagement
20 posts held, back to 3 October 2023 — the reader has not yet reached the start of this channel’s public history, so older posts may sit further back, unread. Read across 1 page of Telegram’s post history, 20 posts per page.
Nothing published in the last 30 days. ERR and ER are rolling 30-day measures, so there is nothing to compute — we hold 20 posts for this entry, the most recent from 11 March 2024. An engagement rate over an empty window would be a number about nothing.
Recent posts
1Qor.3:18-19:- “Eenyu iyyuu kan biyya lafaa kanatti ogeessa kan of se’u yoo jiraate, akka ogeessssa ta’uuf gowwaa haa ta’u. ogummaan biyaa lafaa kanaa, Waaqayyoon duratti gowwummaadhaati’oo” ogummaan hafuuraafi ogummaan addunyaadhaa waan wal qabatanii deeman miti. Yeroo baay’ee namoonni ogummaa biya lafaa kanaa barbaadan warra Waaqayyotti hin amanne ta’u. sammuu isaanii of tuulaan bokokanii, Waaqa sammuu isaanii uume…
Mee, amma ammaatti waa’ee beekumsa nama hin fayyannee haasofneerra ; amma immoo waa’ee beekumsa hubaatii fiduu haa haasofnu. Kunis waa’ee namoota biro beekuuf barbaaduu kan kitaabni qulqulluun “Waan nama keessan kan lixu>> jedhudha. 1Phex.4:15 akkas jedha <<Garuu isin keessaa tokko iyyuu nama gumaa yookiis hattuu, nama hamaa hojjete yookiis nama dhimma namaa keessa lixu ta'ee hin dhiphatin!>> Hundeen araada (Suusii) …
+ Zakkiyoos Utuu Gabaabaa Hintaane Ta'eetii + Zakkiyoos gabaabbachuu isaarraan kan ka'e , Kiristoos isa Iyyaariikoorra darbaa jiru arguuf rakkate. Uummatichi baay'eedhaatii warri ijaajjan hundumtuu akkanni Gooftaa hinargineef dhorkani. Utuu inni Qilinxootti olba'ee Gooftaa ilaaluuf yaaluu Gooftaan oljedhee isa ilaale. Inni mukarraan Gooftaa ilaaluufidha malee ilaalamuuf hin yaabbanne. Gooftaan , warra ilaalamuuf …
Ati faarfachuu nuffiteetta , harka rerrebbeessuunis sidadhabsiiseera ; inni garuu utuu galateeffachaa oolee buleetii hinquufu. Tariitii waan jalqabduu ta'eefidha jechuu dandeessa ta'a ; atoo raawwattuu waan taateefidhaa kan ati nuffiteef? Ati kan ati faarfattu waan Kabaroo rukuchuun sitti toluuf yookiin of-argisiisaaf ta'uu danda'a , inni garuu harka duwwaan faarfachuu isaan isatti tola. Sirrii jette jalqabduudha , …
+ Ilmikoo Kanan Jaal'adhu Isa Kanadha + Gama dargaggoota jaalala guddaatiin ayyaana cuupphaarratti galateeffachaa turaniin , ifat-sirriin kanatti fufee jiruu Waaqayyo biraa dhufe : - Dhugumadha , ammakee Kitaaba Qulqulluu keessaa Xiqsii baasuu hindanda'u , Kitaabni seera uumamaa eessa akka jiru ; Kitaabni Seenaa baraas eessatti akka argamu hinbeeku. Tariitii Mul'ata Yohaannis keessaa sagalee Waaqaa tokko dubbisuuf …
Photo, posted without a caption
Yisihaaq xiqqichi inni du'uuf ka'uusaa hinbeekne gaafa abbaasaa jala deemaa deemu , akka yeroo kaanii , <Yaa abbaako> jedhee gaafanni jaalalaan waamu , ajajamuun abbaasaa wajjin gaafa deemu , gaafanni dadhabee rafu tokkoon tokkoo adeemsisaa jaalalli Abrahaam mucaasaaf qabu kan singiggeessuu fi kan dhiphisudha. Tariitii Abrahaamiin hirribi qabuu dhiisee mucaasaa rafe ilaalaa buleera ta'a. Imala guyyaa sadii keessatti…
+ Abrihaam Sillaaseef + Kana hundumaa booddee Waaqayyo Abrihaamiin akkas jedhe :- "Yisihaq ilma kee isa tokkicha isa jaallattu fuudhii biyya Moriiyaa dhaqi! Tulloota keessaa isa ani sitti argisiisu tokko irratti qalma gubamu godhii isa anaaf dhi'eessi!"- (Uma. 22:2) <Isa Jaal'attu> , <Ilmakee Tokkicha> , <Yisihaqiin> jechoonni jedhan hagam addeessitootadha? Abrahaam , <Akkamitti aarsaa naaf godhi naan jetta?> jedh…
Dn Heenook Haayilee -Afaan Oromoo: + Guyyaa gaafa Mana Qulqullummaatti ol galtee + Yeedaloon Miidhagaa Maahiletii Tsigee, (Mucaakee adiis diimaas jedhamu qabattee Mana qulqullummaatti ol galte) "እንዘ ተሐቅፊዮ ለሕፃንኪ ጽጌ ጸዓዳ ወቀይሕ ውስተ ቤተ መቅደስ ቦእኪ" jedha. Kiristoosiin Waaqummaa isaatiin adii, Dhiiga namummaa isaatiin dhangalaaseen Abaaboo diimaa ; jedhee kan waamu Abbaan Tsigee Dingil, guyyaa gaafa durbeen Maaramii itti Goof…
Bataskaanni, ammas mucaakee ammadhuutii gara keenya kottu jettee akka Simi'oon akka nuun isa agarruuf nuuf kadhatti. Michuuko anaaf atis guyyaa tokko gara mana qulqullummaatti ol galleerra. Fayyuuma keenyaafoo ofiif ge enyeerraa laata? Har'as mana qulqullumma keessa deddeebina garuu qulqulloofneerraaree? Kadhannaan Hisqiyaas gaafa uummati utuu seera qulqullaa'uu hin raawwatin waljala gugatee didichaa Mana qulqullumm…
Photo, posted without a caption
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @HH_Afaan_Oromoo. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.
Mentions
Names
Channels on the register whose handles appear in this channel's posts.
A mention is a weaker signal than a forward and is counted separately for that reason — naming a channel is not republishing it, and a handle in a post body is easy to place deliberately. The post counts beside each row below are distinct posts in which the handle appeared, from posts we have read on both sides — the “Named by N registered channels” figure above is a different count, of distinct NAMING CHANNELS rather than posts, and is not the sum of the rows under it.
Cite this entry
A live page changes as we take new readings, so a citation should name the measurement it is based on, not just the URL. The line below cites the subscriber count as measured 19 September 2026 — this entry's latest reading, not the date you are reading this.
“Dn Heenook Haayilee -Afaan Oromoo” (@HH_Afaan_Oromoo), 1,302 subscribers as measured 19 September 2026. Telegram Register, tgregister.com/channel/HH_Afaan_Oromoo.
Full measurement history, CC BY 4.0. Every reading this register holds for this entry, not just the latest one, as a dated, downloadable record: CSV · JSON. Free to use with attribution to tgregister.com. Each file carries its own generation timestamp, which is the figure to cite for exactly when the data was retrieved.