4 Sept 2026, 19:36 UTC632 views4 reactionsread 5 September 2026 29/12/2018
Beeksisa
Barsiisotaaf Hojjettoota Bulchiinsaa Mana barumsaa Keenyaa hundaaf
Akkuma beekamu
gaafa 17/12/2018 ergan karaa telegirramii akka Lakkoofsa Herrega Sikeet Baankii akka banataniif ergan isinii darbuun isaa ni yaadatama .garuu kan baafatee kutaa Faayinaasiif galii taasise nama muraasa waan ta'eef ammas irra deebnee namoonni Heŕrega baankii Sikeet hin baafatiin jirtan hundi keessan hanga 2/13/2018…
❤2👍2
Signed Bayisa Tuli
2 Sept 2026, 15:38 UTC915 views8 reactionsread 5 September 2026 Forwarded from @wwwAddisAbabaeducationbureauPhoto
የጳጉሜን ወር አምስቱ ቀናት ስያሜዎች
(ነሀሴ 27/2018 ዓ.ም)
ጳጉሜን 1 – “የእመርታ ቀን”
ጳጉሜን 2 – “የማንሰራራት ቀን”
ጳጉሜን 3 – “የጽናት ቀን”
ጳጉሜን 4 – “የኅብር ቀን”
ጳጉሜን 5 – “የነገ ቀን”
ለተጨማሪ የመረጃ አማራጮች ማሰፈንጠሪያውን ይጫኑ!
https://linktr.ee/aacaebc
❤4👍2👎1💯1
28 Aug 2026, 20:40 UTC≈2,090 views18 reactionsread 5 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
👎9❤6🖕2🔥1
Signed Dhaba Terefe
28 Aug 2026, 20:35 UTC≈1,990 views13 reactionsread 5 September 2026 Guyyaa 22/12/2018
BEEKSISA
Dhimmi :- Guyyaa Qormaata
Barattoota Kutaa 8 Bultii Addaa Beeksisuu Ilaala
Barattootni bara 2018 qormaata kutaa 8ffaa fudhattanii qabxii Olaanaa Fiduun Beeksisa Biiroon Barnoota Oromiyaa Manneen Barnootaa Bultii addaaf baase irratti Galmooftan hundi Hagayya 26/2018 Mana Barumsaa Bultii Addaa Barattoota Dhiiraa Galaanitti argamtanii akka qoramtan ni beeksifna.
Hub Qormaatni Online…
❤6👍6👎1
Signed Dhaba Terefe
24 Aug 2026, 08:06 UTC≈2,710 views7 reactionsread 5 September 2026 Hbachiisa Barsiisotnii fi Hojjettootni Bulhiinsaa Yeroo Lakkoofsa Herrega Baankii Banachuu Deemtan Suuraa 3×4 Lamaa fi Waraqaa Eenyummaa Faayida(Fayida Id) qabattanii akka deemtan ni beeksifna
❤7
Signed Dhaba Terefe
23 Aug 2026, 23:38 UTC≈2,660 views8 reactionsread 5 September 2026 Barattootaa fi maatii barattootaa kutaa 8ffaa hundaaf
Barattoota kutaa 8ffaaf tranfer(promotion) waan hojjetamaa jiruuf iddoo barattoonni keessan barachuu barbaadan akka nu beeksiftan cimsinee isin hubachiisna, yookiin garuu barattoonni hundi gara mana barumsa Jeneraal Taaddasaa Birruu sad.2ffaatti kan transfer ta'an ta'uu akka beektan cimsinee isin hubachiisna.
MB
❤8
23 Aug 2026, 14:31 UTC≈2,460 views11 reactionsread 5 September 2026 Guyyaa 17/12/2018
BEEKSISA
Barsiisotaa fi Hojjettoota M/brumsa Keenyaa Hundaaf
Dhimmi: -Lakkoofsa Herrega Baankii Akka Saaqqatta Beeksisuu Ilaala
Kallattii Biiroon Faayinaansii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Gadi Buuseen Ji'a Hagayyaa Bara 2018 irraa eegalee Miindaan Hojjettootaa karaa Baankii Sikkeet Waan Kaffalamuuf Baankii Sikket Damee Paaster Deemuun Lakkoosa Herrega Baankii Haga Guyyaa 22/12/2018 akka …
❤7👍2🖕2
Signed Dhaba Terefe
12 Aug 2026, 18:12 UTC≈3,710 views21 reactionsread 5 September 2026 Guyyaa 06/12/2018
BEEKSISA
Maatii Barattootaa STD(KG) Hundaaf
Dhimmi: -Waamicha Wal Ga'ii Ilaala
Maatii Barattoota Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu STD(KG) Waliin Haala Qabiinsaa fi kunuunsa Daa'immanii irratti Mareen Sadarkaa Biiroo Barnootaa Magaalaa Finfinneetti Qophaa'ee Waan Geggeeffamuuf Gaafa 08/12/2018 (Jimaata) Ganama Sa'aatii 2:300 tti Mooraa Mana Barumsaa Keessatti Argamuun Maree kana irr…
❤10😁5👍4👎2
Signed Dhaba Terefe
12 Aug 2026, 17:51 UTC≈3,380 views14 reactionsread 5 September 2026 Barattootni Kutaa 8ffaa Mana Barumsa Keenyaa Ulaagaa Armaan Olitti Ibsame Guuttan Mana Barumsaatti argamtanii Galmaa'uu Kan Dandeessan ta'uu ni Beeksifna.
🖕10❤4
Signed Dhaba Terefe
12 Aug 2026, 17:44 UTC≈3,230 views10 reactionsread 5 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
❤8👎1💯1
Signed Dhaba Terefe
7 Aug 2026, 19:36 UTC≈3,870 views23 reactionsread 5 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
❤11🖕10👏1🔥1
Signed Dhaba Terefe
7 Aug 2026, 19:36 UTC≈3,480 views18 reactionsread 5 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
❤11🖕7
Signed Dhaba Terefe
Showing the 12 most recent of 13 posts we hold for @GeneralTadesseBiruOnlineTeaching. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.