26 Nov 2023, 17:53 UTC577 views1 reactionsread 6 August 2026 Forwarded from @barata23Photo
UNICEF U-Report ETHIOPIA
Are you a Youth age 15-35
(https://ethiopia.ureport.in/)
Do you want to be the voice for youth in Your community Join U-Report, Your voice matters.
Do you want to be informed Youth and informed Citizen on Youth Global Agenda including SDGs Join U-Report, for all up-to date and correct information.
Do you want to get skills that enables youth compete in the Local and Global Market Join…
❤1
14 Aug 2023, 10:16 UTC628 views2 reactionsread 6 August 2026 Photo
Kun https://www.youtube.com/@FOCUSFinfinnee-yp2jh Youtube #FOCUS_FINFINNEE haaraa banamedha. Bifa haaraan Youtube keenyaan hojii eegaluu waan barbaannuuf hundi keessan #SUBSCRIBE gochuun akka nu bira dhaabbattan jaalala waaqayyoon isin gaafanna.
Namoota beektan, hiriyoota keessan bakkee adda addaatti argaman #SUBSCRIBE goosisuun nu bira dhaabbadhaa.
#Waaqayyoo_gooftaan_isin_haa_eebbisu.
❤2
7 Aug 2023, 06:16 UTC493 viewsread 6 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
7 Aug 2023, 06:16 UTC682 views1 reactionsread 6 August 2026 D1👉01/12/2015
✝️ #WAAQAYYOO_SI_JAALLATA:
📖 “Nuyi Waaqayyoon hin jaallanne; inni garuu nu jaallate, ilma isaas cubbuu keenyaaf furee haa ta'uuf nuuf erge. Jaalala jechuun isa kana.”
— 1Yoh. 4:10
✍️ Namni kan si jaallatu haala kee, jireenya kee, bareedina kee, qabeenya kee fi wantoota gaggaarii sirraa mullatan ilaalee si jaallata; waaqayyo garuu utuuma ati cubbamaa taatee jirtuu akkasumatti haal-duree tokko malee …
👍1
29 Jun 2022, 10:55 UTC≈1,860 views2 reactionsread 6 August 2026 Photo
Hi, it's me @LoliBon24, Help me win Awaqi's Challenge by voting for me on @GodanaChallenge
P.s Don't forget to follow Awaqi's main Channel on @awaqiethiopia
❤1👍1
17 Jun 2022, 19:43 UTC≈1,760 viewsread 6 August 2026 https://www.facebook.com/111737321570871/posts/111743798236890/?flite=scwspnss
7 May 2022, 05:53 UTC≈2,110 views3 reactionsread 6 August 2026 🎯Baratoota haaraa gara dhaabbilee olaanaa ramadamuun guyyaa waamicha eegdan maraaf.
Fuula Facebook sirrii dhabbilee kana akka itti aanutti isiniif qopheessine jira.
Odeeffannoo Sobaa irra of eega
👉 Yunvarsitii Dirree Dawaa https://m.facebook.com/DDUniv/
👉 Yunivarsitii Hawaasa https://m.facebook.com/Hawassa.University/
👉 University Finfinnee https://m.facebook.com/Addis-Ababa-University-496255483792611/
👉 Yunvers…
👎2👍1
1 May 2022, 20:11 UTC≈1,560 viewsread 6 August 2026 https://fias777.vip/#/pages/register?invite_code=O285xzjw&t=1651414041705
Fias
karaa salphaadhaan qarshii hojjachuuf fias website jedhamuun ammuma join gootanii hojii eegaluu dandeessu. Liinkii kanaa ol jiru kanaan eegaluu dandeessu
15 Apr 2022, 13:50 UTC≈1,880 views6 reactionsread 6 August 2026 Yoo dandeesse Oromoota maraan gahi!
Yoo dadhabde Oromoota 20f dabarsi.
Yoo baay'ee dadhabde Oromoota 10f ergii dirqama Oromummaa kee bahi!
=================================
Barri isaa Ebla 15/1980. Guyyaan kun guyyaa addaati. Guyyaa Oromoota ardii iraatti hafaniif ergaa guddaa dabarseedha. Ilmaan Oromoo tokko ta'anii bahaanii tokko ta'anii waliin wareegaman. Kaayyoo takkaan bool'a takkatti awwaalaman. Kaayyoo bahanii…
👍4👎2
15 Apr 2022, 10:31 UTC≈1,330 viewsread 6 August 2026 Forwarded from @ArraataabiyyoolessaaoromiyaaFile
I am sharing 'የአብይ አህመድ መንግስት በኦሮሞ ህዝብ ላይ የሚያካሄደውን ሁሉ አቀፍ ጦርነት በተመለከተ' with you
14 Apr 2022, 11:00 UTC≈1,400 views4 reactionsread 6 August 2026 Photo
Baga guyyaa yaadannoo Gootota Oromoo geessan!
Ebla 15
Join and Share
@goldnoromia
@goldenoromia
👍3❤1
14 Apr 2022, 10:51 UTC≈1,220 views1 reactionsread 6 August 2026 Dr Tedros Adhanom Ghebreyesus questioned whether “the world really gives equal attention to Black and white lives” given that ongoing emergencies in Ethiopia, Yemen, Afghanistan and Syria had garnered only a “fraction” of the concern for Ukraine.
Last month Tedros said there was “nowhere on Earth where the health of millions of people is more under threat” than Ethiopia’s Tigray region.
Since a truce was declared i…
👍1
Showing the 12 most recent of 19 posts we hold for @GoldenOromia. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.